YAADA
Bayyanaa Ibraahimiin Biyya kanatti filadhaa malee filannoon dhugaa jiraatee hinbeeku. Filannoowwan tanaan dura biyyattii tana keessatti adeemsifamanii darbanis yemmuu ilaallu dhugama kana ragaa kan ba’aniidha. Filannichi dirqama waggoota shan shaniin waan adeemsifamuu... Read more »
Waasihun Takileetiin Gosoota Oromoo bal’inaan Itoophiyaa kaabaa jiraatan keessaa Oromoon Walloo tokko. Oromoon Walloo ummata sirna Gadaa jalatti ijaaramee jiraaachaa tureefi jiru yoo ta’u, jaarraa tokkoofi walakkaa oliif cunqursaa eenyummaa sirnoonni adda... Read more »
Waasihun Takileetiin Ijaarsi sirna federaalizmii sabdaneessaa lafa qabachuunsaa mirgi ofiin of bulchuu, qabeenyasaaniirratti abboomuufi hiree ofii ofiin murteeffachuu lammiilee akka dhugoomu kan taasisu yoo ta’u, isa kanaaf immoo kabajamuun olaantummaa seeraa murteessaadha.... Read more »
Waasihun Takileetiin “Yaa lafaa kan si qotu malee kan siif qotu dhibe” jedhe jaarsi bule. Gujiin wayita maqaa dhahamtu dacheen Adoolaafi Shaakkisoo warqeefi tantaalamii maddisiisuun dhala namaa faayaniifi dinagdee Itoophiyaa sochoosuun maqaa... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Ani namoota koviidiin hinjiru jedhanii amanan keessaa miti; siyaasa jedhees hinfudhadhu; baay’eeniyyuu sodaadha. Sababnisaas namootan itti dhihaadhu baay’ee qabee dararee argeera, dhaga’eeras. Kanaaf hamma naa danda’ametti eeggachuun yaala. Dubbiin dubbii... Read more »
Haaluma Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gabatee yeroo murteessuun beeksiseen guyyaan filannoo waliigalaa marsaa 6fa itti adeemsifamu Caamsaa 28 bara 2013 ta’uun hubatameera. Boordichis waantota murteessoo ta’an maraa guutuurratti kan argamu yoo ta’u, kanarraa... Read more »
Waasihun Takileetiin “Lafti abdatan sanyii namni abdatan nama nyaata” akkuma jedhamu sirni Itoopiyaa keessatti dhufee darbe kamuu qolettii galaa bobaatti siyaasa balaa baatee abdii sobaan lammiilee burjaajessuun umrii aangoosaa dheereffatee lammiilee qorqaa,... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Akka heera Mootummaa Rippabilikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itoophiyaa (RFDI) keeyyata 54 jalatti eerameetti filannoon waliigalaa waggaa shan shaniin adeemsifama. Sirni bulchiinsaa biyyattiin ittiin gaggeeffamaa jirtuus sirna federaalizimii sabaafi teessuma lafaarratti kan... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Haalli yeroo ammaa Itoophiyaan keessa jirtu nama fagoodhaa ilaalu dhiisii isuma keessa jiruufuu ifatti waan gale hin fakkaatu. Taateen gareen tokko itti gammadee dhiichisu inni biraa immoo gaddaan dallansiisa. Murtoon... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Yeroo tokko tokko osoo dhagaa ijaan agarru lakki “kuni dhagaa osoo hintaane dhadhaadha” jedhamee akka waamamuuf haalli nama dirqamsiisu ni dhalata. Wanti tokko akka ilaalchaafi hubannaa namaatti garaagarummaa kan qabaatu... Read more »