YAADA
Ummanni Oromoofi Sabaafi Sablammoonni biyya keenyaa hundi baga booruu gannaa hoofkaltanii taliila birraatti bahuun guyyaa kabaja ayyaana Irreecha hora Finfinneefi hora Harsadii bara 2017 nagaan geessan jechaa ayyaanichi kan nagaa, kan tokkummaafi... Read more »
Maddootaafi iddoowwan hawwata turizimii biyyatiin qabdu misoomsuufi fayyadamuun turistoonni biyya keessaafi alaa akka dawwatan gochuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira. Keessumaa Oromiyaan qabeenya turizimii uumamaafi namtolcheetiin badhaatuudha. Qabeenyawwan turizimii uumaan nu badhaase misoomsuufi beeksisuudhaan... Read more »
Utubaawwan ce’umsa biyyaa hirmaannaafi qindoomina olaanaan milkeessuun Itoophiyaa badhaatee uumuuf hoggansi yeroo kamuurra miira tajaajiltummaan bu’aa qabeessummaaf hojjechuu akka qabu Ministirri Muummeefi Pirezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Doktar Abiyyi Ahmad hubachiisan. Paartiin Badhaadhinaa guyyoota... Read more »
Galmoota ijoo mootummaan jijjiiramaa milkeessuuf socho’aa jiru keessaa tokko ummata dinagdeen qaari’e ijaaruudha. Galma kana fiixaan baasuuf gama tokkoon toora xiyyeeffannoo kan adda fo’e yoo ta’u, gama biraatiin toora kanniin irratti inisheetivoota... Read more »
Waggoota muraasaa as biyya keenyatti ji’a 13ffaa Itoophiyaa ta’uun kan beekamtu Qaam’eef guyyootashii shanan /jahaniif moggaasni wayitaawaa adda addaa kennamuun kabajamaafi ergaawwan ciccimoon gara waantota darban yaadachiisaniifi kallattii egeree agarsiisuun galaa ta’an... Read more »
Finfinnee: Komishiniin Marii Biyyaalesaa Itoophiyaa adeemsa ajandaa walitti qabuu naannolee Itoophiyaa Jiddugaleessaafi Sidaamaatti taasisaa ture xumuruu beeksise. Bakka bu’oonni hawaasaafi qooda fudhattoonni ajandaa hawaasa naannolee kanneenii ajandicha qindeessuuf filataman ajandaawwan kaafaman komishinichaaf... Read more »
Ummanni Shawaa Kaabaa tibbana naannoleefi magaalota adda addaatti ba’uun rakkoo nageenyaa keessa jiru duudhaa aadaatiin dirreetti bahee ibsateera. Qotee dilbeessuu, kan beela’e nyaachisuu, keessummaa garaagarummaa tokko malee aannan obaasee simachuu kan beeku... Read more »
Maniiwwan karoora xiiqii bara 2017 milkeessuuf toora xiyyeeffannoo qabame sirriitti hojiirra oolchuun murteessaa ta’uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksisaa tureera. Kaayyoon karoora xiiqii kun wanti karoorfame harcaatii malee milkaa’ee fedhiin bu’uraalee misoomaa hawaasaa... Read more »
Finfinnee: Jiraattotni Magaalaa Shaggar daballiin taarifa geejjibaa tibbana taasifame haala ummatni keessa jiru giddugaleessa kan hintaasifanneedha jechuun komatan. Jiraattotni kunniin yaada Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, barana qofa magaalichatti kan konkolaachistootni seeraan... Read more »
Gujii Gareen hoggansa olaanaa Oromiyaafi federaalaa Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu tibba darbe goleewwan adda addaa naannichaatti daaw’annaa hojii taasiseera. Dhiyeenya kana ammoo gara Oromiyaa kibbaatti imaluun hojiilee... Read more »