Abukaatummaa Itoophiyaa Dhaabbata Gamtaa Afrikaa hundeessuu hanga ‘NoMore’tti fuulla’e

Dursummaa Ispeeniifi Poorchugaaliitiin yeroo Awurooppaanonni Ardii Afrikaa guutuu sirna gita bittaatiin qabachuuf gara Afrikaatti duulan sana, gaafa immoo biyyoonni Awurooppaa dursa Afrikaa koloneeffachuuf duulan kunniin biyyoota Afrikaa hedduu koloneeffachuudhaan Ingiliiziifi Faransaayiin caalaman... Read more »

Oromiyaatti kadhatanii osoo hintaane; ajajanii tajaajila argachuu

Mootummaan fedhii ummataatiin filatame tajaajila ummanni irraa fedhu karaa gahumsaafi ittifufiinsa qabuun kennuuf dirqama qaba. Mootummaan dirqama ummanni irraa eegu karaa gahumsa qabuun bahachuuf, sagantaawwan siyaasaa, dinagdeefi hawaasummaa ummataaf ittiin waadaa galeef... Read more »

Oggaa waltaanu hunduu ni milkaa’aa

Ayyaanni Cuuphaa barana borumtaa waraanaatti, keessumaa wayita diinni alaa keessaa daboo walwaamee biyyatti roorrisaa turetti, akkuma otuma mortuun mortuu hortuun hordti jehdamu san duudhaa amantiifi hawaasummaa eegee haala ho’aafi miidhagaa ta’een nagaadhaan... Read more »

Jabduufi aarsaa Godina Saba Oromootti

Guyyichi guyyaa jimaataati. Hawaasni musliimaa xiqqaafi guddaan, dardaraan, uffata bareedaa uffachuun, qulqulluu ta’anii Masjiidatti walitti dhufaniiru. Waltajjii waloo kan torbee ykn kutbaa gochuun salaatu. Onkololeessa 26 bara 2014 guyyaa Jimaataa, Naannoo Amaaraa,... Read more »

Egaa ilmakoo; Saafoon Saafoo dhalcha atis Saafoo ta’i

Oromoon Itoophiyaa ijaaruu keessatti utubaadha gafa jennu sababiidhaani. Oromoon aarsaa ilmaansaa qaalii jiraachuu Itoophiyaatiif kaffalaa turaniifi har’as itti jiran ”abbaa lubbuu’’ isa jechisiisa. Oromoon goota afaanii osoo hintaane goota gochaa ta’uu dhiignisaanii... Read more »

Injifannoon tokkummaa lammiileetiin hinargamne hinjiru

Itoophiyaan sirna bittaa moototaafi atseewwanii akkasumas Dargiifi ADWUI keessummeessuun seenaa hedduu dabarsiteetti. Sirnoonni kunneen seenaa mata mataasaanii ittiin yaadaman qabu. Kan as dhihoo yoo ilaalle mootummaan ADWUI olaantummaa shororkeessaa ABUTiin biyyattii bulchaa... Read more »

Azmaarii gaafa farsoo Oromoo gaafa qabsoo

Baratu bade jennaan malee dur dur kan sirbu, kan geeraru, kan jeekkaru, kan filatu kan dibatu, lootii kan rarraaftu, goota ijji barbadaa qal’oo mudhiin zinnaaraa kan dhukaasee hindhabne, isa adda dhaabatuufi isa... Read more »

Carraan Itoophiyaa badhaateefi kabajamtuu uumuu lammiileeshii harka jira

Akkuma beekamu biyyi keenya Itoophiyaan waraana birmadummaa ishee eegsisuuf jecha dirqamtee itti seente keessa jirti. Waraanni nurratti baname garee tokkoon qofa akka hintaane taateewwan waraanicha keessatti mul’atan ragaadha. Duula baandota keessaafi humnoota... Read more »

“Wareegama kamuu kaffaluun birmadummaafi kabaja biyya keenyaa ni eegsifna” – Jiraattota Magaalaa Amboo

Wareegama barbaachisuu kamuu kaffa luun birmadummaafi kabaja biyya keenyaa ni eegsifna jedhan dargaggoonni, abbootiin Gadaa, abbootiin amantii, abbootiin qabeenyaa, haadholiin Siinqee, qeerroofi qarreen magaalaa Amboo. Akka dargaggoonni magaalattii jedha nitti, Itoophiyaa abbootiin... Read more »

Abbichuu nagaa nagaa

“Abbichuu nagaa nagaa qarreerra hinmarmaarinii; achittuu fayyaa nagaa qoreen sin waraaninii”. Walleen kun ummata Oromoo biratti daran beekama, jaalatamas. Artistoonni Oromoos ummatarraa fuudhuun mimmi’eessanii sirbaniiru, isa kanaafimmoo Artisti Abbabachi Daraaraa maqaa dhahuun... Read more »