YAADA

Tashoomaa Qadiidaatiin Farreen nagaafi dimokraasii qabsoo ummanniifi mootummaan biyyattii hiyyummaa dhabamsiisuuf taasisan ija gaariidhaan hinilaalan. Biyya keenya boodatti hafummaa barota dheeraaf keessa turtee keessaa baasuuf carraaqqii taasifamutti hingamdadan. Jibbi kun ammoo sababii... Read more »

Waasihun Takileetiin Dullacha laaqiin qabee dhidhimetu akkas jedhe jedhama, “bagan kufes bagan ka’es kan haaduufi baatee teepha baatee natti deemu addan baafadhe”. Inni haaduu baatee deemu dullacha laaqiin qabe qalee qircachuuf, teepha... Read more »

Saamraawiit Girmaatiin Ministeerri fayyaaittisaafi to’annoo vaayirasii koronaaa ilaalchisuun dhiheenya kana qajeelfamoota garagaraa baasuun isaa ni yaadatama. Keessumaa namnis ta’u dhaabbanni tajaajila kennu, akkasumas tajaajilamaan kamuu maaskii kaa’aachuufi fageenyaa eeggachuu akkaqabu qajeelfamichi ni... Read more »

Miidiyaalee hawwaasaarratti hunduu yaada mataa isaa kenna. Odeeffannoos ni raabsa. Si’a tokkotti namni tokko odeeffanoo ni fudhata ni raabsas. Odeeffannoon namaaf dhufu kun garuu dhugaa ykn soba ta’uu adda baafachuun kan abbaati.... Read more »

Finfinnee: Ameerikaa dabalatee biyyoonni dinagdeen badhaadhan kaan, qoqqoobbiiwwan dinagdee, siyaasaa, daldalaa, waraanaa, deeggarsaafi kkf biyyoota guddataa jiranirra kaa’u. Kunis wayita sarbamni mirgoota namoomaa uumameera jedhamu ykn gochaan seerota idilddunyaa cabeera jechuun, biyyoonni... Read more »

Murtoon torban kana Ameerikaan Itoophiyaarratti dabarsite dubbii ijoo torban kanaa ta’ee jira. Namoonni baay’een “Biyyi fakkeenya dimokraasii taatee akkamiin murtoo akkanaa fudhatti jedhanii” qeequ. Kanarraan gaafa Oromoon Oromummaasaatiin Walloorratti dhume, gaafa... Read more »

Dhimmi guddaan wayita ammaa kana saayitistoota (oggeessoota fayyaa), mootummootaafi ummata addunyaaf sodaa guddaa ta’aa jiru tokkoo gaaga’ama vaayirasiin koronaa (koviid-19) qaqqabsiisaa jiruudha. Vaayirasiin waggaa tokko dura Caayinaatti mul’atee addunyaa waliin gahe kun... Read more »

Guyyaa lamatti murtee lama dhageennee waan ta’aa jiru wallaalle. Inni kaleessa hin ta’u jedhaa dhaadachaa ture har’a immoo ni ta’aa qofa osoo hin taane, “anatu eegdoo isiniif taasisaayyu” jechuudhaan waan wal faallessuun... Read more »

Magaalaan Finfinnee magaalaa guddittii Itoophiyaa, Oromiyaa, teessoo Gamtaa Afrikaafi dippiloomaatota biyyoota adda addaati. Magaalattiin kan hundoofte bara 1879 ta’uu seenaan ni ibsa. Sirnoota adda Edda mootichi boqotanii kaasee Iyyaasuun, Xaayituufi Hayilasillaaseen hanga... Read more »

Tashoomaa Qadiidaatiin Itoophiyaan biyya birmadummaa ishee kabajattee yeroo dheeraa turte ta’uu ishee seenaan ni yaadachisa. Yeroo addaddaattis weerara diinota alaatiin itti aggaamamaa ture tokkummaadhaan of irraa qolachaa turte. Birmadummaa biyya kabachisuuf tokkummaan... Read more »