Oromoon Gadaadhaan bula. Murtiin Abbootii Gadaas dhugaqabeessa. Oromoon abbootii Gadaa, sirnaafi duudhaa sirnichaa ni kabaja; Gadaan kan araaraafi tokkummaa waan ta’eef. Haaluma kanaan kallattii abbootiin Gadaa, Haadholiin Siiqqeefi hayyoonni akka sirna Gadaatti... Read more »
Itoophiyaatti filannoon biyyaalessaa 6fa bara dhufu kan gaggeeffamu yoo ta’u, gaaffiin ‘yaa dheeratu moo hindheeratiin’ jedhu bifa faashinii fakkaatuun dhiyaachaa jira. Sababni dheerachuufi haaluma sagantaa taa’een gaggeeffamuunsaa garuu sirnaan eeramee hanga har’aatti... Read more »
Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa daangaafi nageenyaa biyyattii mirkaneessuu bira darbee nageenya biyyootaa ollaa kabachiisuufillee wareegama olaanaa gahumsaan bahachuun beekama. Raayyichi gahumsaafi naamusa ittiin beekamuun nageenya daangaa biyyasaa eegsisuun gamatti miseensa humna kabachiisaa... Read more »
Biyya keenyatti mootummaan federaalaas ta’e kan naannolee eddii hoggansi haaraan gara aangootti dhufee otuma hudhaaleen adda addaa mudatanii tarkaanfiilee ciccimoo heddu fudhatamaniin bu’aalee abdachiisoon danuun ni ta’u jedhamanii hin yaadamne gama hundaan... Read more »
Oromoofi loon waliif fira, fira keessaallee fira dhiigaa. Oromoon loon kan horsiisuuf bu‘aa achirraa argatu qofaaf osoo hintaane, walitti hidhamiinsa cimaa isaan waliin qabaachuusaatiini. “Arriyyoo arriyyoo arroo boonaa kiyyaa, anaan haa lolanii... Read more »
Guyyoonni 305n darban Itoophiyaadhaaf guyyoota jijjiiramaa turan. Gaaffiileen lammiileen biyyattii haala hinbaramneen waggoota 27 gaafataa tura deebi’aafi imimmaan isaanii haqamaa jira. Guyyoota kanneen keessatti jijjiiramoonni karaa siyaas dinagdeefi hawaasummaa mul’atan ummatatti abdii... Read more »
Biyya kana keessatti ummanni Oromoo dachee qabeenya uumamaatiin badhaadhe qabu, duudhaafi aadaa gabbataa, seenaafi afaan gama hundaan guutamaa ta’e qabutti akka abbummaa qabeenyummaasaatti takkaa sirnaan fayyadamee hinbeeku. Sirnoota mootummaafi bulchiitota biyyattii hidhii... Read more »
Tibbana jaarsoliin biyyaa, abbootiin amantiifi bakka buutonni kutaalee hawaasaa biyyattii keessaa baba’an kuma tokkoofi 200 Finfinneetti walga’anii turan. Yommuu gara galma walitti qabamaniitti seenamu uffataa aadaa Oromoo dabalatee hundumtuu kan aadaafi amantiisaa... Read more »
Sirni Gadaa sirna bulchiinsa hawaas-dinagdeefi siyaasaa ummatni Oromoo baroota hedduuf karaa dimokraatawaa ta’een ittiin walbulchaa tureedha. Kunis dhalootarraa dhalootatti darbaa har’a kan gahe yoo ta’u, hawaasa addunyaafis keessumaa biyyoota lixaatiif akka bu’uuraafi... Read more »
Ummatoonni biyya keenyaa bara dhufaa darbaatti, sirnoota abbaa lafaa, cunqursitootaafi abbootii irree dabaree irratti walfuraniin gidiraa argaafi rakkoodhaan gadadamaa turaniiru. Lammiin Itoophiyaa biyya keessaafi alatti argamu gama hundaan miira abdii kutannaa keessa... Read more »