Irreechi Irreecha milkii haa ta’u!

Har’i guyyaa ayyaana Irreecha Hora Finfinnee yoo ta’u, boru ammoo kan Hora Harsadee waan ta’eef ummanni Oromoofi saboonni biyyattii marti baga ittiin isin ga’e. Oromoon ummata aadaafi duudhaa gabbataa, sirna bulchiinsaa Gadaa... Read more »

 Irreecha, Asxaa tokkummaafi obbolummaa

Ummanni Oromoo ummata guddaa falaasama sirna Gadaa bocachuun ittiin walbulchaa ture, ummata itita aadaa, safuufi duudhaa qabuudha. Guddummaan Oromoo baay’ina qabaachuu qofa osoo hintaane falaasama gabbataa sirna Gadaa jiruufi jireenya dhala namaa... Read more »

 Ayyaanonni addababa’ii madda duudhaa obbolummaa qofa ta’anii ittifufuu qabu

Ayyaanonni amantiifi ummataa adadaaba’iirratti waloodhaan kabajaman duudhaa obbolummaa, tokkummaafi wajjummaa keenyaa cimsuu keessatti gahee olaanaa qabu. Ayyaanonni kunneen mallattoo tokkummaafi obbolummaa keenyaa ta’anii akka ittifufaniif safuufi duudhaawwansanii ganamaa eeguun daran barbaachisaadha. Ayyaanota... Read more »

 Bara barnootichaa miira haaraafi qophii addaatiin

Barachuun jiruufi jireenya ofii keessatti muuxannoo dabalataa ittiin ofis ta’e biyya ofii jijjiiran kan nama gonfachiisu yoo ta’u, muuxannoo maatiifi hawaasa keessa jiraatanirraa horatan barnoota ammayyaatiin deeggaruun imala jijjiiramaa kan ittiin si’eessaniidha.... Read more »

Barri dhufu gama hundaan kanaaragalfii akka ta’uuf

 “Isin yoo nama cunqursuu dhiiftan, yoo quba namatti qabdanii jallina namarratti dubbachuu dhiiftan, yoo isa beela’e nyaachistan, isa rakkate gargaartan, ifni keessan dukkana keessatti in ba’a, dukkanni keessanis akka guyyaa saafaa in... Read more »

 Guyyoota Qaam’ee ja’an akka riqichaatti

Itoophiyaan dhahaa (kaalandarii) biyyoota addunyaa kaanirraa adda ishee taasisu qabdi. Biyyoonni addunyaa waggaa tokko ji’oota 12f qooduun yoo lakkaa’an, Itoophiyaan garuu ji’oota 13n lakkaa’atti. Ji’i 13ffaa Itoophiyaan qofti qabdu, Qaam’een guyyoota shan,... Read more »

 Tarkaanficha onneerraa utubuun, ofis biyyas boqochiisuu

Itoophiyaan biyya heddumminaan miidhagdeefi tokkummaa jabaa qabduudha. Heddumminaafi jabina biyyaa wareegama qaalii kaffalameen dhaloota har’aatiif kan dabarsan gootota ilmaan sabaafi sablammootaati. Tokkummaa jabaa qormaata keessaafi alaa dandamachuun birmadummaa biyya cimsee kabajaan ol... Read more »

 Nageenyaaf sammuu, jaalala biyyaaf onnee

“Itoophiyaan madda nagaa malee kan waraanaa hintaatu; wantota hunda dura fedhiin keenya nageenya; raayyaa daangaa ce’ee nageenya kabachiisu qabna. Raayyaa Itoophiyaa ta’uun nama boonsa; waraana namni jalqabee namni hinfixu; kan waraannu teknolojiidhaani;... Read more »

 Tokkummaa cimsachuun nageenya tikfachuu

Ummanni Itoophiyaa aadaafi duudhaa waliin jireenyaa baroota lakkoofsisan qaba. Ummanni kun qomoo, amantii, ilaalcha siyaasaafi wantoota addaddummaasaa mul’isan qabaatus barootaaf waldanda’eefi walkabajee wajjumaan jiraateera; jiraataas jira. Keessumaa yommuu biyyi haalota garagaraan rakkoo... Read more »

Dhugaa waloo, ariitiifi kalaqa

 Tibba kana guyyoota shaniif hoggantoota olaanoofi giddugaleessaa naannoo Oromiyaaf leenjiin mata duree “Dhugaa waloo, ariitiifi kalaqa” jedhuun wiirtuuwwan leenjii Magaalaa Adaamaa, Shaashamannee, Jimmaafi Naqamteetti kennamaa ture. Xumura leenjichaarratti Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa... Read more »