Waggoota lamaan dura akka Oromiyaattis ta’e biyyaatti qamadii misooma jallisiitiin misoomsuun hinbaratamne ture. Sochii mootummaan qamadii biyya alaatii galu hambisuuf taasisaa jiruun waggoota lamaa as hojiin misooma jallisiitiin qamadii omishuu bal’inaan gaggeeffamaa... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Baankiin Daldala Itoophiyaa Dilbata darbe gamoo waajjira muummeesaa lafaa olitti abbaa darbii 48 ta’eefi sadarkaa gamoo biyyoolessaa eeguun kan bifa diyaamendiitiin Finfinnee naannawa Hora Finfinnee (Biheraawwii)tti ijaarame eebbisiiseera. Ministira Muummee... Read more »
Ministeerri Galiiwwanii ji’oota ja’an darbanitti taaksii biyya keessaafi daldala alaarraa qarshii biiliyoona 185,78 walittiqabuuf karoorsee qarshiin biiliyoona 171,31 walittiqabuu danda’uufi karoorasaa dhibbantaa 92.21n milkeessuu Ministirri Galiiwwanii Obbo Laaqa Ayyaalee ibsan. Ministirichi wayita... Read more »
Xiyyeeffannoo Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa hojii misoomaafi dinagdeef kenneen walqabatee fedhii misoomuu hawaasaa tartiibaan deebisuuf karooraan deeggaree qabeenya muraasa jiru walitti qindeessuun ummata tajaajiluuf sochii taasisaa tureera, jiras. Sadarkaa pirezidaantii ittaanaatti qindeessaa... Read more »
“Anis biyyan qabaa biyya biyya caaltu, biyyakoo Oromiyaa kan uumaan badhaatuu…” jechuun Doktarri Kabajaa Artisti Alii Birraa Oromiyaan qabeenya uumamaatiin, goototaan, hayyootaan, albuudotaan, midhaanotaan, mukeeniin, lageeniiniifi waa hundaan kan badhaate ta’uushee sagaleesaa... Read more »
Dinagdee biyyaa waggoota kurnan lamaan darbaniif diijitii lamaan guddachaa turuunsaa himamaafii turetu yeroo ammaa laafaafi laamsha’aa har’a sadarkaa hamaarra ga’e. Laafaafi laamsha’aa dhufuu dinagdee kanaaf immoo shoora olaanaa kan taphatu waraana sababa... Read more »
Yeroo dheeraadhaaf malaammaltummaa, hojmaanni badaa, maal na dhibdeefi ittigaafatamummaa dhabuun qabeenyi ummataafi mootummaa qisaasamuun fayyadamummaa lammiileefi biyyaa mirkaneessuurra korojoo nama dhuunfaa gabbisaa ture. Keessumaa dhaabbileen misoomaa mootummaa jedhaman hojii misoomaa bal’inaan hojjechuun... Read more »
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa torban kaleessaa Guyyaa Waldaalee Hojii Gamtaa yeroo 3faf mata duree ‘Waldaalee Hojii Gamtaa, Guddina Hawaas-dinagdee Waaraaf’ jedhuun magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti kan kabaje yoo ta’u, borumtaasaammoo Yaa’ii... Read more »
Aanaan Dandii aanaalee 22 Godina Shawaa Lixaatti argaman keessaa isa tokko. Teessoon Bulchiinsa aanichaa magaalaa Giincii yoo ta’u, Finfinneerraa gara lixaatti kiiloo meetira 78, magaalaa guddoo godinichaa Amboorraa ammoo kiiloo meetira 35... Read more »
Biyyi keenya ammaan tana waraana keessa jirti, waraana ummanni biyyattiifi mootummaan otoo hinjaalatiin ittigalan. Waraanni amalumasaatiin farra dhala namaafi dinagdeeti. Qaamni shororkeessaan amma Itoophiyaarratti waraana bane ABUT, waggoota 27 aangoorra turetti dameelee... Read more »