Dhaamsa Bariisaa
Kutaa 2fa Dubbistootaa, maxxansa keenya torban darbeetiin mataduree kana jalatti Itoophiyaan dachee sabaafi sablammii, haadha amantiilee kumaatamaa, deessuu aadaafi duudhaalee garagaraa ta’uushii ka’umsa godhachuun waan amantii fakkaatee deemaa jirurratti taajjabne isin dubbisiisnee... Read more »
Biyyi keenyaafi ummannishii barana cidha guddaa tokkoof qophiirra jiru, cidha filannoo. Paartiileen siyaasaas cidha filannoo marsaa jahaffaa kanarratti qooda fudhachuuf gamanumaa tattaaffii eegalaniiru. Tokko tokko sagantaasaanii deggartootasaaniif ibsaa jiru. Filannoon baranaa waadaa... Read more »
Dachee sabaaf sablammii, haadha amantaa kumaatamaa,deessuu aadaaf duudhaa garagaraa Itoophiyaan biyya hirmaannaa ilmaansheen ijaaramteedha malee kan saba tokkoo miti. Kanaafuu kabajniif ayyaanonni gara garaa ibsituu sabaaf sablammiilee biyyattii yeroo garagaraatti gaggeeffamu.Kanaafisayyaanota kanneen... Read more »
Biyya keenyatti yaadni ‘himachuurra himatamuu wayya’ jedhu irra deddeebiin dhagahamaa ture. Yaadni abdii kutannaa of keessaa qabu kun bu’aa ba’ii hamaa tajaajila abbaa seerummaa keessatti mudataa turerraa kan madde ta’uun ni beekama.... Read more »
Sirna walqixxummaafi walabummaa, sirna dhugaa, aadaafi duudhaa Oromummaa ganamaa sirna gadaa Oromoo, eenyummaa Oromootaafi madda qaroomina sabichaa. Daa’ima waggaa sagalii bor adeemsa barbaachisu keessa darbuudhaan yemmuu guddatetti saba kana bulcha jedhamee abdiin... Read more »
Dhimma Ameerikaafi Iraan yeroo tokko qorraa yeroo kaan immoo ho’aa addunyaaf bowwoo erga ta’ee oolee buleera. Iraan omisha Niwukilarii gaggeessaa jirti jechuudhaan yeroo mara kan himattu Ameerikaan, ofiisheetii niwukularii hidhattee Iraaniin immoo... Read more »
Barri barnootaa baranaa nagaan jalqabamee nagaan akka xumuramuuf mootummaan hawaasa wajjin ta’uun yeroo kamuu caalaa wayita gannaa qophii haalduree cimaa gochaa tureera. Seerotaafi danbiiwwan adda addaa baasuunis tattaaffii guddaan taasifameera. Ta’us akkuma... Read more »
Gaafa Addunyaan waa’ee dimokiraasii quba hin qabnetti, yeroo qaroominni ammayyaa hin jirretti Ardii dukkanooftuu keessaa sirni ifaa Gadaan mul’ate. Sirna bulchiinsaa haaraafi dimokiraatawaa ta’e kana ummattoota addunyaatiif kan gumaache ummanni ardii dukkanooftuu... Read more »
Hojii misooma sululaafi kunuunsa qabeenyaa uumamaarratti hirmaachuufi misoomsuun dhaloota egeree magariisummaa dhaalchisuudha. Biyya keenyatti hojii misooma sululaafi kunuunsa qabeenya uumamaa irratti xiyyeeffatamee hojii gabbina biyyoorratti hojjechuun erga eegalame waggoonni muraasni lakkaa’amaniiru. Biyya... Read more »
Filannoo biyyaalessaa barana Itoophiyaatti adeemsifamu sababeeffachuun Abbaan Taayitaa Birodkaastii Itoophiyaa, Yunivarsitiin Finfinneefi ‘UNESCO’n wajjummaan dhiyeenya kana Adaamaatti gaazexeessitoota miidiyaalee gara garaa irraa walitti babba’aniif leenjii kennaniiru. Filannichi naga qabeessa, dimokraatawaafi bilisa gochuu... Read more »