“Waraanni dinagdee biyyarratti baname aantummaa waldaalee hojii gamtaatiin buqqa’a” -Obbo Umar Huseen

Hundeeffamni waldaalee hojii gamtaa oomishtootaafi bitanii warreen raabsan walitti hidhuun alseerummaan bittaa gurgurtaan walqabatee dhufu akka hafuufi tasgabbiin gabaa akka uumamu, faaydaan omshtootaafi daldaltootaa akka hinhubamneefi hanqinni dhiyeessii wayita mudatutti hawaasa dandamachiisuuf... Read more »

“Qonnaan bulaan quusachuu qofa osoo hintaane liqeeffachuus aadeffachuu qaba” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Saamraawiit Girmaatiin Akkaataa seera Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaatiin baankiin tokko aksiyoona gurguree qarshii sassaabame miliyoona 500 ol yoo qabaate baankii ta’ee hundaa’uu danda’a. Bu’uuruma kanaan Baankiin Gadaa namoota kuma 27f sheerii gurguruun qarshii... Read more »

“Kilaastaraan qotuun omishaafi omishtummaa keenya guddisuu keessatti gahee olaanaa qaba”Qonnaan bultoota Godina Shawaa Bahaa

Natsaannat Taaddasaatiin “Makaanaayizeeshinii qonnaa fayyadamuun kilaastaraan qotuun bu’aa guddaa qaba. Qonnaan bultoonni lafa qonnaa walitti aanu qaban gurmaa’anii kilaastaraan wayita qotan lafti yeroo walfakkaatu akka qotamu, sanyii filatamaa, xaa’oo, qoricha farra ilbiisotaafi... Read more »

Warshaa Dhugaatiiwwanii Keenyaa warraaqsa dinagdee keessatti

Waasihun Takileetiin Qabsoo hadhaa’aa, obsa fixachiisaafi wareegama qaalii waggoota sadiif osoo walirraa hincitiin keessumaa dargaggoota hirmaachisuun gaggeeffameen sirna gola Oromiyaas ta’e bayattii golgoleessaa ture hundeedhaa buqqisuun danda’ameera. Kana keessatti ammoo akkuma irranatti... Read more »

Pirojektiiwwan meeggaa ammayyummaa Finfinneef gumaachan

Saamraawiit Girmaatiin Pirojektii Meeggaa jechuun pirojektiiwwan ijaarsisaanii qarshii biliyoona tokkoo ol fixu ta’uu hiikni damee ijaarsaan jiru ni mul’isa. Bu’uuruma kanaan Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara 2012 irraa eegalee waajjira of danda’e hundeessuun... Read more »

Invastimantiin Oromiyaa eessaa garamitti?

Sinqinash Alamuutiin Wayita ammaa guddina biyya tokkoo mirkaneessuuf dinagdee naannoorratti hojjechuun barbaachisaadha. Dinagdeemoo foyyeessuuf invastimantii bal’inaan, qulqullina barbaachisuunifi haala walittifufaa ta’een hojiirra oolchuun daran barbaachisaadha. Mootummaan naannoo Oromiyaas waggoota sadan darbanitti rakkoolee... Read more »

Oromiyaa Ijaaruun Itoophiyaa Utubuudha !

Bayyanaa Ibraahimiin Namni tokkummaafi birmadummaa Itoophiyaa jaalatuufi hawwu kamiyyuu ijaaramuufi misoomuu Oromiyaa jibbuufi balaaleeffachuuf sababa qabaachuu hin danda’u. Oromiyaa handhuura Itoophiyaatti kan uume uumaadha malee humna biraa miti. Isa uumaan handhuura godhee... Read more »

Addababa’ii Masqalaa: Pirojektii dandeettiifi obsii raawwachuu kan itti mirkanaa’e

Saamraawiit Girmaatiin Addababa’iin Masqalaa utuu mootummaa Minilikiifi Raas Birruutiin hinqabamiin dura Addababa’ii Keelloo Masqalaa jedhamee waamamaa turuudha Hayyuun Seenaa Alamaayyoo Haayilee Gaazexaa Bariisaaf kan ibsan. Naannawaan moggaasa Keelloo Masqalaa jedhu osoo hinargatiin... Read more »

“Lafa keenyarratti ciisanyaa osoo hintaane, hojjennee ciisnee nyaanna” -Qeerroo Finfinnee

“Abbaan lafaa dhabee lafasaa, sooree halagaan irra jiraata, dhakaa falaxee lafasaarratti ‘qansiraan’ bulaa qonni hafeeti” jedhe Weellisaa Shukrii Jamaal shira sirnoota darbaniin Oromoorratti xaxamaa ture hubatee. Jaarraa tokkoofi walakkaa oliif Oromoon Finfinnee... Read more »

Shaggar akkumaa maqaashee miidhagsuuf

Akka hayyoonni seenaa ibsanitti, maqaan  Finfinnee jedhu jechoota ‘Finna’ fi ‘Finne‘ jedhurraa kan dhufe yommuu tahu maqaa bishaan danfaa Hora handhuura magaalittiitti argamuun kan moggaafamteedha. Maqaanshee kan biroo Shaggar yoo tahu, jaalalaa magaalaa kana irra qabaniifi... Read more »