Dhaamsa Bariisaa

Itoophiyaatti balaawwan Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (DhFA) ka’umsa du’aafi sukanneessaa jedhee ramade keessaa tokko balaa tiraafikiiti. Balaa kanaaf sababii ijoon hanqina dandeettiifi naamusa konkolaachisaa ta’uu ammoo ogeesssonni damichaa irra deddeebiin eeru. Akka ragaa... Read more »

Boora’uun nageenyaa keessumaa waggoota lamaa sadii as manneen barnootaas ta’e dhaabbilee barnoota olaanaa naannolee adda addaa keessatti argamanitti mul’ataa jiru biyya raasaa jira. Hunkuramaa jiraachuun dhaabbilee barnootaa kun maatiis ta’e barattoota sadarkaa... Read more »

ADWUIn waggoota 27 darbaniif paartiilee biyyaalessaa naannolee afur qofa bakka bu’aniin paartiilee naannolee shanan ammoo alatti dhiisuun biyya bulchaa ture. Adeemsa kana keessa kan ofii dhiisee paartiilee maqaalee adda addaa naannolee guddatoo... Read more »

Haalli amma siyaasaa Itoophiyaa keessatti argaa jirru seenaan ofirra deebi’aa waan jiru fakkeesseera. Kunis bara ‘Zamana Masaafinti (Era of the Princes)’ jedhanii kan moggaasaniin walfakkaata. Zamana Masaafinti keessa wanni tahe Oromoo Walloottu... Read more »

Dhimmoota hoggansa mootummaa jijjiiramaa Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadiin durfamuun xiyyeeffannaa cimaa argatee irratti hojjetamaa jiran keessaa tokko waa’ee gaaffii ofiin of bulchuu saba Sidaamaati. Godinni Sidaamaa ammaan tana Naannoo Ummatoota Kibbaa jalatti... Read more »

Federaalizimiin sirna bulchiinsa mootummaa keessaa tokko yoo ta’u, biyya tokko keessatti sirna ummatni ofumaan of bulchuudha. Itoophiyaa dabalatee biyyootni addunyaa hedduun sirna kana hordofu. Gariin ammoo sirna mootummaa tokkummaawaatiin geggeeffamu. Biyyoonni sirna... Read more »

Akka haala qilleensaa biyya keenyaatti tibbi amma keessa jirru yeroo qonnaan bulaan bu’aa dhamaatiisaa ji’oota gannaa itti arguudha. Qonnaan bulaan wayitii gannaatti dafqee, dadhabee, bu’ee ba’ee, tamsaasee qotee, aramee, kunuunsee bu’aa dhamaatiisaa... Read more »

Tibbuma kana miidiyaa hawaasummaa ‘feesbuukii’ biyya keenyatti faayidaarra miidhaaf oolaa jiruufi summiin jibbiinsaa irratti facaafamurratti barreeffama, “Ani har’aa qabee feesbuukii waan gaarii qofaaf fayyadamuuf waadaa galeera, isinoo?” jedhu arginee turre. Anis dafee... Read more »

Ummanni Oromoo, duudhaa ilaafi ilaamee qabu, moggaasee ormayyuu qaamasaa taasifatu, kan beela’e nyaachisu, isa daare uwwisu, dheebotaa obaasuudha. Duudhaa sirna Gadaatiin guddaan eebbisee, xiqqaan ajajamee walkabajaan buluudha. Ummanni guddaan kun sirna waliin... Read more »
Wantoota namootnifi gareewwan hedduu motummaa ADWUI ittiin qeeqan keessaa inni tokkofi guddichi “siyaasa eenyummaa nutti fideefi biyya gosaan adda qoode” kan jedhuudha. Jarri kun akkas jechuusaaniitiif sababa mataasaanii kan qaban ta’us, dhugaa... Read more »