
Waasihun Takileetiin Qabsoo hadhaa’aa, obsa fixachiisaafi wareegama qaalii waggoota sadiif osoo walirraa hincitiin keessumaa dargaggoota hirmaachisuun gaggeeffameen sirna gola Oromiyaas ta’e bayattii golgoleessaa ture hundeedhaa buqqisuun danda’ameera. Kana keessatti ammoo akkuma irranatti... Read more »

Saamraawiit Girmaatiin Pirojektii Meeggaa jechuun pirojektiiwwan ijaarsisaanii qarshii biliyoona tokkoo ol fixu ta’uu hiikni damee ijaarsaan jiru ni mul’isa. Bu’uuruma kanaan Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara 2012 irraa eegalee waajjira of danda’e hundeessuun... Read more »

Sinqinash Alamuutiin Wayita ammaa guddina biyya tokkoo mirkaneessuuf dinagdee naannoorratti hojjechuun barbaachisaadha. Dinagdeemoo foyyeessuuf invastimantii bal’inaan, qulqullina barbaachisuunifi haala walittifufaa ta’een hojiirra oolchuun daran barbaachisaadha. Mootummaan naannoo Oromiyaas waggoota sadan darbanitti rakkoolee... Read more »

Bayyanaa Ibraahimiin Namni tokkummaafi birmadummaa Itoophiyaa jaalatuufi hawwu kamiyyuu ijaaramuufi misoomuu Oromiyaa jibbuufi balaaleeffachuuf sababa qabaachuu hin danda’u. Oromiyaa handhuura Itoophiyaatti kan uume uumaadha malee humna biraa miti. Isa uumaan handhuura godhee... Read more »

Saamraawiit Girmaatiin Addababa’iin Masqalaa utuu mootummaa Minilikiifi Raas Birruutiin hinqabamiin dura Addababa’ii Keelloo Masqalaa jedhamee waamamaa turuudha Hayyuun Seenaa Alamaayyoo Haayilee Gaazexaa Bariisaaf kan ibsan. Naannawaan moggaasa Keelloo Masqalaa jedhu osoo hinargatiin... Read more »

“Abbaan lafaa dhabee lafasaa, sooree halagaan irra jiraata, dhakaa falaxee lafasaarratti ‘qansiraan’ bulaa qonni hafeeti” jedhe Weellisaa Shukrii Jamaal shira sirnoota darbaniin Oromoorratti xaxamaa ture hubatee. Jaarraa tokkoofi walakkaa oliif Oromoon Finfinnee... Read more »

Akka hayyoonni seenaa ibsanitti, maqaan Finfinnee jedhu jechoota ‘Finna’ fi ‘Finne‘ jedhurraa kan dhufe yommuu tahu maqaa bishaan danfaa Hora handhuura magaalittiitti argamuun kan moggaafamteedha. Maqaanshee kan biroo Shaggar yoo tahu, jaalalaa magaalaa kana irra qabaniifi... Read more »

Waldaan Aksiyoona Liqiifi Qusannaa Oromiyaa (WALQO)n bara 1987 hanga walakkeessa bara 1989tti gita pirojektiitiin qarshii miliyoona 5.2fi dameelee afuriin hojii eegale. Adoolessa 28 bara 1989 irraa eegalee ammoo gara dhaabbata maayikiroo faayinaansiitti... Read more »

Daandii ariitii dinagdee hawaasichaa ariifachuuf giddugala biyyaatti diriire. Daandii daandii caalu, kan dhaloonni boruus waan hedduu irraa dhaalu, kan naannawa sanaafis malu ta’uusaa immoo eenyullee hinhaalu. Faayidaan geejibaa ummata walitti dhiheessuu yemmuu... Read more »

Hawanni turistii madda galii biyyaa isa olaanaa ta’us biyyoonni baay’een xiyyeeffannaa waan itti hinkennineef faayidaa argachuu qaban argataa akka hinjirre ogeessonni damichaa ni ibsu. Itoophiyaanis bakkeewwan hawata turistiitiin badhaatus madda dinagdeeshee taasifachuu... Read more »