Baankii Siinqee: Wabii faayinaansii ummata baadiyyaafi magaalaa

Waldaan Aksiyoona Liqiifi Qusannaa Oromiyaa (WALQO)n bara 1987 hanga walakkeessa bara 1989tti gita pirojektiitiin qarshii miliyoona 5.2fi dameelee afuriin hojii eegale. Adoolessa 28 bara 1989 irraa eegalee ammoo gara dhaabbata maayikiroo faayinaansiitti... Read more »

Daandii ammayyaafi si’ata; dinagdee biyyaa si’eessuuf

Daandii ariitii dinagdee hawaasichaa ariifachuuf giddugala biyyaatti diriire. Daandii daandii caalu, kan dhaloonni boruus waan hedduu irraa dhaalu, kan naannawa sanaafis malu ta’uusaa immoo eenyullee hinhaalu. Faayidaan geejibaa ummata walitti dhiheessuu yemmuu... Read more »

Daawwachiistonni turistii ambaasaaddaroota biyyyaati”Obbo Kabbadaa Deessisaa

Hawanni turistii madda galii biyyaa isa olaanaa ta’us biyyoonni baay’een xiyyeeffannaa waan itti hinkennineef faayidaa argachuu qaban argataa akka hinjirre ogeessonni damichaa ni ibsu. Itoophiyaanis bakkeewwan hawata turistiitiin badhaatus madda dinagdeeshee taasifachuu... Read more »

“Hawaasa waa kalaquufi oomishuu danda’e qofatu hiyyummaa keessaa ba’a” -Aadde Caaltuu Saanii

Saamraawiit Girmaatiin Dargaggoo Zallaqaa Mitikkuu Kolleejjii Poolii Tekinikaa Mattuutti leenjisaadha. Innis meeshaa jal’isii ofiin of sirreessee bishaan obaasuu danda’u ‘Automatic Irrigation System’ jedhamu hojjeteera. Teknolojichi ofiisaatiin bishaan hanga ga’u jal’isiidhaan erga obaasee... Read more »

Qabeenya mootummaa tajaajilaan ala teesisuun nama gaafachiisa

Natsaannat Taaddasaatiin Adeemsa bittaafi bulchiinsa qabeenya mootummaa federaalaa waajjiraalee 190 hordofuufi to’achuun hojiilee gurguddoo Ejensiin Bittaafi Bulchiinsi Qabeenyaa raawwachaa jiruudha. Kana malees  seerota adeemsa bittaa baasuun hojiirra ooluufi dhiisuusaa hordofuun rakkoolee mul’atan... Read more »

Misooma Hortikaalcharii: furtuu hanqina sharafaa alaa Bayyanaa Ibraahimiin

Itoophiyaan biyyoota uumaan duroomsee uumeefi  ofiisheetiif immoo waan qabdu bartee itti fayyadamuu dhabaaf hiyyoomte keessaalle ishii duraati. Qabeenya uumamaa biyyattiin tun qabdu ilaaltee haala yeroo ammaa ummannishee keessattuu qonnaan bulaafi hawaasni baadiyyaashee... Read more »

Waggaa lamatti saatalaayitota lama horachuu: Agarsiiftuu imala milki waggoota sadeenii

Bayyanaa Ibraahimiin Waggoottan muudamniifi muddamni itti baay’atan, kan gaddaafi gammachuun keessa wal make eenyu akka gaddatti jiruufi eenyu immoo akka gammachutti jiru adda baasuun itti nama dhibe baroota murteessoo isa walkeessoo. Haalotni... Read more »

Biyya qabeenya beelladaa qabdurraa fayyadamuun gaara itti ta’e: Itoophiyaa

Bayyanaa Ibraahimiin Itoophiyaan biyya uumaan lageeniifi haroowwan hedduun qabduufi ummannishee guututti bishaan dhugaatii qulqulluu hinarganne, jal’isiin omishuun hafee rooba waggaa eeggattu, humna ibsaa gahaa maddisiisuu dadhabdee kutaan biyyattii harki caalu dukkana keessa... Read more »

Yuniyeenii Omishtoota Kuduraafi Muduraa Maqii Baatuu maal hojjetaa jira?

Saamraawit Girmaatiin Obbo Kumasaa Guddinaa Gaggeessaa Hojii Yuniyeenii Omishtoota Kuduraafi Muduraa Maqii Baatuuti. Yuniyeenichi bara 1994 kan hundaa’e yoo ta’u, waldaalee miseensa 12 hojii jallisiirratti hojjetanii kuduraafi muduraa omishaniifi qonnaa bultoota 527... Read more »

Qaamota sadeen jijjiirama barnootaatiif dhamaan dhama’an

Kutaa 3fa Maxxansa keenya lamaan waa’ee dhimma eebba manneen barumsaa Godina Baalee, Aanaa Harannaa Bulluq Bakkaayeefi Bulluq dhaabbanni mitimootummaa tokko ijaaree eebbisiiseefi isaan walabatan biroo isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Kutaan xumuraas... Read more »