Filannoo bara 2013 Itoophiyaan ittiin injifatte

Waxabajjiin 14 bara 2013 ummata Itoophiyaa hundaaf guyyaa addaati; guyyaa filannoo dimokraatawaa gaggeessuuf baroota dheeraaf hawwamaa ture. Kunoo yeroonsaa gahee wanti yaadame raawwatameera. Dimokraasiin biyya keenyaaf hawwii guyyaa addunyaatti agarsiifameera. Garee qaama... Read more »

Filannoo 2013 Itoophiyaan itti injifattu

Biyyi keenya filannoo seenaqabeessa geggeessuuf qophii hunda xumurtee har’a dabalatee guyyoota lama qofatu hafe. Filannoo marsaa jahaffaa kana nagaa, demokraatawaa, haqa qabeessaafi hunda biratti fudhatama argate gochuuf gaheen ummataa, paartiilee siyaasaa, kaadhimamtoota... Read more »

Pirojektota guguddoo Finfinnee, agarsiistuu imala milkaa’aa

Magaalaan Finfinnee haala amma jirtuun kan hundoofte bara 1879 yoo ta’u, ammaan tana magaalaa guddoo Oromiyaa, Itoophiyaafi teessoo Gamtaa Afrikaa taatee tajaajilaa jirti. Erga hundooftee baroota dheeraa lakkoofsistus hanga guddachuu qabdu guddatteetti... Read more »

Waan jalqabame xumursiisuu, agarsiistuu milkaa’inaa

Dur waanuma hinhojjetmaneetu gabaasa sobaatiin miidhagee dhiyaata, dhagaa hojjetamee dhiisii guurameeyyuu hinxmuramnetu bakkeewwan gara garaa biyya keenyaatti kaa’amaam ture. Inni dhagicha gaa’us ta’e gabaasa sobaa kukkulee ummatas, ofis biyyas mooksaa ture qaanii... Read more »

Aggaammii kamuu qolachuuf tokkummaa keessoo cimsuu

Ammaan tana biyyi keenya Itoophiyaan dhimmoota ciccimoo akka guutiinsa hidha guddichaa, filannoo, boora’uu nageenyaafi dhiibbaa Ameerikaafa’iin qabamtee jirti. Keessumaa qoqqobbii Ameerikaan Itoophiyaa wajjin hariiroo waggoota 120 lakkoofsise qabdu qondaalota mootummaa Itoophiyaarratti keesseen... Read more »

Itoophiyaa haa uwwisnu

Waggaa 40 dura uwwisi bosona Itoophiyaa harka 40 ture seeraan ala ittifayyadamuu keenyaan gara dhibbantaa afuriitti gadi bu’ee ture. Akki nuti qabeenya uumamaa keenya itti qabannus daran boodatti hafaadha. Haalli ittifayyadama qabeenya... Read more »

Dhimmi murteessaan mirga namummaa lammiilee mirkaneessuudha

Komishinii Mirgoota Namummaa Itoophiyaa (KMNIn) tibbana mataduree “Tarkaanfiin seera kabachiisuu kan seera hordofe ta’uu qaba” jedhuunsaa ni yaadatama. Kanaanis komishinichi Naannoo Oromiyaatti haalli qabiinsa mirga namummaa hidhamtootaa kan isa yaaddessu ta’uu kan... Read more »

Murtii nageenya lammiileetiif bakka kenne

Biyyi keenyaafi ummannishii baruma dhufaa darbaan rakkoolee adda addaa ijoolleenumtishii tokko tokko uumaniin gidiraa argaa turteetti, argaas jirti. Akkuma garaan haadhaa buburreedha jedhamu akkuma ijoolleenshii kabaja biyyaafi ummatashiitiif lubbuusaanii marartuu aarsaa godhan... Read more »

Faasikaa, mallattoo jaalalaafi nageenyaa

Faasikaan ayyaana Yihudoonni yeroo itti Waaqayyo garbummaa Gibxii jalaa isaan baase jechuunis DhKD bara 1513 yaadachuuf kabajaniidha. Waaqayyo Israaʼeloonni ayyaana iddoon guddaan kennamuuf kana waggaa waggaadhaan akka Yihudootaatti jiʼa Abiib jedhamuufi yeroo... Read more »

Yeroo mara addaddummaa yaadaa mariin hiikuu

Itoophiyaan ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa waliin walqabatee yaadni faallaa Misiriifi Sudaan qaban mariidhaan akka hiikamu barbaaddi. Kanarraa ka’uunis  waggoota kurnan darban ijaaramuun hidhichaa biyyoota lamaan akka hinmiineefi faayidana isaa kan waloo... Read more »