Hojiilee omishaafi omishtummaa dabaluuf ji’oota ja’an darban Oromiyaatti hojjetaman

Mootummaan hojiilee omishaafi omishtummaarratti hojjetaa jiruun milkaa’inoota garagaraa galmeessaa jira. Wayita ammaas biyyattiin qamadii dura sharafa alaa hedduu dhangalaasuun biyyatti galchaa turte dhaabdee, alattiyyuu erguu eegaluun ishee agarsiistuu tokko. Kanaan ammoo naannoon... Read more »

Qamadii alati erguu: Seenaa haaraan lafa seenaa kan taate, Baaletti tokko jedhee jalqabee biyyas mataa olqabe

Gargaarsi biyyootni durooman keessumaa warreen lixaa faayidaa gargaarsicharraa argachuu malan osoo hintilmaamiin Itoophiyaa dabalatee biyyoota hiyyeeyyii Afrikaatiif kennan tokkoyyuu hinturre. Gargaarsa namoomaa biyyoota Afrikaafi biyyoota guddachaa jiran kanneen birootiif kennamu kamuu duuba... Read more »

 “Biyya damee omishaatiin jabaatetu dinagdee cimaa uummata” – Doktar Tashoomaa Addunyaa

 Saamraawiit Girmaatiin Mootummaan wantoota dinagdee biyyaa cimsuu danda’an keessaa omishaafi omishtummaa cimsuun ykn damee maanufaakchariingii jabeessuun isa ijoo ta’uu hubachuun dhiheenya kana inisheetiiviin “Itoophiyaan haa omishtu” jedhu eegalamuun isaa ni yaadatama. Inisheetiiviin... Read more »

 “Warraaqsi dinagdee meeshaalee dheedhii alatti erginee dhumataasaa deebisnee gatii qaaliin bituun hinmilkaa’u”– Obbo Ahimad Idriis

Waasihun Takileetiin Warraaqsi diinagdee akka Oromiyatti itti jiramu hirkattummaafi eeggattummaa maqsuun hiyyummaa seenaa gochuun, Itoophiyaa biyyoota galii giddugleessaa argatan cina hiriirsuun biyya badhaate dhalootaaf dabarsuuf kan akeeke yoo ta’u achi keessatti Oromiyaan... Read more »

 “Itoophiyaan haa omishtu, Oromiyaan haa omishtu”: Sagantaa damee industirii dadammaqsaa jiru

Natsaannat Taaddasaatiin Sagantaan sosochii invastimantiifi industirii “Itoophiyaan haa omishtu, Oromiyaan haa omishtu” jedhu qindoomina Biiroo Invastimantiifi Industirii Oromiyaafi Ministeera Industiriin qophaa’e dheengadda Magaalaa Bishooftuutti adeemsifameera. Saganticharratti omishaaleen industiriiwwan gara garaa agarsiisaaf dhiyaataniiru.... Read more »

Hojiin Haroo Kiilolee misoomsuufi beeksisuu xiyyeeffannaa guddaa barbaada

Natsaannat Taaddasaatiin Guyyaan Turizimii Addunyaa akka Oromiyaatti yeroo 18ffaaf mata duree “Yaadama Haaraa Turizimiif” jedhuun Onkoloolessa 27 hanga Sadaasa 1 bara 2015tti Godina Harargee Bahaa, Magaalaa Hararitti kabajameera. Kabaja Guyyaa Turizimii kana... Read more »

Iddoowwan hawwata turizimii uumamaafi namtolchee Aanaa Baabbillee

Naannoon Oromiyaa iddoowwan hawwata turizimii uumamaafi namtolchee hedduu qabdi. Godina Harargee Bahaatti kan argamtu Aanaan Baabbillee ammoo aanaalee Oromiyaan qabdu keessaa iddoowwan hawwata turistii hedduu qabaachuudhaan beekamti. Guyyaa Turizimii Addunyaa akka Oromiyaatti... Read more »

Lafa seenaa hiyyummaa irrattis seenaa dalaguun dursaa jirtu; Baale

Biyya addunyaa irratti seenaa doofummaafi boodatti hafummaa, hiyyummaafi kadhaadhaan beekamaa turte murteefi kutannoo waggoota lamaafi sadii hincaalleen jijjiiruun yommuu eegalamu kan bitaa itti galu diina fagoo qofaa osoo hintaane, firoottan dhihoos kan... Read more »

Oromiyaatti hojii misooma jallisii

Biiroon Misooma Jallisiifi Horsiisee Bulaa Oromiyaa dhuma bara 2013tti akka haaraatti kan gurmaa’e yoo ta’u, Komishinii Horsiisee Bulaafi Dameen Jallisii walitti dabalamuun akka biirootti irra deebiin kan hundaa’e. Biirichi gama fayyadamummaa qonnaan... Read more »

Qonnaan butoonni gabbisa looniirratti bobba’an bu’aaqabeessa ta’aa jiraachuu himan

Shanan Dhuugoo: Godina Harargee Lixaatti, qonnaan bultoonni Aanaa Shanan Dhuugoo yeroo gabaabaa keessatti sangaa tokko gabbisuun qarshii kuma 100 hanga kuma 200 oliitti gurgurachuun jiruufi jireenyasaanii salphaatti jijjiiraa jiraachuu himan. Qonnaan bulaa... Read more »