Dhimma ‘taraa’fi ‘taranyaa’

Jecha miidiyaarratti deddeebi’ee dhagahamuudha; ‘taranyummaa’; taraa. Jechichi Oromootti kan dhoobameedha. Bakka fidanii Oromoof kennan hinbeekamu. Dhalattooti Amaaraa biyya kana bara dheeraaf sirna miti dimokiraatawaan biyyattii kana bitaniiru. Hubadhaa bulchanii jiru jechaa hinjiru.... Read more »

“Daa’imummaankoo tola ooluurraa nan daangessu” Paarlaamaa Daa’immanii Oromiyaa

Saamraawiit Girmaatiin Hojiin tola ooltummaa qomoo, amantii, umurii, ilaalcha siyaasaafi kanneen biro ilaaluun kan hojjetamu miti. Namni waan nama ta’eef qofa rakkoo hawaas dinagdee isa tokkoo hiikuuf kan hojjetudha. Akkasumas, waan qabaatanii... Read more »

Tarkaanfiin seeraa ni fudhatama

Gabaa simintoo tasgabbeessuuf sochii taasifamu gufachiisuuf qaama socho’u irratti tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta’uu Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa ibsa tibbana baaseen eereera. Ibsichis kunooti; Mootummaan Naannoo Oromiyaa seeraan alummaa gabaa simittoo keessatti... Read more »

Alseerummaan iddoowwan hundatti alseerummaadha!

Gidduu kana karaa miidiyaalee garaa garaatin jechi haaraan ‘ukkaamfamuu’ jedhu afarfamaa jira. Kunis kan ka’uu danda’eef tarkaanfii mootummaan iddoowwan adda addaatti shakkamtootarratti fudhachaa jiruun walqabateeti. Akka lammii biyya tokkootti, seera tokko jala... Read more »

“Garichi saamichaaf malee qabsoof hindhalanne” -Koloneel Abbabaa Garasuu

Gareen Shororkeessaa Shanee qaama saamichaaf malee qabsoof dhalatee miti. Kanaaf lafa gahe hundatti qabeenya nama dhuunfaafi mootummaa saama jechuun Hogganaa Ittaanaan Biiroo Dhimma Nageenya Oromiyaa Koloneel Abbabaa Garasuu ibsan. Koloneel Abbabaan ibsa... Read more »

Namni maaliif biyyaa ba’a?

 Namni sababoota garagaraatiin biyyaa ba’uu danda’a. Rakkinni Biyya dhiisii manaayyuu nama baasa. Rakkataa biyyaa ba’eef ormatu maqaa baasa (undocumented immigrant/day-crosser, Refugees, illegal alien…) Diyaasporaan moggaasuma fooyya’eedha. Yeroo mootummaan keenna lammiilee biyyatti galchaa... Read more »

Marii biyyaalessaarraa abdii guddaatu eegama

 Maree biyyaalessaa Itoophiyaan gaggeessuuf jettu sirnaan milkoofnaan nageenya waaraawaafi badhaadhina itti fufiinsa qabu fiduuf Abdii guddaan akka jiru haayyonni kora qarannoo 6ffaa Yuunivarsiitii Mattuutti gaggeeffamerratti hirmaatan himan. Biyyoota addunyaa kanarratti mootummaa jiddugaleessaa... Read more »

Nama namaan gadii

 Jecha gaarii hinfakkaatu. Yaada fiinxalesummaa irraa dhufe fakkaata. Asirratti nama namaan gadii yoo jedhu nama namaa oliitu jira jechuumiti. Namatti jira. Namnii namaa gadismiti namaa olismiti. Nama. Namnii namaan gadii ammoo maqaaf... Read more »

Jireenyi hawaasummaa eessaa garamitti?

Jireenyi addunyaa kanaa aardii tokkorraa isa biraatti, biyyarraa biyyatti, naannoorraa naannootti darbees akkuma walirraa fageenya lafaatiin haallisaa garaagara. Garaagarummaan kunis kan aadaa, afaanii, duudhaa, amantii, haala jireenyaafi kkf kan of keessatti hammateedha.... Read more »

Akeeka finxaaleyyii kichuutti maseensuu

Ummanni Itoophiyaa naannolee adda addaatti argamu duudhaa waliin jireenyaa himameefii hinxumuramne hedduu qaba. Kaan otoo amantiifi afaaniifi achii dhufteensaa isa hindaangessiin gaa’elaan akkasumas duudhaalee akka hammachiisaa, moggaafi walkeessa galee wajjumaan jiraataa ture,... Read more »