Federaalizimii sabdaneessaan ala sirni mootummaa tokkee amala fafeeti

Waasihun Takileetiin Amaloonni fafee kanneen akka tamboo xuuxuu, jimaa qama’uu, gaanjaafi shiishaa xuuxuu, hanna, saamichaafi waliindhahuufaa yoo ta’an, sirna hirkattummaa fiwudaalizimiifi sooshaalizimii Itoophiyaa golgoleessaa tures kan hammatuudha. Amaloonni fafee hirkattummaa babal’isuu, olaantummaa... Read more »

Olaantummaa seeraa kabachiisuun cimee ittifufuu qaba

Olaantummaa seeraa kabajuufi kabachiisuun mallattoo lammii qaroomeeti. Hojiin olaantummaa seeraa kabachiisuu qooda hojii qaama tokkoo ykn murtaa’ee otoo hintaane kan saba bal’aafi nagaadhaan ba’ee galuu jaalatuufi hawwuuti. Keessumaa yeroo ammaa biyyi keenya... Read more »

Dhugumatti raayyaa keenyaaf kabajaafi galata

Raayyaan Ittisaa RFDI ergama birmadummaa biyyattii mirkaneessuun gamatti nageenya biyyoota ollaafi dhibantoota biroo akka dhugoomsuuf kennameef ga’umsaafi naamusa olaanaadhaan raawwachuun maqaa guddaa qaba. Raayyaan kun Somaaliyaatti akkasumas Sudaan Kibbaatti humna kabachiisa nagaa... Read more »

Siyaasa Lagannaafi Baqannaa

“Tarsiimoo qabsoon” Oromoo ittiin beekamaa, ittiinis jeeqamaa dhufe, kan waggoota dheeraa nu waliin ture, har’as “tarsiimoo” qabsoo ta’ee fudhatamee jiru “Siyaasa Lagannaafi baqannaati”. Siyaasni lagannaafi baqannaa siyaasa jibbaafi jibbisiisuurratti hundaa’eedha. Meeshaansaa immoo... Read more »

Oromoof qabsaa’aa Oromoo hiraarsuun aadmale

Jaalannus jibbinus jijjiiramniifi injifannoon amma keessa jirru kun kan Oromooti. Keessumaa olaantummaan murna ABUT irratti fudhatame Oromoof, injifannoo Oromoon Aduwaatti galmeessise caalaas seenaa keessatti bakka guddaa qaba. Hoggansi siyaasaafi waraanaa nuyi. Yeroo... Read more »

Qabeenya ofiitti fayyadamuun dhimma birmadummaati

Itoophiyaan laga Abbayyaa hidhuuf sirnoota mootummoota darbaniirraa kaastee karoorsaa turtus sababa guddinni dinagdeeshee gadaanaa ta’eef milkaa’uu hindandeenye. Adeemsa yeroo dheeraa booda garuu qabeenyashii kana hidhuuf bara 2003 jalqabdee yeroo ammaa kutannoofi onnee... Read more »

Biqiltuu dhaabuun lubbuu ofii haaromsuudha

Addunyaarratti ardiin Ameerikaa Kibbaa bosona uumamaan badhaatuudha jedhameeti dubbatama. Bosonichi baldhinaan kan argamu Biraaziil keessatti yoo ta’u,  Boliviyaa, Kolombiyaa, Firaansi Guyaanaa, Surmaan, Peeruu, Ikuwaadoriifi Veenzhuulaa kan daangessuudha. Sulula Amaazoon keessatti baldhinaan kan... Read more »

Heerri hiikamuuf jiru hiika qabaachuu qaba

Afoolli dubbii mi’eessa, dubbii fida, dubbiis fixa ykn guduunfa waan jedhamuufan afoolaan  jalqabee na oofkalchaa. Dur dur bara heerri guutummaatti barreeffamaan hinturretti namoonni mala aadaatiin walbulchaafi dubbii walii waliisaanii xumuraa turan. Adeemsa... Read more »

Iid Alfaxir maaddii qooddachaafi of eeggachaa

Jiini Ramadaanaa hawaasa Musliimaa biratti kabaja guddaa qabu barana yeroo vaayirasiin koronaa addunyaa raasaa jirutti dhufee kan darbe. Ulaagaalee guguddoo shanan amantichi irratti bu’uureffame keessaa soomanni baatii Ramadaanaa isa tokkoofi ijoodha. Waaqaaf... Read more »

Dorgommii siyaasa koronaa; aangoo dheereffachuufi qaxxaamuraan qabachuu

Yeroo addunyaan qormaata yeroo jalqabaatiif jaarraa tokko keessatti ishee qunnameen qoramaa jirtu kanatti, wayitii  olaantummaan sadarkaa guddinaa dinagdee lubbuu namaa baraaruu dadhabetti, yeroo qabaataafi dhabaan yoom dhibee kanaan qabamaafi lubbuunis dhabamaaf osoo... Read more »