Abbaa Gadaafi Abbaa Duulaa waliin duulanii injifannoon hinshakkamu

Gareen shororkeessaa ABUT waggoota 27f ummata dararaa ture erga aangoorraa kaafamee booda aangootti deebi’ee ammas ummata biyyattii bituu, dararuufi gabroomsuuf araara didee humnaan socho’aa jira. Gareen shororkeessaa araara didee humnaan dhufe kana... Read more »

Milkaa’ina Itoophiyaaf lammii hundi tumsuu qaba

Yeroo Itoophiyaan amma keessa jirtu qormaataan kan guutameefi daran ulfaataadha. Biyya keessaan shororkeessaan ‘ABUT’ dirqamaan waraana keessa galcheenii duula walabummaa taasisuuf dirqamtee jirti. Kanaanis biyyattiifi lammileen ishee gaaga’ama siyaas dinagdee hamaaf saaxilamaniiru.... Read more »

Omisha gahe sassaabaa diinas qolachaa

Yeroo ammaa maniiwwan guguddoon afran misooma qonnaarratti wabii nyaataa mirkaneessuu, omishawwan alaa galan bakka buusuu, omishawwan alergii baay’inaafi qulqullinaan omishuufi carraa hojii uumuurratti qabamee sadarkaa biyyaatti xiyyeeffannaan hojjetamaa jira. Hojiin misooma qonnaarratti... Read more »

Yeroo ulfaataa kan ce’uuf tokkummaatu furmaata

Itoophiyaan rakkoolee yeroo garagaraatti ishee mudachaa turan tokkummaa ilmaansheetiin ce’uu dandeessetti. Yommuu rakkinni tokko biyyattii mudatu lammileenshee addaddummaa sanyii, amantii, ilaalchaa, umuriifi kanneen biroo dhiisanii akka gurmuu kannisaa wal ta’uudhaan yeroo ulfaataa... Read more »

Waliigaltee biyyaaleessaa tokkummaa biyyaaleessaaf

 Haala qabatamaa Itoophiyaan amma irra jirturraa ka’uun hayyoonni siyaasaa hedduun tokkummaan bu’uura cimaa qabu ijaaramuu akka qabu akeeku. Kunimmoo ta’uu kan danda’u keessummaa warreen siyaasa tarkaanfachiisaniif dhimmichi kallattiin isaan ilaallatu yoo walitti... Read more »

Caalaatti walutubuun amma

Ummanni Itoophiyaa haleellaa garee shororkeessichi ABUT biyya diiguuf bane ofirraa qolachuuf lammiin hundi of gurmeessee tokkummaan ka’uun duulee jaalalaafi birmadummaa biyyaasaa eeggachuufi kunuunsu kan qabu yeroonsaa amma. Gareen shororkeessaa kun ergama badii... Read more »

Ammas hunda caalaa nageenyaa ummataatiif xiyyeeffannaa

Maalummaa nageenyaa karaa salphaafi gabaabaadhaan ibsuun ulfaataadha. Oggaa nagaan jiru akka laayyootti kan ilaalamu; oggaa boora’u ammoo gatiinsaa hammam ulfaataafi barbaachisaa kan ta’e duudhaa dhaloota jidduutti gabbataafi dagaagaa kan as ga’e, qabeenya... Read more »

Ergaawwan ijoo sadan boqonnaa haaraa

Wiixata darbe biyyi keenya waaree duraafi booda taatee seenaqabeessa raawwatteetti, hoggantootashii imala boqonnaa haaraaf muuddachuufi addababa’iitti sirna ho’aadhaan simachuu. Sirna hundeeffama mootummaa haaraa filannoo marsaa 6fa haala nagaqabeessaan ummata miliyoona 40 hirmaachisuun... Read more »

Itoophiyaa mootummaa haardhaan gara daandii haaraatti

Jijjiiramni mootummaa bara 2010 biyya Itoophiyaatti taasifame gama hundaan waanota danuu geddareera. Kanaanis murnoonni siyaasaa, rogeessitoonni alaa galaniiru, mana hidhaatii yaafamaniiru. Kanneen qabsoo hidhannoo dhiisanii karaa nagaa qabsaa’uuf kutatan qaawweesaanii lafa kaa’aniiru.... Read more »

Hayyee, ayyaana nagaafi milkii haa ta’u!

Oromoon Irreechaa biraafi arfaasaa qaba. Irreechi birraa har’a sirna ho’aadhaan geggeeffamu aadaa galateeffannaati. Sirna Uumaan dukkana gannaa keessaa gara booqa birraatti nagaan nama ceessise uumamne qabatame ittigalateeffamu. Irreeffachuun galateeffachuudha. Galanni immoo Uumama... Read more »