Milkaa’inoota tiksaafi cimsaa hudhaalee buqqisuu

Qorannaan raawwii hojii kurmaana 1ffaa guyyaa sadii Mootummaa Naannoo Oromiyaafi paartii tibbana gaggeeffameera. Kunis hojiin paartiifi mootummaa karaa idilaa’een qorachaa manii yaadame bira ga’uuf daran kan gargaaruudha. Gaggeessaan rakkoo keessa ta’uun hojii... Read more »

 Mana barnootaa kennaan uumamaa itti gabbatu

“Addunyaan keenya teknolojiidhaan fagaattee deemteetti. Biyyi keenya Itoophiyaan bu’aa dinagdee teknolojiin argamsiisurraa akka fayyadamtu ogeeyyii damichaan beekumsa gahaa qaban horachuun dirqama. Dargaggoonni kennaa qaban akka caalaatti gabbifataniifi biyyasaanii teknolojiidhaan akka biyyoota guddatan... Read more »

 Abjuu dhugoomaa jiru, omisha qamadii

Dilbata, Fulbaana 29 bara 2015 ganamaan qe’ee warra Siikkoo Mandoo, Godina Arsii, Aanaa Hexosaa omisha qamadiitiin daran beekamtu daaw’achuuf argamaneerra. Aanichatti oyiruu bal’aafi diriiraarratti qamadiin ija godhachaa ykn asheetaa jiru; kan ijji... Read more »

Milkaa’ina kenniinsa qormaatichaatiif hunduu ga’eesaa bahachuu qaba

“Sagantaa qayyabannaa nuu qophaa’etti sirnaan fayyadamnee qormaatichaaf qophii bareeda taasisneerra. Mana dubbisaattis sirnaan fayyadamneerra. Yeroon tasatti qisaasa’e nu bira hinjiru. Barsiisota keenya biraas deeggarsa gaarii argannee sirriitti of qopheessinneerra. Qormaatichi yeroo jalqabaatiif... Read more »

Irreecha mallattoo araaraa, jaalalaafi obbolummaa

Irreechi aadaa galateeffannaati. Waaqa dukkana gannaatii gara booqaa birraatti nagaan nama dabarse gamtaan malkaatti ba’uun galata galchuudha. Ummatni Oromoo Aadaa baroota dheeraaf Sirna Gadaa keessati kuufate qaba. Aadaan immoo muuxannoofi yaadota bara... Read more »

Ayyaanota ibsama birraa jaalalaafi wajjummaan

Baatiin Fulbaanaa biyya keenyaa ji’a ayyaanota adda addaatiin kan badhaadheedha. Baatii kana keessa Qaam’eerra eegalee ayyaanonni sadarkaa biyyaattis ta’e saboota hedduun ni kabajamu. Ayyaanota ummata baay’ee hirmaachisuun dirreerratti tibba birraa kanatti sirna... Read more »

Harka qotee soorurratti waraana labsuu; fiixee hammeenyaa

“….muraasas ta’u qonnaan bulaan hojii misoomaarratti bobba’e jira. carraa argateenis fuulasaa gara qonnaatti deebifateera. Qonnaan bulaan kun bu’aa dhamatiisaa kana akka gara manasaatti galfatuuf gonkumaa eeyyamuufii hinqabnu. Kanaafuu yeroo inni hinqophoofnetti tarkaanfiin... Read more »

Injifannoo galmaa’aa jiru eegaa hudhaalee guddinaa buqqisuu

Mootummaan Naannoo Oromiyaa badhaadhina hundagaleessa dhugoomsuuf rakkoowwan damdaneessa naannichatti mul’atan karaa ittifufinsa qabuun furuuf karoora waggaa shanii baasee hojiitti hiikuun bu’aawwan qabatamaa galmeessisaafi aantummaa ummatummaasaa qabatamaan mul’isaa jira. Gaaffiiwwan misoomaafi rakkoolee bulchiinsa... Read more »

Oftuulummaa ABUT hanga harka nagaaf diriire waraanuutti

Addunyaan kun cocorreedha. Tokko garalaafessa, kaan hamaa; tokko arjaa, kaan donna’a. Oggaa inni tokko waan nagaa, dhimma nagaafi qajeeltoo yaadu inni sammuunsaa faallaadhaan yaadu jeequmsaafi hokkara abjoota. Kan irrannatti jennee dhugaa waliifaallaa... Read more »

Ijji gamnaa dura boochi: Gocha shorkeessaa ABUT

Humna qindaa’aa garee jijjiiramaa, qarreefi qeerrootiin aangoofi saamicha barerraa otoo hinjaalatiin kan fonqolchame murni ABUT, keessumaa waggoota jijjiiramaa afran darbanitti saboota biyya kanaa sabaan, afaaniifi, amantiidhaan walitti buusuuf dhagaan inni hinfonqolchine hinjiru.... Read more »