Sirna kenniinsa qormaataa cimee ittifufuu qabu

Biyya keenyatti keessumaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa haala sirnaafi naamusasaa eeggateen kennuun matumasaatiin qormaata olaanaa ture. Sababuma kanaan hanna dabalatee alseerummaawwan adda addaa teknolojiidhaan deggaraman bal’inaan raawwatamaa turaniiru. Gocha badaa kanaan dhaloonni... Read more »

 Baga gammaddan

Ammaan tana dhaabbileen barnoota olaanaa biyya keenyatti argaman barattootasaanii eebbisiisaa jiru. Keessumaa eebbi baranaa kanneen yeroowwan darbaniirraa adda; bara qormaanni bahumsaa dameelee barnootaa hundaan haala naamusa qabeessa ta’een ittikennamuu eegale waan ta’eef.... Read more »

Dhaabbii biqiltuu miliyoona 500 irraa hinhafamu

Itoophiyaan Wiixata dhufu cidha guddaa qabdi; cidha dachee bosonni irraa golgolaa’e deebisanii magariisa uwwisuu. Itoophiyaan keessumaa waggoota shanan darbanitti moggaasa ashaaraa magariisaa jedhuun marsaa jalqabaatiin biqiltoota biliyoona 25 dhaabdeetti. Marsaa lammaffaa barana... Read more »

 Bu’uura milkaa’ina keenyaa, nageenyaaf haa dursinu

Bu’uurri waa hundaa nageenya ta’uun dhimma walnama falmisiisu miti. Yoo nageenyi jiraate misoomni, guddinni, milkaa’inniifi badhaadhinni jiraata. Faallaasaatiin yoo nageenyi hinjiraanne homtuu hinjiru. Nageenyi nama dhuunfaarraa kaasee hanga biyyaatti dhimma murteessaafi barbaachisaadha.... Read more »

 Pirojektota kallattii misoomaa naannichaa agarsiisan

Mootummaan Naannoo Oromiyaa keessumaa waggoota shanii as waggaa waggaadhaan pirojektota hedduu barootaaf gaaffii ummataa turan hojjechuun deebii kennurratti xiyyeeffatee hojjetaa jira. Pirojektonni xumuramaa jiranis erga hojjetamuu eegalanii kanneen waggoota dheeraa lakkoofsisaniifi sababoota... Read more »

Qophii xiinsammuu milkaa’inaafi qabxii gaariif

Barana barattoonni dhaabbilee barnootaa olaanaa dhuunfaafi mootummaatti digirii jalqabaatiin xumuruuf jedhan qormaata ba’umsa yunivarsiitii (‘Exit Exam’) akka fudhatan murtaa’ee qophiin barbaachisu xumuramaa jira. Qormaatichi Adoolessa 3-8, bara 2015 guutummaa biyyaatti kan kennamu... Read more »

 Deebisanii ijaaruu maddiitti…

Naannolee adda addaa biyya keenyaatti sababoota walitti bu’iinsaatiin lubbuun namaa hedduun darbeera, kuun miidhaawwan akaakuuwwan gara garaatiif saaxilamaniiru; bu’uuraalee misoomaa dabalatee qabeenyi guddaanis barbadaa’eera. Naannawawwan sababa walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii ijaaruufi hidhattoota... Read more »

 Egeree keenya har’a haa dhaabnu

Matadureen kun yaada ijoo sagantaa Ashaaraa Magariisaa boqonnaa lammaffaa dheengadda jalqabameeti. Boqonnaan jalqabaa biqiltuuwwan biliyoona 25 ittiin dhaabamanii milkaa’eera. Marsaa lammaffaatiinis Itoophiyaan biqiltuuwwan biliyoona 25 ni dhaabdi. Ashaaraan magariisaa hambaa dhalootatti darbuudha.... Read more »

 Waan facaasan hammachuuf dhiyeessii xaa’ootiif xiyyeeffannaa

Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Abbichuufi Nya’aatti, Qonnaan Bulaa Ganda Dirmaa yaada tibbana Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin barana dhiyeessiin xaa’oo boodatti harkifachuufi hanqachuun yaaddoo guddaa keessa isaan galchuu eeru. “Bardheengaddaa yeroo akkanaatti xaa’oofi sanyii... Read more »

 Hirmaattummaa:Ibsituu aadaa dimokraasii

Akka barsiisni bu’uuraa sirna dimokraasii ibsutti, hirmaattummaan hawaasa tokkoof utubaa aadaafi barsiifata dimokraasiiti. Biyya keenya Itoophiyaatti, dura bu’oota siyaasaafi yaadamaa akkasumas kutaalee hawaasaa jidduutti dhimmoota bu’uuraa biyyaalessaarratti adda addummaan yaadaafi waliigaluu dhabuun... Read more »