Dhaamsa Bariisaa
Dhahaa ykn kaalaandarii biyyi keenya hordoftuun bara 2011 guyyoota 362 dura simanneen moofaadha jennee geggeessuun bara 2012 akka haaraatti simachuuf guyyoota afur qofatu nu hafa. Akkuma ispoortessaan utaalchoo fegeessee utaaluuf duubatti deebi’ee... Read more »
Itoophiyaan haadha sabaafi sablammoota 83 olii yoo taatu jaarraa hedduuf ilmaanshii kana akka dhala gudeedaa osoo hintaane akka haadha biddeenaatti ija garagaraan ilaalaa biyya guddistedha. Haati ilmaan 83 olii Itoophiyaan; isa kaan... Read more »
Yunivarsiitii tokko keessatti barsiistuun muummee xiinsammuu barattoota isheetiif hojmanee kennuu barbaaddee hundisaanii dinnicha qabatanii akka dhufan ajajje. Dinnichicharratti maqaa namoota jibbanii barreessanii akka dhufan itti himte. Baay’inni dinnichaa fidanii dhufanii baay’ina namoota... Read more »
Ayyaanota amantii ka’umsa godhatanii aadaa ummatootaa calaqqisiisuun sirna ho’aadhaan dirreerratti waggaa waggaadhaan shamarraniin kabajaman keessaa tokko ayyaana Itoophiyaa Kaabaatti maqaawwan adda addaatiin garuummoo haala walfakkeenya qabuun baatii kana keessa kabajamu Ashandaa, Shadayi,... Read more »
“Faddaaltotatu faddaalaa wajjin walnuqunnamsiisa. Faddaalaatu qullubbii diimaa sadarkaa 1fa qarshii 21n, timaatimii qarshii saddeet (gatii oyiruurratti murameen) nu harkaa fuudha. Otuu faddaalaan jidduu hinseeniin kallattummaan fayyadamaa ta’uuf Finfinneetti dhiyeessuu yaallee hinmilkoofne”. “Faddaalaan... Read more »
Gidduu kana namoonni “Oro-phobia” qaban Magaalaa Finfinnee keessatti Afaan Oromootiin barsiifamuuf hojiin eegalamuunsaa irriba isaan dhowweera. Ofii hirriba dhabuu qofa osoo hintaane hojichi akka hinmilkoofneef shira xaxaafi munyuqaa jiru. Ittuu hojiin galmeessuu... Read more »
Kanneen indastirummaasaa mi’eeffatan hundi turizimii industirii aara hinqabne jedhanii waamu. Dhugaadhumatti kanneen turizimiin dinagdee, dinadgeen turizimiisaanii ta’eef akkana jedhanii yoo waaman nama hindinqu. Akka ragaaleen ibsanitti, biyyoota Kaaribiyaan, Paasifikii Kibbaafi biyyoota odoola... Read more »
Torban darbe mataduree kana jalatti hayyoota tokko tokko ilaalchisee taajjabbiin qabu siin dubbisiisuun eegalee irraa bulfachuu koo ni yaadattu. Taajjabbiin koo kutaan ittaanus kunooti. Sitaajjabe yaa saree yoo nyaattu dutaa bultaa yoo... Read more »
Ummatni Oromoofi Somaalee durirraa kaasee akka ummata tokkootti nagaafi jaalalaan waliin jiraachaa turan, jiraachaas jiru. Gammachuufi gadda qaban walumaan qooddachaa jiraatu. Waggoota muraasa darban asitti garuu shira hattootaafi kontirobaandistootaatiin hariiroon ummattoota obbolaa,... Read more »
Itoophiyaan biyya sirnoonni ofittoo jaarraa hedduuf mirga sabootaafi sablammiilee keessatti ukkaamsaa turan yoo taatu sirnoonni kunneen bulchiinsa ulee abaarsaa uummatatti fe’atan kanneen akka waan waaqarraa isaaniif kennameetti lakkaawwachaa sabaafi sablammii hiraarsaa turaniiru.... Read more »