IJOO DUBBII
Humni shoroorkeessaa Shaneen kaleessaa hanga har’aatti caba siyaasaa, dinagdeefi hawaasummaa ummata Oromootiif sababa ta’uurraa kan hafe akeekaafi kaayyoo siyaasaa dantaa saba bal’aa milkeessuu danda’u qabatee yeroon mul’ate tokkollee hinjiru. Maqaa jaarmiyaa maayii... Read more »
Biyyi keenya ammaan tana jijjiirama keessa jiraachuunshii beekamaadha. Jijjiiramni eegalame kun ija godhatee bu’aan eegamu akka dhufuuf garuu nama dhuunfaarraa kaasee caasaa mootummaatti darbees kan matayyaatti adeemsicha ofitti fudhachuu qaba. Milkaa’ina jijjiiramichaatiif... Read more »
Tibbana biyya keenyatti taateewwan guguddoo danuun mul’ataniiru. Araara biyyaalessaa adeemsifamuuf jedhu milkeessuu akeeka kan godhate hoggantoonni paartiilee KFOfi Baaldaraas akkasumas hundeessitoonni ABUT himannisaanii addaan citee mana hidhaatii gadilakkifamuun taateewwan tibbanaa keessaa tokko.... Read more »
Guyyaan yaadannoo dhaloota Yesuus Kiristoos kaleessa hordoftoota amantii kiristaanaa biratti sirna ho’aadhaan kabajamee ooleera. Guyyaa kana ayyaaneffachuun ykn yaadachuun gaariidha. Garuu ayyaanichi maaliif akka kabajamu beekuun barbaachisaadha. Ergaan dhalachuun Kiristoos of keessaa... Read more »
Addunyaan walkeessa jirti. Kan biyya ittidhalatee handhuurame dhiisee biyya biraa qe’ee godhatee jiruufi jireenyasaa geggeessu kumaa kitila. Lammiileen sababoota adda addaatiin biyya ittidhalatan dhiisanii biyya biraa deemuun dhala godhatanii, qabeenyaafi beekumsa horatan... Read more »
Oromoon Waaqatti dhihoo jira, saba yoo kadhate Waaqni dhagahuuf, biyya Waaqni battalatti rakkinasaa furuufiidha. Namoonni Oromoo jaalanna jettan, kanneen dallantanii biyya alaa jirtan, kan dallantanii bosona jirtan, kanneen dallantanii biyya jirtan gara... Read more »
Akka aadaa Oromootti ilmi hanga waggaa torbaafi saddeet ga’utti maqaa masootiin waamama. Maqaan masoo kun kan baay’ee wajjin deemu miti. Gaafa moggaasni maqaa gahu iddoowwan tokko tokkotti ilma hangafaatiif ayyaana ilaalanii moggaasu.... Read more »
Itoophiyaan ijoolleeshii goototaan ni kabajamti. Itoophiyaatti qormaata ta’uun ni yaalama ta’a; moa’chuun garuu kaleessas hindanda’amne; har’as hinta’u; borus hindanda’amu. Guyyoota 15f adda waraanaatti duulanii Roobii darbe akkuma gara waajjirasaaniitti deebi’aniin ergaa seenaqabeessa... Read more »
Mootummaan Itoophiyaa Ministira Muummee Doktar Abiyyiin hogganamu ummanni biyyattii ammaan tana waraana otoo hinjaalatiin ittiseenan adeemsasaa jiru. Rayyaan Ittisaa Itoophiyaa (RIB) Ministira Muummeefi Ajajaa Waliigalii Humnoota Waraanaa, Doktar Abiyyin adda waraanaatti hogganamu... Read more »
Biyya keenya, Itoophiyaa ammaan tana hoggansa dhala Oromoo keessaa bahe, Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiin geggeeffamaa jiru, waan toora misoomaa, araara, jaalala, tokkummaa walqixxummaarratti hundaa’eefi kkf qabattee arreedaa jirtuuf alaa keessaa qormaanni... Read more »