
Mootummaan Itoophiyaa waggoota kurnan sadan darbanirraa kaasee Baankii Addunyaa, dhaabbilee faayinaansii addaddaafi biyyoota Lixaa dureeyyii ta’an kanneen akka Faransaayi, Jaappaan, Ameerikaa Kaabaa (‘USA’)fi Biritaaniyaarraa liqiifi deggarsa maallaqaa fudhachuun bu’uuraalee misoomaa guguddoo ijaarsisaa... Read more »
“Jijjiiramoota biyyattii keessatti mul’achaa jiraniif ummatni Oromoo gatii olaanaa akka kanfale beekamaadha. Kana immoo dingdeerrattis agarsiisuun barbaachiisadha. Haa ta’u malee Oromoon lafti isaa lafee isaa ta’ee jiraatu iyyuu akka hintaaneen harkaa fuudhameera.... Read more »

Rakkoolee walitti hidhamiinsa gabaa qonnaan bultootaafi warshaalee addaddaa gidduu jiru furuuf hojjetamaa jiraachuu Ejensiin Misooma Gabaa Oromiyaa beeksise. Hoggantootni ejensichaa Roobii darbe abbootii warshaalee paastaa, mokoronii, daabboo omishaniifi yuuneeniiwwan wajjin ta’uun omisha... Read more »

Akka biyyaatti hojiileen misooma suluulaafi kunuunsa qabeenya uumamaa lafa hektaara miliyoona tokkoofi kuma afurii ol deebisanii misoomsuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu ragaaleen Ministeera Qonnaarraa argaman ni mul’isu. Akka Oromiyaattis hojiin misooma sululaafi kunuunsa... Read more »
Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indastirii erga hundeeffamee waggoota afur kan lakkoofsise yoo ta’u, umurii gabaabaa keessatti paarkiiwwan indastirii 11 ijaarsisuu danda’eera. Kanneen keessaa paarkiiwwan indastirii jaha hojii keessa seenuun misooma dinagdee biyyattii utubaa... Read more »
Mootummaan yeroowwan addaddaatti bu’uuraalee misoomaa ijaarsisuuf dhaabbilee maallaqaaa alaafi keessa jiranirraa liqii fudhachaa kan ture yoo ta’u, wayita ammaa doolaara biliyoona 26 gahuusaa Ministeerri Maallaqaa mootummaa RFDI ji’a Amajjii jalqabaarra gabaasa dhiyeessee... Read more »

Jijjiiramoota akka biyyaatti dhufaniin walqabatee dhaabbbilee mootummaa addaddaarratti fooyya’insi taasifamaa turuusaafi ammas taasifamaa jiraachuusaa kan beekamuudha. Sochiiwwan daldalaafi invastimantii biyyattii fooyyessuufillee sagantaan misoomaafi guddina dinagdee haaraa diriiruusaa Ministirri Muummee mootummaa RFDI, Doktar... Read more »

Ejensiin Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa aadaa hojii gamtaa babal’isuun fayyadamummaa qonnaan bulaa qabatamaan mirkaneessuufi fedhii hawaasaa guutuun gabaa tasgabbeessuuf kan hojjetuudha. Sochii jalqabame kana milkeessee itti quufinsa maamilootasaa dhugoomsuuf dameewwan qonnaan alatti... Read more »

Dalloo Mannaa: Godina Baalee, Aanaa Harannaa Bulluqiifi Aanaa Dalloo Mannaatti kan argaman pirojektotni jallisii lafa hektaara kuma tokkoofi 280 misoomsan lama ji’oota afur booda kan eebbifaman ta’uu Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa... Read more »
Rakkoolee dhuunfaadhaan keessaa bahamuu hindandeenye wajjummaan mo’achuuf, qabeenyaafi beekumsa walitti fidanii irree gurmaa’een yemmuu hojjatan rakkoon hinfuramne hin jiraatu. Adeemsi beekumsaafi qabeenya walitti fidanii rakkoolee hawaas diinagdee irra aanuuf itti hojjatamu kun... Read more »