Natsaannat Taaddasaatiin Oromiyaan lixaa torban Dilbata darbee cidha cimaarra oole; cidha eebbaafi jalqabsiisa daandii pirojektii daandii Ministirri Muummee Mootummaa RFDI Doktar Abiyyi Ahmad, Ministira Muummee Ittaanaafi Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin, Giifti... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin “Haa ga’u nagaan koo onneerraa madde, gaara qaxxaamuree, dachaa bu’ee, laga ce’ee…” jechuun bara xalayaan fira, maatiifi jaalalleefi hiriyaaf ergamaa ture sana dafanii odeeffannoo waljijjiiruun akkam rakkisaa ture laata? Osoo... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Qaala’insi jireenyaa Itoophiyaa yeroodhaa yerootti dabalaa dhufuus inni dhiheenya kana dabaluu gatii bobo’aa wajjiin walqabatee uumame garuu namoota hedduu kan hadheeffachiiseefi yaaddessedha. Sababa gatiin bobo’aa dabaleen wanti hindaballe tokkollee hinjiru.... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Akkuma addunyaattuu qaala’iinsi gabaa biyya kamuu keessatti kan mudatu waan ta’eef hangas mara akka ta’insa haaraatti fudhatamee yaaddoo jireenyaa keessa kan nama galchu akka hintaane hayyootni dinagdee irratti waliigalu. Kana... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Itoophiyaatti hojiin misooma sululaafi kunuunsa qabeenyaa uumamaa bara 2004rraa kaasee kan jalqabame yoo ta’u, hanga har’aatti misooma qonnaa si’eessuutiin guddina dinagdee waliigalaa biyyattii utubaa akka jiru mirkanaa’eera. Keessumaa ammoo omishaafi... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Qonni biyyoota guddataniifi guddachaa jiranitti bu’ura dinagdee cimaa ta’uun lammiilee biyyaatiifis carraa hojii bal’aa uuma. Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuun omishni waggaa waggaatti omishamu biyya nyaachisee irraa hafuun sharafa alaa hedduus... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Itoophiyaan biyya argama namaafi bunaa ta’uun addunyaarratti beekamti. Bu’aa omisha bunaarraa argachaa jirtuun garuu sadarkaa duubaarratti argamti. Buna mala aadaatiin omishuufi qulqullinasaa sirriitti eeguu dhiisuun sababoota guguddoo biyyattiin omisha bunaarraa... Read more »
Waasihun Takileetiin Ejensiin Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa hundaa’uunsaa hiyyuma seena gochuun dhaloota miira ofitti amanamummaa qabu horachuuf kan akeeke yoo ta’u, yeroo ammaa rakkoolee hawaas-dinagdee isa mudate hiikaa deemuun abdii jireenyaa iji... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Afrikaa keessatti biyyoota invastimantiif haala mijataa qaban keessaa Misri ishee duraa yommuu taatu, Afrikaan Kibbaa immoo sadarkaa lammaffaarratti argamti. Akkasumas, Morokoon sadaffaa, biyyi luusii Itoophiyaan immoo sadarkaa arfaffaarratti argamti. Itoophiyaan... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Gaafa Afrikaan “Ardii dukkanooftuu” jedhamaa turte sana. Gaafa qabeenya uumamaan argattetti fayyadamuu dadhabdee harka Awurooppaanotaa eeggachuuf dirqamte sana Awurooppaanonni afaaniin Afrikaadhaan ardii dukkanooftuu jedhaa, harkaan immoo biyyoota Afrikaa qabachuufi qabeenya... Read more »