Dhaamsa Bariisaa
Umriikoo keesstti kaniin dhaga’aafi argaa guddadhee ummanni Itoophiyaa gara laafeessa, kan waliigadduufi yaaduu ta’uusaati. Kan qabuu walii qoodee waliin nyaateefi uffate yommuu jiraatudha. Gaddaafi gammachuusaas afaan, saala, qomoofi amantiin osoo wal hinqoodiin... Read more »
Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) sadarkaa addunyaatti yeroo 109faf, akka Itoophiyaatti ammoo yeroo 44faf bor kabajama. Kabajamuun guyyichaa mirgi namummaafi dimokiraasummaa dubartootaa akka kabajamu taasisuu, kabajaafi faayidaa isaaniif malu akka argatan gochuurratti... Read more »
Dubartoonni uumamaan dhiirotarra waan ittiin xiqqaatanis ta’en ittiin gadi ta’an hinqaban. Waaqni gaafa isaan uume akkuma dhiiraa qaamaafi sammuu guutuudhaan uume. Ogummaaf hubannaadhaan isaan caalchisee akka uume ragaaleen illee ni mirkaneessu. Kana... Read more »
Walloon gosa Oromoo Karrayyuu damee Baareentuuti. Sabboontota Oromoo eenyummaasaaniitti boonan aadaafi duudhaasaanii haalaan eeggataniifi wiirtuu hawwata tuurizimiiti. Darbees haadha gootota kan akka Warqituufaas deessedha. Sabboonummaa Oromoon Walloo qabu dhiibbaa sirnootaaf osoo hinjilbeeffatiin... Read more »
Waggaa 124 dura wayita faashiist Xaaliyaaniin Itoophiyaa weerare turetti, gootonni biyyattii meeshaa aadaa hidhatan kallattii arfaniin yaa’uun waraana meeshaa ammayyaa hidhatee dhufe injifachuun seenaa hindagatamne galmeessisaniiru. Ummatni Itoophiyaa birmadummaan biyyasaanii tuqamuun isa... Read more »
Nageenyi, nama dhuunfaaf, maatiif, hawaasaafi biyyaaf dhimma daran barbaachisaafi murteessaadha. Haalonni jireenyaa mijaa’oofi fayyaalessi kan itti dhugoomeefi qabsoo dhalli namaa jireenyasaa guyyuu mo’achuuf ofiisaafi uumama wajjin taasisu milkeessuu keessatti nageenyi bakka olaanaa... Read more »
Seera uumamaa ta’ee; bineensonni tokko tokko wayita umriin dullooman irra deebiin muuxachuun ykn of haaressuun dargaggoomanii kaayyoofi hawwiisaanii kan milkeeffatan yoo ta’u isaan keessaa bofaafi risaa kaasuun ni danda’ama. Bofti akkuma dulloomeen... Read more »
Akka dhaabbatni Gargaarsa Misooma Bishaan Itoophiyaa (‘Water Aid Ethiopia’) jedhamu yeroodhaa yerootti gabaasa qorannoosaa dhiyeessutti, hanqinni bishaan dhugaatii qulqulluu jiruufi jireenya hawaasa idiladdunyaa balaawwan adda addaatiif saaxilaa jira. Itoophiyaa keessattis lammiileen dhibbantaa... Read more »
Yeroo baay’ee Itoophiyaa keessatti seeroonniifi qajeelfamoonni fayyadoodha jedhaman ni ba’u. Dhugumammoo qajeelfamoonni ba’an harki caalaansaanii yommuu ba’an waraqaarratti miidhagina kan qabaniifi ummataaf faayidaa olaanaa kan buusaniidha. Ta’us gara raawwiitti yommuu dhufamu hanqina... Read more »
Ministirri Muummee Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad haasaa jalqabuma bara kanaarratti taasisaniin “Hojjennee rivaanii kunna malee abduu hinkunnu jedhanii turan. Doktar Abiyyi jechasaanii kana sirna eebbaa Pirojektii Maddisiisa Elektirikii Gannaalee Daawwaa Kibxata... Read more »