“Duulli keenya hiyyummaafi Juuntaa injifachuun warraaqsa dinagdee keenyaa milkeessuudha” -Obbo Geetuu Gammachuu

Ummanni Oromoo Warraaqsa siyaasaa kanaan dura waggoota sadiif osoo walirraa hincitiin naannawicha keessatti taasisaa ture qabsoof wareegama qaaliin erga injifatee as kallattii qabsoosaa, siyaasarraa gara dinagdeetti jijjiiree hojiitti seenuun ni yaadatama. Waraanni... Read more »

Misooma Qonnaa: Yeroo biyyi rakkoo keessa jirtuttis imala milkaa’inaa irra kan hin maqne

Itoophiyaan biyyoota yeroo jalqabaatiif lafa qotanii omishuudhaan jireenya adamsanii buluurraa gara qotanii buluutti addunyaa ceesisan keessaa ishee tokko akka taate kan dubbatamuf yoo ta’u, sadarkaa yeroo ammaa qonni irra gahe waliin adeemuu... Read more »

‘Oroo Fireesh’: Waltajjii dinagdee haqaqabeessa omishaafi bitataa

Torban Darbe Magaalaa Finfinneetti kaampaaniin maqaa ‘Oro Fresh’ jedhamuun hundeeffame gabaa banaa mijeessuun kuduraaleefi muduraalee fayyadamtootaaf dhiheessuu eegaluunsaa ni yaadatama. Sirna jalqabsiisa kanarrattis Pirezdaantiin Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaafi aanga’onni biroo kan argaman... Read more »

Kubbaaniyaan Inshuraansii Awaash areboonii qarshii biiliyoona 1.28 ol walitti qabuun rikoordii haaraa galmeessise

Kubbaaniyaan Inshuraansii Awaash Ittigaafatamummaansaa Murtaa’e torban har’aa walga’ii idilesaa 27fa Finfinnee Galma Hoteela Hiiltan Addisitti adeemsiseera. Hoggantoonni, miseensonni boordiifi abbootiin aksiyoona kubbaaniyichaa walga’icharratti kan hirmaatan yoo ta’u, gabaasi daarikteerota boordiifi oditarootaa ALA... Read more »

Kilaastara xaafii Aanaa Ejersa Lafoo

Natsaannat Taaddasaatiin Kilaastarri Xaafii Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Ejersa Lafoo gandoota Kattaa Andoodee, Gooroo Kurkufaafi Simboo Goorootti makkanaayizeeshiniifi galteewwan qonnaa fayyadamuun omishaman torban har’aa hoggantootaafi ogeessota qonnaa sadarkaa aanaa, godinaafi naannootti jiraniifi... Read more »

Raawwii milkii misooma Qonnaa Oromiyaa;Abdii Itoophiyaa

Bayyanaa Ibraahimiin Haadha dameewwaniifi seektaroota hundaa, madda galii cimaafi wabii nyaataa kan ta’e qonni, biyyoota guddataniifi guddachaa jiranittis madda hojii cimaafi bal’aa ta’uudhaan carraa hojii bal’aa ta’e lammiilee biyyaatiifis kan uumuudha. Wabii... Read more »

Raawwii carraa hojii uumuu, humna Oromiyaan qabuun hinmadaalle

Yeroo ammaa akka addunyaattis ta’ee biyya keenyaatti waa’een hojidhabdummaa ajandaa siyaasaa, hawaasummaafi dinagdee ta’ee sadarkaa duraatti kan ka’uudha. Keessattuu, rakkoon hoji dhabdummaa dargaggootaan walqabatee ka’u immoo rakkoolee birootiif yeroon sababa itti ta’us... Read more »

“Boqonnaan tokko xumuramee boqonnaa haaraan banameera” – Pirezdaanti Saahilawarqi Zawudee

Itoophiyaatti Wiixata darbe mootummaa haaraan hundaa’eera. Miseensonni Mana marii Federeeshiniifi Miseensonni Mana Marii Bakka Bu’oota ummataa sirnicharratti argamaniiru. Pirezdaantiin Mootummaa RFDI Saahilawarqi Zawudee baniinsaa yaa’ wajjummaa manneen marii lamaaniirratti haasaa taasisaniiru. Sirnicharratti... Read more »

Waldaa Sanyii Baay’isuu Dhakaa Diimaa: Gurmuu hanqina sanyii filatamaa furuuf hojjechaa jiru

Waldaa Sanyii Baay’isuu Dhakaa Diimaa Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaatti lafa hektaara 45 ol irratti hojii sanyii qamadii baay’isuurratti bobba’ee hojjechaa jira. Hojii miseensonni waldichaa kilaastaraan gurmaa’anii hojjechaa jiran... Read more »

Seenaa qonna Itoophiyaa geeddaraa kan jiru, qonna Oromiyaa

Osoo lafa qotamu qabnu haala itti qotamuufi waan qotamuu malu wallaaluudhaan midhaan irra ciifnee gargaarsa midhaaniitiif faranjii jala harka qabuun biyya kanatti waan baratameedha. Biyyoota addunyaarratti yeroo duraatiif qonna eegalan keessaa ishii... Read more »