Wixxirfannaa taasifamaa jirurra aanuuf tokkummaa sabboonummaa

Haalli amma siyaasaa Itoophiyaa keessatti argaa jirru seenaan ofirra deebi’aa waan jiru fakkeesseera. Kunis bara ‘Zamana Masaafinti (Era of the Princes)’ jedhanii kan moggaasaniin walfakkaata. Zamana Masaafinti keessa wanni tahe Oromoo Walloottu... Read more »

Murtichi murtii nagaqabeessa ta’ee akka xumuramuuf

Dhimmoota hoggansa mootummaa jijjiiramaa Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadiin durfamuun xiyyeeffannaa cimaa argatee irratti hojjetamaa jiran keessaa tokko waa’ee gaaffii ofiin of bulchuu saba Sidaamaati. Godinni Sidaamaa ammaan tana Naannoo Ummatoota Kibbaa jalatti... Read more »

Federaalizimii sabdaneessa akka qaroo ijaatti

Federaalizimiin sirna bulchiinsa mootummaa keessaa tokko yoo ta’u, biyya tokko keessatti sirna ummatni ofumaan of bulchuudha. Itoophiyaa dabalatee biyyootni addunyaa hedduun sirna kana hordofu. Gariin ammoo sirna mootummaa tokkummaawaatiin geggeeffamu. Biyyoonni sirna... Read more »

Gumbiin guutuu akka ta’uuf…

Akka haala qilleensaa biyya keenyaatti tibbi amma keessa jirru yeroo qonnaan bulaan bu’aa dhamaatiisaa ji’oota gannaa itti arguudha. Qonnaan bulaan wayitii gannaatti dafqee, dadhabee, bu’ee ba’ee, tamsaasee qotee, aramee, kunuunsee bu’aa dhamaatiisaa... Read more »

Koottaa wabii nageenyaa haa taanuu

Tibbuma kana miidiyaa hawaasummaa ‘feesbuukii’ biyya keenyatti faayidaarra miidhaaf oolaa jiruufi summiin jibbiinsaa irratti facaafamurratti barreeffama, “Ani har’aa qabee feesbuukii waan gaarii qofaaf fayyadamuuf waadaa galeera, isinoo?” jedhu arginee turre. Anis dafee... Read more »

Akeekni aggaammichaa si’aayinaan qulqullaa’ee ummataaf ibsamuu qaba

Ummanni Oromoo, duudhaa ilaafi ilaamee qabu, moggaasee ormayyuu qaamasaa taasifatu, kan beela’e nyaachisu, isa daare uwwisu, dheebotaa obaasuudha. Duudhaa sirna Gadaatiin guddaan eebbisee, xiqqaan ajajamee walkabajaan buluudha. Ummanni guddaan kun sirna waliin... Read more »

Siyaasa Eenyummaa xiqqeessuun kan gosaa fakkeessuun; laga hinceesisu

Wantoota namootnifi gareewwan hedduu motummaa ADWUI ittiin qeeqan keessaa inni tokkofi guddichi “siyaasa eenyummaa nutti fideefi biyya gosaan adda qoode”  kan jedhuudha. Jarri kun akkas jechuusaaniitiif sababa mataasaanii kan qaban ta’us, dhugaa... Read more »

Walitti makamichi hojmaata iftoomina qabuun haa deggaramu

Biyyi keenya waggoota 28 darbaniif dhaaba siyaasaa ADWUI jedhamuun hogganamaa kan turte yoo ta’u, sirna dimokraasii babal’isuuf keessumaa dhaabbileen dimokraasii akka hundeeffaman gochuun, miidiyaaleen sagalee ummataa ta’anii akka tajaajilaniif  hundarra ammoo sirni... Read more »

Guyyaa xiiqiin jaarsa dargaggoomsite gaafa morkii kan injifannoo

Guyyaa dadhabbiin humna cimaa caale, guyyaa beelli  quufa dachaa ta’e, gaafa rakkoon gaddisiisuu dhiisee ummata gammachiise, guyyaa namni bishaan dhugee daandiirra buluu filate guyyaa murannoo, guyyaa xiiqii. Waamicha sabaatiif sabni bal’aan awwaatee ... Read more »

Guyyaa alaabaa caalmaa yaadaatti amanaa haa kabajnu

Gaazexaan Bariisaa maxxansasaa torban darbeetiin waa’ee halluu alaabaaAbbaa Gadaarratti  gurraachi Oromoon gurraacha Waaqnis gurraacha, diimaan dhiigaafi foon Oromoo, adiin ammoo lafee Oromoo ykn nageenya kan agarsiisu ta’uu dubbisiisee ture. Alaabaan kun hiika... Read more »