Itoophiyaafi ummannishii baroota dhufaanii darbaniin sarbitoota mirgaafi saamtota maqaafi bifa jijjiirratanii, afaan damma dibatanii ittidhiyaataniin miidhaafi gidiraa argaa turaniiru. Kanatu wayyutu dhufe oggaa jedhamu hammeenya raawwatamuun kan caalu ta’ee argamuun dabaree... Read more »
Guyyaan kabaja ayyaana saboota, sablammootaafi ummattoota Itiyoophiyaa waggoottan darbaan kabajamaa turan bu’aawwan hin tuffatamne argamsiisanii jiru. Baroottan kurnaan darban keessa saboonnii, sablammoonniifi ummattoonni biyyattii waliigalteedhaan biyya tokkummaan demokiraatawaa ta’e keessatti mirkanaa’e ijaaruuf... Read more »
Injifannoowwan ammaan tana ummatoonni Itoophiyaafi olloonnishii kanneen akka Ertiraafaa dhandhamaa jiran kana ummatni Oromoo adda durummaan hidhannoo meeshaa waraanaa tokko maleedha irree tokkome, yaada mo’ataafi ilaafi ilaameedhaan kan argamsiise. Oromoon kaleessa hattootaafi... Read more »
Heerri Mootummaa Federaalaa Itoophiyaas ta’e kan Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa mirgoota dimokraasiifi namoomaa sadarkaa olaanaadhaan akka kabajamuu qaban qabiyyee heerota kanneenii keessatti iddoon bal’aan kannameera. Heerota kanneen wanti adda taasisu migoota nama... Read more »