YAADA

Guyyoonni jahan baatii Qaam’ee bara 2015 haala adda ta’eeni kabajamee kan darbe. Guyyoota kanneeniif moggaasawwan adda addaa kennamuun ergaawwan ciccimoo akka haphee namatti qabachuu malaniin waa’elchamanii kabajamaniiru. Haaluma kanaan, Qaam’een 1 guyyaa... Read more »

Mootummaan naannoo Ormiyaa waggoota sadan darban pirojektii guddicha manneen barnootaa Ifa Boruu hojiirra oolchuunsaa ni beekama. Pirojektiin kunis kan naannicha keessatti qofa daanga’e hafu osoo hintaane naannoolee Gaambeellaa, Beenishaangul Gumuz, Affaariifi Somaaleetti... Read more »

Qaala’insa gatiif wantootni sababa ta’an hedduun jiraatanis hanga barbaadamuu ol maalaqni dinagdee biyyaa keessa kan nanaanna’u yoo ta’e qaala’insi jireenyaa haalaan hammeessa jedhanii; qarshii gabaatti gadi lakkifamuu hir’isuun qaala’insa jireenyaa mul’achaa jiru... Read more »

Ololli mindeeffamtoota miidiyaa hawaasaatiin hafarfamuufi daangaa hinqabne kan nama dinqisiisu ta’aa dhufeera. Keessumaa waa’een isa sagalee burcuqqoo kufeetiin bir’atuufi nahee gara lixu dhabuu oggaa waa’ee waraanaa keessa oolee hinbeeknee fagoo taa’ee duulchisaa... Read more »

Adeemsa hawaasa wajjummaa tokko ijaaruu keessatti miidiyaafi kominikeeshinii tarsiimawaan gumaacha ijoo qabu. Seenessa (barreeffama taatee tokkoo) kominikeeshinii tarsiimawaa ijoo (‘grand narrative’) biyyi ittiin hogganamtu. Miidiyaafi kominikeeshinii seenessa tarsiimawaa ijoorraa gore tattaaffii hawaasa... Read more »

Itoophiyaan biyya qormaatilee keessaafi alaan baroota keessatti ishee muudatan hunda injifannoon darbuun tokkummaa ishee eeggattee har’a geessedha. Tokkummaa jabaafi hariiroo cimaa qabaachuun saboota, sablammootaafi ummattootashee sababoota itti fufinsaafi bu’uura jabaa irratti ijaaramuushee... Read more »

Oromoon gaafa ilmaansaa eebbisu “dhalakoo biddeenni sihaabaatu” jedha. Biddeenni sihaabaatu jechuun maal jechuudha? jechuun keessan hin oolu. Oluma seenaa kunooti. Tibbana dhaabbilee barnoota olaanaa mootummaafi mitimootummaarraa barattoonni kumaatamaan lakkaa’aman eebbifamaa jiru. Guyyaan... Read more »

Akka biyyaatti manneen barnootaa sadarkaa idileen duraa, tokkoffaa, lammaffaafi dhaabbilee olaanoo dabalatee manneen barnootaa kumni 50 ol akka jiran ragaan Ministeera Barnootaa irraa argame ni mul’isa. Kanneen keessaa manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaafi... Read more »

Wiixata darbe ijoolleen Itoophiyaa kallattii afraniinuu jiran barii subii sa’aatii 12:00 irraa eegalee hanga galgala sa’a 12:00 kaayyoo walfakkaataadhaaf socho’aa turan. Daa’immman, dargaggoonni, dubartoonni, maanguddoonni miidhamtoonni qaamaa, dubartoonni garaatti baatan, kan ijoollee... Read more »

Tibbi gannaa amma keessa jiru yeroo waa’een qabeenya uumamaa kunuunsuu, biqiltuu dhaabuufi kanaan walqabatan bal’inaan ka’aafi irratti hojjetamaa jiruudha. Doktar Gammadoon hayyuu dhimmoota eegumsa naannawaa, lubbuqabeeyyii, biqiloota biyya keessaafi kkf irratti quuqama... Read more »