IJOO DUBBII
Akkuma “Manni Ijaarsa Bade hanga Jigutti Fokkisa!” jedhan sana, TPLF/Juntaan humna dhalootarraa naaffateefi fayyuu waakkateedha. Bara 1967 wixinee siyaasaa saba tokkoof fira, saba kaaniif alagummaa labsu qabattee dirree qabsoo hidhannootti kan seente... Read more »
Dhaabni shororkeessaa ABUT, kan dhiiga lammiitiin burraaquu amaleeffate gochasaa badii ammas akkuma bare ittifufuun keessumaa biyya keenya gara kaabaa hunkuraa jira. Waggoota sadii dura harka nagaaf diriireef ciniinee, carraa dhiifamaan ce’uu kennameef... Read more »
Biyyi keenya, Itoophiyaan barana taateewwan jajjaboo lama haala gaariidhaan milkeeffatteetti, milkeeffachaas jirti; filannoo marsaa jahaffaa nagaqabeessummaasaatiin hawaasa addunyaa ajaa’ibsiiseefi Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa guutiinsi bishaaniisaa geggeeffamaa jiru. Keessumaa gama filannootiin barri baranaa... Read more »
Biyya kana waggoota 27 garrarrummaan bulchaa kan tureefi dhiyeenya kana Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataatiin shororkeessummaan moggaafame Abbi ABUT uumamusaarraa yoo ilaalame gochoonnisaa hundi shira cimaadhaan kan xaxameedha. Hoggantoonni addichaa yeruma qabsoo... Read more »
Waxabajjiin 14 bara 2013 ummata Itoophiyaa hundaaf guyyaa addaati; guyyaa filannoo dimokraatawaa gaggeessuuf baroota dheeraaf hawwamaa ture. Kunoo yeroonsaa gahee wanti yaadame raawwatameera. Dimokraasiin biyya keenyaaf hawwii guyyaa addunyaatti agarsiifameera. Garee qaama... Read more »
Biyyi keenya filannoo seenaqabeessa geggeessuuf qophii hunda xumurtee har’a dabalatee guyyoota lama qofatu hafe. Filannoo marsaa jahaffaa kana nagaa, demokraatawaa, haqa qabeessaafi hunda biratti fudhatama argate gochuuf gaheen ummataa, paartiilee siyaasaa, kaadhimamtoota... Read more »
Magaalaan Finfinnee haala amma jirtuun kan hundoofte bara 1879 yoo ta’u, ammaan tana magaalaa guddoo Oromiyaa, Itoophiyaafi teessoo Gamtaa Afrikaa taatee tajaajilaa jirti. Erga hundooftee baroota dheeraa lakkoofsistus hanga guddachuu qabdu guddatteetti... Read more »
Dur waanuma hinhojjetmaneetu gabaasa sobaatiin miidhagee dhiyaata, dhagaa hojjetamee dhiisii guurameeyyuu hinxmuramnetu bakkeewwan gara garaa biyya keenyaatti kaa’amaam ture. Inni dhagicha gaa’us ta’e gabaasa sobaa kukkulee ummatas, ofis biyyas mooksaa ture qaanii... Read more »
Ammaan tana biyyi keenya Itoophiyaan dhimmoota ciccimoo akka guutiinsa hidha guddichaa, filannoo, boora’uu nageenyaafi dhiibbaa Ameerikaafa’iin qabamtee jirti. Keessumaa qoqqobbii Ameerikaan Itoophiyaa wajjin hariiroo waggoota 120 lakkoofsise qabdu qondaalota mootummaa Itoophiyaarratti keesseen... Read more »
Waggaa 40 dura uwwisi bosona Itoophiyaa harka 40 ture seeraan ala ittifayyadamuu keenyaan gara dhibbantaa afuriitti gadi bu’ee ture. Akki nuti qabeenya uumamaa keenya itti qabannus daran boodatti hafaadha. Haalli ittifayyadama qabeenya... Read more »