Dudhaalee nagaan waliin jiraachuu mirkaneessan

 Duudhaalee tokkummaa keenya cimsuufi nageenya mirkaneessuuf gargaaran bu’uura godhachuudhaan yoo hariiroo keenya cimsanne rakkoolee nu mudatan salphaatti furachuu dandeenya. Nageenya, misoomaafi guddina biyya mirkaneessuu kan dandeenyu duudhaalee keenya waliiniitiin geggeeffamnee yoo waltaanee... Read more »

“Mootummaan yeroofi bakka kamittuu nageenyarratti dubbachuu eegaluuf qophiidha ”Koree Muummee Filmaata Nageenyaa

 Saamraawiit Girmaatiin Mootummaan rakkoo nageenyaa gara kaaba biyyattiitti mul’ate furuuf yaaliiwwan garagaraa taasisaa tureera; ammas taasisaa jira. Keessumaa miidhamni lammileerra qaqqabaa jiru hatattamaan hiikamuufi deggarsi namoomaa dafee isaan qaqqabuu akka qabu waan... Read more »

Kenna tajaajila si’ataa: Dhimma xiyyeeffannaa fedhu

 Ummanni mootummaarra tajaajila si’ataafi qulqulluu argachuuf mirga qaba, hoggansiifi ogeessi ammoo tajaajila ummanni barbaadu kennuuf dirqama qaba. Mootummaan tajaajila si’ataafi qulqullina qabu ummataaf kennuuf caasaaleesaa hanga dakaatti diriirsee hojjechaa jira. akkuma caasaalee... Read more »

Aabbo ija walirra buusan malee hinrafne, hojiirra jiru

 “Leenca riphe qamaleen waan rafe seeti” jedhe Oromoon; Aangoon dhiiga ilmaan Oromoo kumaatamaan dhufe isa itti dhiigee fideef injifannoo cululuqaa warqii caaludha; isa taa’ee barcuma hawwuufimmoo waan dhiichisaafi sirbaan dhufe itti fakkaatee... Read more »

Sagalee Musliimotaa waggoota 10 booda dhagahame

Maatiinshee gaa’ilasaanii keessatti kan horatan ishee qofaadha. Maatiisheetiif immoo bakka dhiiraas bakka dubartiis kan bu’u ishumaafi ishii qofaadha. Dubartiin umrii dargaggummaa reefu eegalaa jirtu tun Madrasaa Awwaliyaa iddoo barumsa amantii Islaamaa itti... Read more »

Baga milkooftan; Dhaloota oolmaa maatiifi biyyaa deebisu ta’aa

Waqtiin kun waqtii barattoonni hedduun ifaajanii baratanii gatii dadhabbiisaanii bara dheeraa, bu’aa dhamaatiisaanii, milkaa’inasaanii bu’aa bahii hedduu keessa darbanii fidan, firiisaanii kan halkan hirriba ittidhabanii guyyaammoo osoo boqachuufi bashannanuun itti bareeduu isa... Read more »

Ashaaraa Magariisaa: Wabii ittisa faalama qilleensaa

Addunyaarratti yeroo jijjiiramni haala qilleensaa dabalaa jiruufi jireenya dhala namaatti qormaata guddaa ta’aa dhufe kanatti, yeroo sababa mancaatii bosonaatiin dacheen qullaatti haftee duumessi samiirraa baqatee gammoojjummaan babal’achuudhaan hongeen sodaa guddaa uumaa jiru... Read more »

Mootummaan nageenya lammiilee eeguuf sa’aatii 24:00 hojjechaa jira

Manni Maree Bakka Bu’ootaa Ummataa walga’ii idilee 16ffaa bara hojii 1ffaa dheengadda taa’een yaadoonniifi gaaffileen garagaraa miseensotaan ka’aniif Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad deebii itti kennaniiru. Akkasumas bajatni bara 2015 ragga’eera.... Read more »

Pirojektota kuma 20fi 70

Mootummaan Naannoo Oromiyaa badhaadhina hundagaleessaa dhugoomsuuf rakkoowwan damdaneessa naannichatti mul’atan karaa ittifufiinsa qabuun furuuf karoora imala badhaadhinaa waggaa shanii baasee hojiitti hiikuun bu’aawwan qabatamaa galmeessee aantummaa ummatummaa qabatamaan mul’isaa jira. Ummanni naannichaa... Read more »

Milkaa’ina qormaata keessatti dhufe

Dajanee Bulchaatiin Torban darbe Ministirri Muummichaa Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad gaafilee adda addaa miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa irraa isaaniif dhiyaateef deebii kennaniiru. Gaaffilee kanneen hunda kaasuu baannus isaan keessaa muraasni;... Read more »