Harka walii diriirsuun keenya baranas itti fufuu qaba

Tajaajila lammummaa waggaa waggaadhaan sadarkaa biyyaatti labsamuun manneen harka qalleeyyii kumaatamaan ijaarameera; haaromfameera. Kana malees deeggarsi garagaraa qarshii miliyoonota hedduun lakkaa’amu namoota hanqina humnaafi maallaqaa qabaniif taasifameera. Ganni dukkanni roobaafi cabbii makatee... Read more »

Itoophiyaan nageenyas haa omishtu

 Itoophiyaan biyya qabeenya uumamaafi humna namaan badhaate taatus sababoota garagaraan qabeenyashee kanatti fayyadamuu hindandeenye. Fayyadamuu dhiisuu qofa osoo hintaane ilmaanshee sooruu dadhabdee sharafa alaa olaanaatiin omishaalee galchuuf dirqamteetti. Rakkoon waan hiikamu hinfakkaanne... Read more »

 Gucni nageenyaa mul’ate sonaan akka ifuuf

Oromiyaan dachee uumaan badhaatuu, haala teessumaafi qilleensa mijataa akkasumas biyyee gabbataa qabdudha. Bishaan bonaa ganna yaa’uu, bosona qilleensa qulqulluu nama sooran, bineensootaafi beeladoota, akkasumas simbirroota argaa namaatti miidhagan hedduu qabdi. Qabeenya lafa... Read more »

 Waraanni ni ga’a; Nageenya jabeeffachuu wayya

Miidhaa waraanni fidu Itoophiyaafi Itoophiyaanoota caalaa kan hubatu jira jechuun rakkisaadha. Sababnisaa seenaa biyyattii yeroo dheeraafi kan as dhihooti. Keessumaa waggoota lamaan darban waraana kaaba biyyattiitti adeemsifamaa tureen lammiileen kumaatamaan lakkaa’aman dhumaniiru,... Read more »

 Duudhaan kennuu kan guyyuu ta’uu qaba

Yeroo baay’ee nageenya biyyaa kan mirkaneessu mootummaa qofa akka ta’etti fudhatama. Waan uumameerraa ka’uun yaadni “Maaliif mootummaan tarkaanfii hinfudhatu?” yaadoonni jedhan baay’inaan ni ka’u. Yaadni qoodni koo maali jedhu garuu waan dagatame... Read more »

 Duudhaan kennuu kan guyyuu ta’uu qaba

Wangeelliifi Quraanni amantoonni lammilee harka qalleeyyii akka deggaraniif fakkeenyaan barsiisa. Gooftaa Yasuus Kiristoosis ta’u Ergamaan Mohaammad namoonni yommuu lafa kanarra jiraatan kan qaban irraa qooduun namoota dadhaboo, maanguddoota, harka qalleeyyii, daa’imman maatii... Read more »

 Milkaa’inoota galmaa’an eegaa injifannoo caalmaaf hojjechuu

 “Ce’umsa siyaasaa karaa nagaa Bitootessa 24 dhugoome bu’uura cimaarratti ni ijaarra. Bitootessi 24 siidaa bilisummaa Itoophiyaanotaati. Federaalizimii sabdaneessaa akka qaroo ija keenyaatti ni eegna. Tokkummaa keenya cimsuudhaan fedhii diinota keessaafi alaa ni... Read more »

 Waamichi araaraa akka milkaa’uuf…

Waamichi araaraa qaama hidhatee bosona jiruuf ji’a tokko dura gama mootummaatiin taasifame lammiilee biyyattiitti keessumaa kanneen boora’uu nageenyaatiin miidhaa hamaaf saaxilaman bu’aa waamicha kanaa abdii cimaadhaan eeggachaa turaniiru, jirus. Hayyoonni siyaasaa, abbootiin... Read more »

 Tarree shororkeessaarraa haqamuu ABUT: Tarkaanfii nageenya itichuuf fudhatame

Nagaa gadheen, waraanni gaariin hinjiru. Nagaan yoomiyyuu gaariidha. Waraanni yoomiyyuu gadheedha. Utuma mo’annaan jiraatteellee waraanni gadheedha; waan namni ajjeefamuuf. Faayidaan nama ajjeesaa argamu hinjiru. Waraanni hinxumuramne akka bishaan gingilchaati. Dirqama ta’ee waraanni... Read more »

 Tattaaffiin dhiyeessii midhaanii sirreessuuf taasifamaa jiru cimee ittifufuu qaba

Qaala’inni jireenyaafi gatii akkuma biyyaattuu cimee kan mul’atu ta’ullee keessumaa Finfinneetti daran ol ka’uun dhimma ifatti mul’atuudha. Keessumaa ji’oota lamaan darbanitti gatiin xaafiifi midhaanota kaanii haala kanaan dura mudatee hinbeekneen daran qaala’eera.... Read more »