Yaaliin nageenyaa akka milkaa’uuf hunduu gaheesaa ba’achuu qaba

Rakkoon nageenyaa Itoophiyaatti mudatee ture aarsaa guddaa kan kanfalchiise ta’us ammallee xumura argachuu dhabuunsaa yaaddoo namoota baay’eeti. Keessumaa haalli lammiileen naannawaa rakkoon nageenyaa hamaa ture gara Kaaba biyyattii jiran rakkoo hammaataaf saaxilamuunsaanii... Read more »

Hidha guddicha dhaloota abbaa carraafi abbaa injifannoo taasise

Biyyoonni Addunyaa duroomte keessa jiran fayyadamummaa ibsaasaanii akka gaariitti kan mirkaneeffattan yoo ta’u, sadarkaan guddinasaaniis akkuma sana kan daran fooyya’eedha. Kan biyyoota Afrikaa yoo ilaalle garuu guddina dinagdeesaaniitti hudhaa guddaa ta’ee kan... Read more »

Harmeef mana ijaaranii eebba fudhachuu

Haati (harmeen) waa hunda. Ji’a sagal garaatti baattee, erga deessee ammoo dugda (qomatti) baachuun oolmaan ishiin dhalashiitiif ooltu tarreeffamee hindhumu. Yoo dhallishii dhukkubsate wajjin aadaa, otoo hinyaatiin nyaachistee, otoo ofii hinuffatiin uwwistee... Read more »

Qormaata injifannoo ce’aa harka keenya galataaf ni diriirsina

Itoophiyaan qormaatawwan hedduu keessa dabartee biyya cimtuu har’a geesseedha. Kan fagoo dhiisnee kan waggoota afur shanii asiillee yoo ilaalle rakkinarratti rakkinni itti daddabalamuus diigamtee hinbanne. Qormaatiwwan namntolcheefi uumamaa dabareedhan irratti walga’aan illee... Read more »

Tokkummaan injifannoo atileetiksiirratti mul’ate hundarratti itti haa fufu

 Tibba kana dhimma Itoophiyaanoota tokko taasisetu ture. Itoophiyaanoonni biyya keessaa kallattii arfaniin jiran, kanneen biyya alaa jiran addaddummaa siyaasaa, amantii, eenyummaa, korniyaafi kanneen biroo utuu isaan hindaangessiin sagalee tokkoon gammachuusaanii ibsataa jiru.... Read more »

Saaphanni hattootarratti diriiruu eegale cimee ittifufuu qaba

Hattummaa hamaan caasaalee mootummaafi hoggantoosaanii akkasumas jaarmiyaalee mitmootummaatti raawwatameefi ummataaf ibsame tibbana qilleensa biyya keenyaa guutee ykn dhuunfate ture; hattummaa Kominishinii Hoggansa Sodaa Balaa Federaalaafi Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti manneen jireenyaa waliiniitiin walqabatanii... Read more »

Imala tabbaa eegalameef taakkoo haa taanu

Biyyi keenya ammaan tana abdiifi qormaatawwan adda addaatiin marfamtee argamti. Keessumaa qormaataan walqabatee lammiilee nagaan addatti daa’imman, maanguddoonniifi dubartoonni garanaa garasii murnoota badii adda addaatiin ajjeefamuun taatee daran gaddisiisaafi sukanneessaadha. Kunis kallattii... Read more »

Diina waloo wajjummaan faccisuu

Tibba darbe shororkeessitoonni Adda Bilisummaa Gaambeellaa, Sochii Dimookraatawaa Ummattoota Gumuziifi Shaneen gurmaa’uufi qindaa’uun Naannoo Gaambeellaa, Magaalaa Gambeellaafi naannawaashee akkasumas Magaalota Gimbiifi Dambii Doollootti haleellaa raawwachuuf yaalii taasisan, humni waloo nageenyaafi tikaa hawaasa... Read more »

Ajjeechaafi buqqaatiin akka dhaabatuuf qaama furmaataa haa taanu

“Abbaan koo qonnaan bulaadha, siyaasa keessa hinjiru. Qonnaan bulaa adda dureedha. Jaarsummaadhaan beekama. Nama gumaa walitti araarsuun beekama. Garee shororkeessaan laga keessa jiraatu saamicha nurrati raawwate. Yeroo lammaffaaf halkan sa’aatii 5:00tti dhufanii... Read more »

Nageenya amansiisaaf…

Ministirri Muummee Mootummaa RFDI Doktar Abiyyi Ahmad (PhD) tibbana gaaffiilee miseensota Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaataniifiif deebiifi ibsa bal’aa kennaniiru. Ibsi isaan ragaalee qabatamaadhaan deeggaranii dhimmoota dinagdeefi siyaasaarratti xiyyeeffachuun kennan kun... Read more »