Waamicha araaraa ummataafi biyyaaf dursa kenne

Oromoon ummata jijjiiramni amma keessa jirru kun akka dhufuuf barootaaf of kennee qabsaa’e, kanaanis wareegama qaalii kanfaledha. Ta’us keessumaa waggoota afran darbanitti aarsaa hamaa tasumaa ta’uu hinmalle kanfaleera. Hammeenya murnoota maqaa qabsootiin... Read more »

Walii birmannaa: Duudhaa ibsama namumummaa cimee ittifufuu qabu

 Aadaa Oromoo keessa duudhaaleen walgargaarsaa daboo (jigii), daadoofi buusaa gonofaa jiru. Buusaa gonofaa jechuun qabeenya yeroo rakkinaatiif kuufamuudha. Yoo rakkoon nama dhuunfaa, gosaafi biyyatti dhufe buusaa gonofaa kanarraa fuudhanii deeggaru. Yoo balaan... Read more »

 Adwaa calaqqee bu’aa tokkummaa dhugaa

Akkuma quunceen waltaatee arba hiiti jedhamu oftuultota Xaaliyaanii Itoophiyaa koloneeffachuun harqoota gabrummaa ilmaan sabaafi sablammiitti fe’uuf meeshaa waraanaa ammayyaatiin of ijaaree Itoophiyaa weerare irree ummatoota biyyattii gamtoomeen hurreessuun waggaa 127 har’aa seenaan... Read more »

Aadaa walgargaarsaa ganamaatiin walii birmachuun amma

Hanqina roobaatiin walqabatee biyya keenyas ta’e biyyoota gaanfa Afrikaa birootti balaan ongee mudachuu ragaaleen adda addaa dhugaa bahu. Biyya keenyattis ongeen kun iddoowwan danuutti kan mudate yoo ta’u, Oromiyaa Godina Booranaatti kan... Read more »

Wabii nyaataa Afrikaa mirkaneessuuf fakkeenyummaa Itoophiyaa

Ajandaalee marii yaa’ii dura bu’oota Afrikaa 36ffaa har’aafi boru Itoophiyaa, Finfinneetti adeemsifamu keessaa tokkoofi inni ijoon dhimma wabii nyaataa ardii Afrkaa ummata biliyoona 1.4 ta’u qabduu mirkaneessuudha. Akka ragaan Baankii Misooma Afrikaarraa... Read more »

Daldala seeraan alaafi kontirobaandii wajjummaan haa ittisnu

Daldalli seeraan alaa gochoota daldalaa seeraan dhorkaman seera cabsanii raawwachuun kan ibsamuudha. Akkasumas meeshaalee seeraan dhorkaman omishuu, gurguruu, geejibsiisuufi gocha kanaaf haala mijeessuurratti bobba’uullee kan dabalatuudha. Kontirobaandiin ammoo meeshaalees ta’e, omishaalee akka... Read more »

 Bu’aan jijjiirama sirnaa yeroo gabaabaatti hindhufu

“Sanyiin kaleessaa firii har’aafi galaa boruuti. Dogoggorri kaleessaa cabiinsa har’aa uumuu isaa hubannee, qaamaa furmaata waaraa fidu cinaa ta’uuf yaa qophoofnu. Yaadaafi humna haaraa qabannee gara fuulduraatti tarkaanfachuuf abdiin haa kaanu. Jijjiirama... Read more »

 Beekamtii hirmaannaa diyaaspooraa caalaatti guddisu

Keessumaa waggoota muraasaa as oggaa jechi diyaaspooraa jedhamu dhaga’amu ergaawwan sammuu namaa keessaa hinbadne guguddoo kanneen akka ni ga’aa (#no more), akkasumas ergaan, Ministira Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad, “Itoophiyaanonniifi michuuwwan Itoophiyaa... Read more »

Kan abdatame akka ija godhatuuf hunduu qoodasaa haa bahatu

Biyya keenyaafi ummatashii yeroowwan garagaraatti qormaatiwwan adda addaa alaa keessaa mudatanis tooftaalee adda addaatiin cirtee keessa darbuun har’a geesseeti. Wagggoota jijjiiramaa afran darbanittis qormaatawwan namtolchee adda addaa ta’uun hinmalle mudachuun biyyas ta’e... Read more »

Cuuphaa: Ayyaana addababa’ii miirri wajjummaafi jaalalli dhugaan irraa calaqqisu

Cuuphaan ayyaana amantii kirstaanaa biratti mallattoo addaa duuka buutummaa Yesuus Kiristoos ta’eefi Kamisa dhufu kabajamu fakkeenyaafi mallattoo araaraa, jaalalaa, tokkummaafi wajjummaa dhala namaa ta’uun beekamuufi sirna ho’aadhaan addaba’iitti kabajamuudha. Yesuus Kiristoos dhala... Read more »