Charinnat Hundeessaatiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa humna hidhatee bosona keessa socho’uuf dhiyeenya kana waamicha aaraaraa dhiheesseera. Kunis kutattummaafi fedhiin mootummaan nageenyaaf qabu hangam olaanaa akka ta’e ifatti kan agarsiisu yoo ta’u, dhimmichi ummata... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Kutaa 2ffaafi xumurasaa Dubbistoota keenya kabajamoo maxxansa keenya torban darbeetiin matadureedhuma kana jalatti seensarraa ka’uun waa’ee mul’ata, ergamaafi duudhaalee Komishinii Marii Biyyaalessaa isin dubbisiisuu eegallee irraa bulfanne. Innis kunooti Waa’ee... Read more »
Kutaa qophiitiin Tibbana godinaaleefi bulchiinsota magaalaa adda addaatti konfaransiin nageenyaa dubartoota hirmaachise adeemsifameera. Konfaransicharratti yaadonni gara garaa ka’anii marii bal’aan nageenya biyyaa mirkaneessuurratti xiyyeeffatan ka’aa turaniiru. Konfaransichi dubartoonni haala qabatama biyyaa hubachuun... Read more »
Kutaa qophiitiin Qabeenya uumamaa kunuunsun dhaloota boruu biyya miidhadguufi jireenyaaf mijattuu dhaalchisuuf galaadha. Qabeenyi uumamaa kennaa uumaan lubbu qabeeyyii hundaaf kenne keessaa isa ijoofi itti fufiinsa jiruuf jireenya dhala namaatiif murteessaa ta’edha.... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Marii jilli hoggansa olaanaa Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu torban darbe jiraattota godinaalee Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaafi Qellem Wallaggaa wajjin dhimmoota nageenyaafi misoomaarratti Magaalaa Naqamtee, Gimbiifi... Read more »