Dhaamsa Bariisaa
Ministeerri Saayinsiifi Barnoota Olaanaa haaluma yaada gorsaa kallattii barnootaafi leenjiirratti eerameen bara barnootaa 2012tti barattoota waggaa tokkoffaatiif sagantaaleefi koorsoonni bocamanii yunivarsitiiwwan mootummaatti kennamaa jiru. Koorsiiwwan semistara jalqabaatti gara hojiitti seenan beekumsa, dandeettiifi... Read more »
Dhaabbileen barnoota olaanaa bakka abdiin eegeree itti qaroomee bahuudha. Dhaloonni bakka kanaa beekumsa waraabbate bahe fooyya’ina, jijjiiramaafi guddina ofii, maatii, hawaasaafi biyyasaatiif gumaacha guddaa qabaata. Dhaabbileen barnoota olaanaa dhaloota beekumsaan, teknolojiidhaan, saayinsiifi... Read more »
Erga Finfinneen hundooftee kaasee qonnaan bultootni Oromoo, keessa magaalittiifi naannawaashii jiraatan boqonnaas ta’e itti quufinsa argatanii hinbeekan yoo jedhame dubbii arbeessuu hinta’u. Ummatni Oromoo bu’uureffamuu magaalattii dura ture eenyummaasaa jechuunis seenaa, aadaa,... Read more »
Biyya keenya, Itoophiyaatti kaleessa seenaa guddaan tokko raawwatameera. Innis saatalaayitiin ‘ETRSS-1’ /Ethiopian Remote Sensing Satellite/ jedhamu ‘China Academy of Space Technology- CAST’) wajjin ta’uun gara hawaatti furguggeeffame. Saataalaayitiin maakiroo kiiloo giraama 70... Read more »
Namni badhaasa noobeelii eegale lammii Suwiidiniifi ‘Alfred Nobel’ jedhamu ogeessa keemistirii yoo ta’u, ofiisaatiif nama nagaa ta’uyyuu, ogummaansaa guddaan meeshaalee dhuka’oo hojjechuu waan ta’eef eebbaafi dhaadhessa dandeettii isaan gitu hinarganne. ALA bara... Read more »
Aadaa Oromoo keessatti jaarsi hammatee, bokkuufi eeboociibsee, kan dogoggore gorsee, kan jallate soroorsee, kan dhiiga namaa dhangalaase adabee, kan miidhame waldhaanee ykn waldhaansisee araaraafi qabbana buusuun waanuma jirudha. Aadaafi duudhaa Oromoo keessatti... Read more »
Shaampiyoonaa paartiilee siyaasaa, isa walakkaa xumuraa bira darbee nuusa xumuraatti seenaa jiru, kan guyyaa geebaatiif ji’ootni muraasni hafan, guyyaa geebaa guyyaa eebbaa! Gaafa isa dorgomicha mo’ateef gammachuu isa mo’ameef immoo gadda guyyaa... Read more »
Itoophiyaatti balaawwan Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (DhFA) ka’umsa du’aafi sukanneessaa jedhee ramade keessaa tokko balaa tiraafikiiti. Balaa kanaaf sababii ijoon hanqina dandeettiifi naamusa konkolaachisaa ta’uu ammoo ogeesssonni damichaa irra deddeebiin eeru. Akka ragaa... Read more »
Boora’uun nageenyaa keessumaa waggoota lamaa sadii as manneen barnootaas ta’e dhaabbilee barnoota olaanaa naannolee adda addaa keessatti argamanitti mul’ataa jiru biyya raasaa jira. Hunkuramaa jiraachuun dhaabbilee barnootaa kun maatiis ta’e barattoota sadarkaa... Read more »
ADWUIn waggoota 27 darbaniif paartiilee biyyaalessaa naannolee afur qofa bakka bu’aniin paartiilee naannolee shanan ammoo alatti dhiisuun biyya bulchaa ture. Adeemsa kana keessa kan ofii dhiisee paartiilee maqaalee adda addaa naannolee guddatoo... Read more »