Dhaamsa Bariisaa

Wangeelliifi Quraanni amantoonni lammilee harka qalleeyyii akka deggaraniif fakkeenyaan barsiisa. Gooftaa Yasuus Kiristoosis ta’u Ergamaan Mohaammad namoonni yommuu lafa kanarra jiraatan kan qaban irraa qooduun namoota dadhaboo, maanguddoota, harka qalleeyyii, daa’imman maatii... Read more »

Oromoon gaanfa Afrikaatti saba guddaa dinagdee, hawaasummaafi siyaasaan milkaa’ee jiraachaa kan ture ta’uu ragaaleen gara garaa ni agarsiisu. Milkaa’inootasaa keessaa sirna Gadaa bulchiinsa hundee dimokiraasii ofiif kalaqate akka fakkeenyaatti fudhachuun ni danda’ama.... Read more »

“Ce’umsa siyaasaa karaa nagaa Bitootessa 24 dhugoome bu’uura cimaarratti ni ijaarra. Bitootessi 24 siidaa bilisummaa Itoophiyaanotaati. Federaalizimii sabdaneessaa akka qaroo ija keenyaatti ni eegna. Tokkummaa keenya cimsuudhaan fedhii diinota keessaafi alaa ni... Read more »

“Dhaloonni dinagdeen of humneesse ni injifata” kun jecha hayyotaati, qeerroofi qarreen Oromoo warraaqsa qabsoo siyaasaa guutuu Oromiyaatti taasisaa turaniin sirna abbaa irree uummata bal’aa cunqursaa ture hundeedhaa buqqisuun mootummaan jijjiiramaa Itoophiyaaf aara... Read more »

Waamichi araaraa qaama hidhatee bosona jiruuf ji’a tokko dura gama mootummaatiin taasifame lammiilee biyyattiitti keessumaa kanneen boora’uu nageenyaatiin miidhaa hamaaf saaxilaman bu’aa waamicha kanaa abdii cimaadhaan eeggachaa turaniiru, jirus. Hayyoonni siyaasaa, abbootiin... Read more »

Nagaa gadheen, waraanni gaariin hinjiru. Nagaan yoomiyyuu gaariidha. Waraanni yoomiyyuu gadheedha. Utuma mo’annaan jiraatteellee waraanni gadheedha; waan namni ajjeefamuuf. Faayidaan nama ajjeesaa argamu hinjiru. Waraanni hinxumuramne akka bishaan gingilchaati. Dirqama ta’ee waraanni... Read more »

Aanaan Jiillee Dhummuugaa Godina Addaa Saba Oromoo keessatti kan argamtu yoo taatu, magaalaan ishee Sanbateedha. Gandoota gammoojjii aanichaa keessatti jallisiin qamadii omishuun takkaa yaalamuu miti yaadamee hinbeeku. Duula hirkattummaafi eeggattummaa dhabamsiisuun dhaloota... Read more »

Lubbuu dhala namaa baraaruun, dhalli namaa sabababoota dhibee garaa garaatiin akka hin hubamneefi sababa kanaan immoo jiruufi jireenyi hawaasummaasaa akka hin boorofneef, waaqaa gaditti nama olitti hiree lubbuun jiraachuu dhala namaa kan... Read more »

Qaala’inni jireenyaafi gatii akkuma biyyaattuu cimee kan mul’atu ta’ullee keessumaa Finfinneetti daran ol ka’uun dhimma ifatti mul’atuudha. Keessumaa ji’oota lamaan darbanitti gatiin xaafiifi midhaanota kaanii haala kanaan dura mudatee hinbeekneen daran qaala’eera.... Read more »

Oromoon ummata jijjiiramni amma keessa jirru kun akka dhufuuf barootaaf of kennee qabsaa’e, kanaanis wareegama qaalii kanfaledha. Ta’us keessumaa waggoota afran darbanitti aarsaa hamaa tasumaa ta’uu hinmalle kanfaleera. Hammeenya murnoota maqaa qabsootiin... Read more »