Filannoofi ittisa koviid-19

Saamraawiit Girmaatiin Ministeerri fayyaaittisaafi to’annoo vaayirasii koronaaa ilaalchisuun dhiheenya kana qajeelfamoota garagaraa baasuun isaa ni yaadatama. Keessumaa namnis ta’u dhaabbanni tajaajila kennu, akkasumas tajaajilamaan kamuu maaskii kaa’aachuufi fageenyaa eeggachuu akkaqabu qajeelfamichi ni... Read more »

Oduu sobaa raabsuun gabbina sammuu ummataa tufachuudha

Miidiyaalee hawwaasaarratti hunduu yaada mataa isaa kenna. Odeeffannoos ni raabsa.  Si’a tokkotti namni tokko odeeffanoo ni fudhata ni raabsas. Odeeffannoon namaaf dhufu kun garuu dhugaa ykn soba ta’uu adda baafachuun kan abbaati.... Read more »

Qoqqoobbiin Ameerikaa bu’uura hinqabu

Finfinnee: Ameerikaa dabalatee biyyoonni dinagdeen badhaadhan kaan, qoqqoobbiiwwan dinagdee, siyaasaa, daldalaa, waraanaa, deeggarsaafi kkf biyyoota guddataa jiranirra kaa’u. Kunis wayita sarbamni mirgoota namoomaa uumameera jedhamu ykn gochaan seerota idilddunyaa cabeera jechuun, biyyoonni... Read more »

Birmadummaa viizaafi piizaan geeddaruuf sirni Gadaayyuu hineeyyeemu

Murtoon torban kana Ameerikaan Itoophiyaarratti dabarsite dubbii ijoo torban kanaa ta’ee jira. Namoonni baay’een “Biyyi fakkeenya dimokraasii taatee akkamiin murtoo akkanaa fudhatti jedhanii” qeequ.   Kanarraan gaafa Oromoon Oromummaasaatiin Walloorratti dhume, gaafa... Read more »

Koviid-19: Dhimma Hawaasaafi naannawashiitti dagatame

Dhimmi guddaan wayita ammaa kana saayitistoota  (oggeessoota fayyaa), mootummootaafi ummata  addunyaaf sodaa  guddaa ta’aa jiru tokkoo gaaga’ama vaayirasiin koronaa (koviid-19) qaqqabsiisaa jiruudha. Vaayirasiin waggaa tokko dura Caayinaatti mul’atee addunyaa waliin gahe kun... Read more »

Ifxaara Doloolloo Biddeenaa; Taatee guyyaa tokkoo seenaa walakkaa jaarraa tokkoo yaadachiise

Guyyaa lamatti murtee lama dhageennee waan ta’aa jiru wallaalle. Inni kaleessa hin ta’u jedhaa dhaadachaa ture har’a immoo ni ta’aa qofa osoo hin taane, “anatu eegdoo isiniif taasisaayyu” jechuudhaan waan wal faallessuun... Read more »

Jecha hojiidhaan utubame: Misooma Addababayii Masqalaa

Magaalaan Finfinnee magaalaa guddittii Itoophiyaa, Oromiyaa, teessoo Gamtaa Afrikaafi dippiloomaatota biyyoota adda addaati. Magaalattiin kan hundoofte bara 1879 ta’uu seenaan ni ibsa. Sirnoota adda Edda mootichi boqotanii kaasee Iyyaasuun, Xaayituufi Hayilasillaaseen hanga... Read more »

Tokkummaan jiraachuun haa dursu

Tashoomaa Qadiidaatiin Itoophiyaan biyya birmadummaa ishee kabajattee yeroo dheeraa turte ta’uu ishee seenaan ni yaadachisa. Yeroo addaddaattis weerara diinota alaatiin itti aggaamamaa ture tokkummaadhaan of irraa qolachaa turte. Birmadummaa biyya kabachisuuf tokkummaan... Read more »

Maaskii seera osoo hintaane koronaa sodaaf haa godhannu

Saamraawiit Girmaatiin Dhiheenya kana dhimma hojiitiif magaalaa Adaamaa deemee yommuun deebi’uu walfalmii konkolaachisaafi imalaa fuuldura taa’u tokkotu na dinqe. Namni fuuldura taa’an kun tilmaamaan nama umuriin isaanii waggaa 50 caaludha. Jimaa qama’aa... Read more »

Paartiilee siyaasaafi haala ittifayyadama miidiyaalee

 Sinqinash Alamuutiin Miidiyaan filannoo bilisaafi haqarratti hundaa’e gaggeessuuf wayita duulli nafiladhaa taasifamutti  qajeelfamoota  sirna gabaasaafi rammaddii yeroo qilleensaafi fuula gaazexaa paartiileen fayyadaman Boordiin Filannoo Biyyaalessaa naamusa filannoo ilaalchisee bu’uura lbsii lakkoofsa 1162/2011,... Read more »