Qonna magaalaa cimsuun wabii nyaataa haa mirkaneeffannu

Bal’inni lafaa guddachaa kan deemu miti. Kanaaf lafa jiru qusannaafi malaan yoo itti fayyadamame malee baay’ina ummataa yeroo yerootti dabalaa jiruun faayidaa irraa barbaadamu argachuun rakkisaadha. Rakkoon lafaa keessumaa magaalaatti hammaata. Namoonni... Read more »

Imalli badhaadhinaa fanxaaleyyiidhaan gufachuu hinqabu

Ummanni Oromoofi Amaaraa seenaa waliinjireenyaa waggoota dheeraa kan qabu yoo ta’u, walfuudhees walirraa horeera. Oromoon Amaaraaf gaachanaafi da’oo ta’uun waggoota dheeraaf osoo addaddummaasaanii hin yaadatiin waliin jiraataniiru. Dargaggoonni Amaaraa gaafa wayyaaneen dhiiga... Read more »

Ejjennoo nageenya waaraaf dursa kenne

Oromoon durii kaasee waldhabdee jirus ta’e rakkoo gidduusaatti uumamuuf furmaata kennuuf duudhaafi aadaasaarratti hundaa’ee dubbii fixata. Kanuma bu’uureffachuun, ajjeechaa Abbootii Gadaa Karrayyuu ilaalchisee sirni gumaa baasuu akka raawwatamuuf waliigalteerra ga’ameera. Qaama abbootii... Read more »

Bakka hinbarbaachisne muraa deemuu

Paartiin Badhaadhinaa tibbana yaa’iisaa tokkoffaa geggeeffateera. Paartichi yaa’iisaa kanaan murtiiwwan danuu dabarseera, kallattii xiyyeeffannoos keewwateera. Paartichi miseensota miliyoona 11 ol qabu keessaa hoggansisaa sadarkaalee adda addaarratti argaman kuma 108fi 258 irratti qorannoo... Read more »

Qormaatawwan ce’uu badhaadhina biyyaa iftoomsuuf

Hayyuun waa’ee walittimakamuu miseensota ADWUI afranirratti qorannoo waggoota lamaa geggeessan yeroo tokko yaada ittaanu kaasanii turan. “Biyya keenya hanga bara 2010tti waggoota 27f kan bulche ADWUIn haala, sirnaafi kaayyoo ittiin ijaaramerraa maqaa... Read more »

Yaa’ii seenaqabeessa murtii seenaqabeessi irraa eegamu

 Gucni fincila diddaa cunqursaafi ukkaamsaa Itoophiyaatti keessumaa Oromiyaatti bara 2008 qabate laboobaa deemee imalliifi qilleensi jijjiiramaa amma mul’atu akka dhufuufi bubbisu taasiseera. Akkuma artistii qaaliin Oromoo, Haacaaluu Hundeessaa otoo harka yartuutiin hingalaafatamiin... Read more »

Sochii murna shororkeessichaa irree qindaa’een maseensuuf

“Shaneen manuma kiyyatti dhuftee na qabde. Halkaniin naan deemtee, gochoota adda addaa narratti raawwatte. Haala ‘Simint-Kutir’ jedhamu sanaan duubatti na hiitee, “Namni gabaasa bulchootaaf geessu si’i, namni waraanaaf qarshii ummata irraa guuru... Read more »

Yeroo kamuu caalaa olaantummaa seeraa kabachiisuun amma

 Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii hatattamaa tibbana taa’een labsii yeroo hatattamaa ji’oota sadiif ture kaasuun ni yaadatama. Tarkaanfiin labsicha kaasuu manni marichaa fudhate kun keessumaa biyyootaafi dhaabbilee addunyaa adda addaatiin ija... Read more »

Bariisaan har’a waggaa 45 guutte

‘Hojii keessan guddisuufi bal’isuuf waan gaarii ta’ee natti mul’ate akka ittaanutti tarreesseera’; “Fuula haaraa kan dubbistoonni Gaazexaa Bariisaa gaaffii ittigaafatan otoo bantanii; mandaroota biyya Oromoo hundumarra nama fedhiisaatiin oduu warraaqsaa barreessee isinii... Read more »

Yaa’ii 35fa Gamtaa Afrikaa golgaa dhiibbaa Itoophiyaa tarsaase

Har’aafi boru (Amajjii 28fi 29 bara 2014) yaa’iin 35fan hoggantoota Gamtaa Afrikaa teessoosaa, Finfinneetti taa’ama. Yaa’ii kanaan duras walga’iiwwan murteessoon lama, walga’ii 40fa koree bakka bu’oota dhaabbiifi walga’ii 40fan raawwachiistota hojii raawwatamaniiru;... Read more »