Baroota hojii milkii hawwina!

Filannoo waliigalaa marsaa 6fa Waxabajjii 14 bara 2013 ummata miliyoona 38 hirmaachisuun adeemsifame hordofee sagalee caalmaadhaan kan mo’ate Paartiin Badhaadhinaa mootummaa haaraa hundeessuu kunoo har’a, Oromiyaarraa tokko jedhee kan eegale yoo ta’e,... Read more »

Jaalala biyyaa qabatamaan mul’ataa jiru

Biyyi tokko biyya jedhamtee waamamuuf daangaa, ummata, walabummaafi mootumaa mataa ofiishee qabaachuu qabdi. Daangaan biyya tokkoo galaana, gaara ykn sarara yaadaa ta’uu danda’a. Ummanni ammoo lammiilee alaafi keessaa ta’ee mirga namummaafi dimokraasii... Read more »

Guyyoonni 365 akka nurratti hinhojjenneef irratti haa hojjennu

 “Nyaata malee hojii hinbulchatan” jedha Oromoon. Miirri kutannoo jijjiiramaaf dhalli namaa qabu gara gara yoo ta’u, inni kaan yeroo qabutti haalaan fayyadamee humna guutuun hojjetee dinagdeesaa yoo fooyyessu kaanimmoo boru jechaa hiyyuma... Read more »

Mootummaan: Shororkeessitootatti ulaa cufuuf keessoosaa sirnaan sakatta’uu qaba

 Akka Oromiyaatti karoorri imala badhaadhinaa waggaa kudhanii qophaa’ee erga hojiirra oolee waggaa tokko xumuramee waggaa lammaffaan jalqabameera. Raawwiin karoora maniiwwan jiruufi jireenya nama dhuunfaa geeddaruurraa hanga badhaadhina maatiifi biyyaa mirkaneessuutti qabu kanaa,... Read more »

Waraana dinagdichaarra aanuuf tarkaanfichi cimee itti haafufu

Utubaa biyyaa kan ta’e damee dinagdee dadhabsiisuuf sochiileen daldalaa seermaleessa adda addaa diriirsuudhaan shira dinagdee uumuudhaan akka ummanni hadheeffatuuf darbees biyyi balaarratti akka kuftuuf shirri xaxamaa jira. Sababa bu’uuraa tokko malee daldaltoonni... Read more »

Murnoota ergamtuus ta’e ergituurratti ammas tokkummaan duuluu

 Baruma dhufaa gareeleen maqaa saboota cunqurfamoo diratanii nan qabsaa’aaf jedhan hedduu yoo ta’an, yoo keessoofi akeeknisaanii saaqamee ilaalame garuu kan argamu summii dammi irra dibameedha. Tokko tokko maqaadhuma saboota cunqurfamoo kanaan daldaluun... Read more »

Walfakkaattiin walbarbaaddiin kanuma

 Hariiroon qaamni shororkeessaa Shanee fakkattiisaa shororkeessaa ABUT wajjin raawwate ergamummaasaa kallattiin kan agarsiiseefi diinummaa ummata maqaa dha’atuuf qabu caalaatti kan ifa baaseedha. Shororkeessaa Shaneen har’a qofa osoo hintaane yommuu ummatni Oromoo gitasaa... Read more »

Aramaa buqqisaa misooma finiinsuu

Shororkeessaa ABUT murna ummata biyyattiirratti hammeenya lakkaa’amee hindhumne raawwataa tureefi jiruudha. Murnichi ummatuma dhaabadheef jedhuufillee kan laafu akka hintaane keessumaa gochoonnisaa tibbanaa agarsiistuudha. Aramaan qamadii maqaa dhahatu kun hidhata alaafi keessatti xaxaa... Read more »

Itoophiyaan mo’ataa ittifufti

“Itoophiyaan qorumsa amma ishee mudate injifannoodhaan ni ceeti. Itoophiyaa injifannoodhaan ceetu uwwisuuf Ashaaraa Magariisa keenya haa keewwannu. Itoophiyaa baraaruuf ni duulla; Itoophiyaa uwwisuuf ni dhaabna’n dhaamsa wayitaawaa Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)... Read more »

Hirmaannaan keenya ho’inasaa eeggatee ittifufuu qaba

Guutiinsi bishaanii pirojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa marsaa lammaffaan Adoolessa 12 bara 2013 milkaa’inaan xumurameera. Pirojektichi handhuuraa dhaloonni har’aa abuureefi maallaqa sabbata haadholiifi kiisii ummattoota Itoophiyaa hunda keessaa arjoomameen ijaaramaa jiruudha. Hidhichi... Read more »