YAADA
Finxaaleyyiin aantee hin qabdu jechuun ejjennoo motummaan qabatee jiruun bakka seensaa dhabanii kan jiran finxaaleyyiin dursanii baduu isaanii hubatan yeroo gara yerootti mira abdii kutannaatiin uummata nagaa shororkeessuu kajeelu. Tibba kana wayita... Read more »
Erga yeroo dhihoo as finxaaleessummaan gama garagaraan mul’atu hammaachaa dhufeera. Keessumaa finxaaleessummaan sabaafi amantii da’oo godhatanii socho’an ammo kaansarii tokkummaa ummata Itoophiyaa ta’aa jira. Sababa kanaan waldhabdeewwan garagaraa sabaafi sablammoota akkasumas amantiiwwan... Read more »
Mariin biyyaalessaa kan milkaa’u Itoophiyaanonni hundi qajeeltoo sirriifi abbummaan adeemsicha deeggaruu yoo danda’aniidha jechuun Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad kaleessa fuula feesbuukiisaanirratti ibsaniiru. Nutis yaada ibsasaanii akka armaan gadiitti qindeessineerra. Akkasaan... Read more »
“Warra bitaa mirgaan oduudhaan nu jeeqan dhiifnee xiyyeeffannaa keenya hojii misoomaarratti goonaan ummata keenya wajjin biyya keenya ni jijjiira” jedhan wayita misooma qamadii bonaa Shawaa Bahaatti misoomaa jiru daaw’atanitti. “Misoomni qamadiin bonaa... Read more »
Kutaa lammaaffaa Falli jiru falaasama saba keenyaa safuufi sirna Gadaatti deebi’uudha, iddoo hanqinni jiruttimmoo hayyootni, ‘Civil Society,’ abbootiin amantiifi Gadaa furmaata waara’aa itti barbaaduun itti dabaluudha. Kan armaan olii akkuma jirutti ta’ee... Read more »
Mariin Biyyaalessaa waldhabdeefi rakkoo nageenyaa biyya tokko mudate bifa walittifufiinsa qabuun furuuf kan adeemsifamuudha. Mariin biyyaalessaa kaayyoo yeroo gabaabaafi dheeraa kan qabu yoo ta’u, dhumarratti walhubannaafi jijjiirama waaraa fiduudha, yoo haalaan milkaa’emmoo... Read more »
Jechi gabaabbatee tarii ‘dha-l-oo ta’ jedhu kun waan salphaa sitti fakkaachuu mala. Garuu dhugaan addunyaa kanarra jiru tokkoofi guddaan dhimma jiraachuufi baduu biyyaafi hawaasa biyya tokkoo tasayyuu filannoo biraa hinqabne tokkichi dhimma... Read more »
Ijaarsi Piroojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa erga jalqabamee waggoota 11 lakkoofsiseera. Ijaarsi hidhichaa akka gufatuuf dhiibbaan biyya alaa kallattiilee gara garaatiin taasifamaa turus, kutannoo mootummaa keessumaa kan Ministira Muummee Abiyyi Ahmadiifi ummata... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Jijjiiramni siyaasaa waggoota afur dura qabsoo ummataatiin dhufe rakkoolee siyaasaa waggoota hedduuf biyyattii keessa turan ni fura jedhamee abdiin guddaan kan irratti gatame ture. Namni hundi rakkoofi fedhii dhuunfaa yookiin... Read more »
Torban darbe Itoophiyaan taateewwan olaanaa keessummeessuunshee ni yaadatama. Kunneenis walga’ii 40fa Mana Marii Raawwachiiftota Hojii Gamtaa Afrikaafi Yaa’ii 35fa Hoggantoota Gamtaa Afrikaati. Barana taateewwan kunneen teessoo gamtichaa kan taate Finfinneetti akka hinadeemsifamneef... Read more »