Nageenya amansiisaaf…

Ministirri Muummee Mootummaa RFDI Doktar Abiyyi Ahmad (PhD) tibbana gaaffiilee miseensota Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaataniifiif deebiifi ibsa bal’aa kennaniiru. Ibsi isaan ragaalee qabatamaadhaan deeggaranii dhimmoota dinagdeefi siyaasaarratti xiyyeeffachuun kennan kun... Read more »

Balaa lolaa jalaa baraaramuuf dursinee of eeggannoo haa goonu

 “Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullalleetti bokkaa cimaa tibbana roobeen barataan tokko lolaadhaan fudhatame. Ganna kanatti barattoonni oggaa gara manneen barnootaa dhaqanis ta’e deebi’an maatiis ta’e barattoonni of eeggannoo barbaachisaa taasisuu qabu.” Odeeffannoo gaddisiisaan... Read more »

Olaantummaa seeraa qoricha alseerummaa

 Nageenyaafi tasgabbii lammiilee akkasumas ittifufiinsa biyyaa mirkaneessuuf furmaanni qofagaleessi olaantummaa seeraa haala qindoominaafi cimina qabuun kabachiisuudha. Alseerummaafi boora’uu nageenyaa bakkeewwan gara garaa biyya keenyaatti mul’atu, murnoonni nageenya booressan kunneen ofiin of aangessuurra... Read more »

Gaachanummaan hawaasaa cimee itti haafufu

Nageenya lammiilee akkasumas ittifufummaa biyyaa mirkaneessuuf furmaanni qofa galeessi olaantummaa seeraa sirnaan kabachiisuudha. Seeraan alummaafi boora’ina nageenyaa iddoowwan adda addaatti mul’ataa turan mootummaan akka to’atuuf lammiilee Itoophiyaa hundi sagalee tokkoon irradeddeebiin gaafataa... Read more »

Aadaan hojii keenya bu’uurumarraa jijjiiramuu qaba

Oggaan ijoo dubbii kana barreessuuf yaadu mammaaksa bubbule tokkotu sammuutti na dhufe. Namicha tokkotu ture; namni kun yeroo hunda oggaa midhaan dha’ee oogdii (oobdii) irraa galchuuf yaadu wasiilasaa ollaasaa jiraatan bira deemee... Read more »

Akeeka wajjummaatiif tokkummaan dhaabachuu

 Gootota tokkummaa biyyaafi nageenya ummataatiif aarsaa kanfalan faarsuufi jajuun darbees beekamtii kennuufiin gootonni baay’een boru akka uumaman kan taasisu barsiifata gaariidha. gootota baay’ee horachuuf fayyada. Tibbuma kanallee mataduree, “Aarsaa duula kabachiisa seeraafi... Read more »

Tarkaanfiin fudhatamu cimee itti fufuu qaba

Itoophiyaan biyya saboonniifi sablammoonni hedduu amantii, afaan, aadaa, seenaafi duudhaa garagaraa qaban waldanda’anii keessa jiraatanidha. Tokkummaan ummattoota biyyattiis baroota dheeraaf ibsama biyyattii ta’eera. Yeroo dhihoo as garuu qaamolee “Anatu siif beeka” jedhaniin... Read more »

Duudhaa aadeffamuu qabu

Biyyi keenya duudhaalee aadaa sabootaafi amantiileetiin daran kan badhaateedha. Ummanni Itoophiyaa duudhaalee kanneen akka kan rakkate gargaaruu, kan daare uwwisuu, kan beela’eef laachuu walumaagalattuu garaagarummaa tokko malee jireenya hawaasummaarratti wajjumaan hirmaachuun daran... Read more »

Misiraachoon nageenyaa akka labsamuuf

Akka qo’annoowwan adda addaa ibsanitti nagaa jechuun waraanni jiraachuu dhabuu ykn bilisummaa jeeqamuu dhabuu jechuudha. Yaadrimeensaa hiika araara, callisaafi tasgabbii jedhu of keessatti kan qabateedha. Jechichi mil’annaafi ergaa waliigalaa hawaasaa guutamummaa, milkaa’ina... Read more »

Weerarri awaannisaa cophxoorratti fanxoo akka hintaane

 Bitooteessa 7 bara 2014 hoomaa awaannisaa Godina Booranaa, aanaa Taltalleetti mul’achuun isaa ni yaadatama. Kunis keessumaa godina balaa hongeef saaxilamee namniifi beelladni hedduu miidhametti ta’uunsaa rakkinicha daran yaaddeessaa taasiseera. Weerarichi akka isa... Read more »