Imala ce’umsa indastirii Mojoofi Adaamaa gidduutti eegale: Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa

Imala Itoophiyaa badhaate ijaaruu Ministirri Mummee Doktar Abiyyi Ahmad qabatan milkeessuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee guddina dinagdee biyyattiis ta’e naannichaa ariifachiisan hedduu raawwachaa jira. Keessumaa ce’umsa qonnarraa gara industiriitti taasifamu milkeessuuf riifoormiwwan... Read more »

Gurmiin nageenyaa galaana Diimaatiif hundaa’u kamuu osoo Itoophiyaa hinhirmaachifne bu’aa tokkollee hinfidu

Biyyootni akka Masriifi Sa’ud Arabiyaa waggoota shan dura gurmuu ‘Gamtaa walta’iinsa biyyoota Galaana Diimaa’ jedhamu tokko hundeeffatanii dhimmi nageenyaafi fayyadamummaa galaanichaas kan isaan qofa ilaallatu fakkeeffatan. Isaaniin ala biyyootni jaha kanneen akka... Read more »

 “Loowwan aannanii wabii nyaata maatii mirkaneessuurra darbee madda galii nuuf ta’eera” – Obbo Saahilee Bartaa

Obbo Saahilee Bartaa Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa, Godina Guraagee, Aanaa Imidbir, Magaalaa Imidbir jiraatu. Obbo Saahileen hojjetaa mootummaa turan. Yeroo ammaa soorama bahanii maatii isaanii waliin waldaan gurmaa’uun hojii loowwan aannanii horsiisuurratti bobba’anii... Read more »

 Invastimantii Oromiyaarraa galiin qarshii biliyoona 43 ni eegama

Guddina dinagdee biyya tokkoo si’eessuu keessatti simannaan invastimantii murteessaa yoo ta’u, barana akka Oromiyaatti invastaroota biyya keessafi alaa 3747 simchuun hojiitti akka seenamu taasifameera. Invastarootni kunniin hojiilee misoomaa gara garaa hawaasa fayyadamaa... Read more »

 Invastimantii dhuunfaafi haalota mijatoo Itoophiyaa

Erga sosochiin Itoophiyaan haa omishtuu jalqabee waggaa lamaa as omishaaleen industiriiwwan biyya keessaa omishaalee biyya alaatii galan kan biyya keessaatiin bakka buusuufi gama galii sharafa alaa guddisuufi carraa hojii uumuutiin gumaacha guddaa... Read more »

 Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti hojiin lafa baargamoon irra jiru ciranii kuduraaleefi fuduraalee omishuu faayidaa olaanaa argamsiisaa jira

Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti sosochiin baargamoo ciranii hundeesaa buqqisanii baasuun kuduraaleefi fuduraalee gara garaa omishuu daran cimee ittifufuun bu’aa guddaa argamsiisaa jira. Naannichatti jiraataan Magaalaa Halaabaa Qulliittoo Obbo Abdulzakii Saaliyaa lafa baargamoon irra... Read more »

Maaddii Guutuu: Sagantaa yeroo gabaabaa keessatti bu’aa olaanaa argamsiisaa jiru

Sagantaa ‘Maaddii Guutuu’ jiraattonni magaalaafi baadiyyaa dhuunfaadhaanis ta’e gurmaa’anii horsiisa lukkuu, horii aannaniifi kanniisaa akkasumas omisha kuduraaleefi fuduraalee gara garaatti bal’inaan akka hirmaatan taasisuudhaan midhaan nyaataan of danda’uurra darbanii galii dabalataa argachuun... Read more »

 Ganna 76tti saayikilii oofaa, qolee ba’aa baatee qabsoo jireenyaa taasisu

Godina Haragee Bahaa naannawa Magaalaa, Awwadaay dachee Sheekfiniintu biqilche, bara 1940 addunyaa kanatti dhufuun bu’aa bahii hadhaa’aafi qabsoo jireenyaa, tokko lama jedhanii dhandhamuu eegalan. Isa ‘ilmi miila fageeffatu waa olkeewwata’ jedhan dhagahuun... Read more »

Gumaacha Invastimantiin Qonna Qindaa’aa Kana’aan fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf taasisaa jiru

Invastimantiin Qonna Qindaa’aa Kana’aan Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa, Godina Kambaataa, Aanaa Daamboyaa, Ganda Heegootti argama. Abbaan qabeenyaa invastimantichaa Obbo Adimaasuu Arficcoo jedhamu. Gandichi omisha loowwan aannanii sanyiinsaanii fooyya’aa ta’an horsiisuufi omisha aannaniitiin beekama.... Read more »

 Ijaarsa Hidha Abbayyaafi hirmaannaa ummataa

Guyyaan ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa (HHGI) ittijalaqabame Kibxata darbe mataduree, “Gamtaadhaan dandeenyeerra” jedhuun kabajamera. Kamisa darberraa eegalees torban boondii guutummaa biyyaatti adeemsifamaa jira. Torbee boondii kanaan qarshii miliyoona 100 walittiqabuufis kan... Read more »