Dhaamsa Bariisaa

Akka amantii kiristaanaatti seenaawwan Uumaan jalala dhala namaatiif qabu ittiin agarsiise keessaa tokko yeroo Yesus Kiristoos laga Yordaanositti harka Yohaannisitti cuuphameedha. Yeroo kanatti Yesus Kiristoos waantota dinqii sadii agarsiiseera; jaalalasaa, garraamummaafi ulfinasaa.... Read more »

Tarminaalli Buufata Xiyyaaraa Waaqoo Guutuu Godina Baalee Magaalaa Roobeetti qarshii biliyoona 1.1n ijaarame Dilbata darbe eebbifamee tajaajilaaf banaa taasifameera. Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa tajaajila geejjibaa qilleensaa biyya keessaa cimsuuf bu’uuraalee misoomaasaa babal’isaa akka... Read more »

Itoophiyaan waggaa waggaadhaan maallaqa olaanaa baasuun boba’aa alaa galchiti. Fakkeenyaaf bara 2015 boba’aaf doolaara biliyoona 4.1 baasteetti. Kunis biyyattiin galii doolaara biliyoona 4.4 alergii waggaarraa argattu keessaa harka caalu bittaa boba’aatiif oolchuushii... Read more »

Dhimmi fedhii misoomaafi ijaarsi nageenyaa dhimmoota addunyaa qoraa jiran keessaa warra ijoodha. Lamaanuu walsimanii deemuu baannaan sochiin guddina misooma biyyaa gama hundaan taasifamutu gufata. Rakkoolee gama kanaan dhufaniif biyyoonni guddinarra jiran daran... Read more »

Har’a jalabultii ayyaana Dhalachuu Gooftaa Yesuus Kiristoositti argamna. Har’i Mudde 26 bara 2017 yoo ta’u, ayyaanichi Mudde 29 bara 2017 sirnootaafi qophiilee adda addaatiin kabajama. Nutis, dubbistoota keenya amantii Kiristaanaa hordofan maraan... Read more »

Adeemsa ijaarsa biyyootaa keessaatti garaagarummaan yaadaa kan baratame ta’us walhubachuufi waldhaggeeffachuun garaagarummaa jiru mariidhaan furuun biyya ijaaruu keessatti biyyootni milkaa’an muraasa. Akka seenaan biyyoota adda addaa ibsutti garaagarummaan yaadaa gara walwaraanuutti ce’uudhaan... Read more »

Dachee biyya keenyaa gama hundaan badhaaterratti omishnee hiyyummaa injifachuun dirqama. Mootummaanis Itoophiyaafi ummatashii maraammartoo hiyyummaa keessaa baasuuf karoora imala badhaadhinaa qopheessee xiyyeeffannnoo olaadhaan hojjetaa jira. Imala badhaadhinaa keessaa karoorri badhaadhina maatii isa... Read more »

Mootummaan naannoo Oromiyaa ummanni naannichaa nagaan bahee akka galu, golli Oromiyaa iddoowwan hundattuu nagaa akka ta’uuf kutannoon hojjachaa ture; milkaa’innis argamaa jira. Kanaanis golli Oromiyaa gara nagaatti deebi’uu eegaluusaatiin walhubannoon uumameera. Waliigaltee... Read more »

Biyyoonni Addunyaa hedduun dhibdee keessoosaaniitti mudateef marii biyyaalessaan araara biyyaalessaa labsanii waloomaan nageenyasaanii waaressuun ijaarsa biyyaasaanii milkeessaniiru. Kanaanis fuulasaanii gara misoomaatti deebifachuun imala misoomaa jabeessanii dinagdeesaaniis bu’uura amansiisaarra dhaabaniiru. Biyyi keenya, Itoophiyaanis... Read more »

Wiirtuun misooma bu’uuraa qindaa’aafi mana iireenyaa Finfinnee, kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii, naannawa Koyyee Faccee, Galaan Gurraatti qarshii miliyoona 286.7n jiraattota magaalaa Finfinnee naannawa Kaazaanchiisii sababa misoomaatiin ka’aniif ijaarame Wiixata darbe bakka Kantiibaa... Read more »