Lammiilee Itoophiyaa miiliyoona 110 ol keessaa dhibbantaan 85 jiruufi jireenyisaanii qonnarratti kan bu’ureeffateedha. Lakkoofsi kun yeroo dheeraaf dinagdee Itoophiyaa qonnaan durfamu keessatti beekamaa yoo ta’u, jijjiiramni ce’umsaa qonnarraa gara indastiriitti mul’ataa jiraatus... Read more »
Karoorri sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaa milkaa’inaan akka raawwatamuuf qophiin taasifamaa jiru jajjabeessaa ta’uu Hogganaa Ittaanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eliyaas Kadir ibsan. Bu’uura jireenya uumama hundaa kan ta’e qabeenya uumamaa misoomsuufi kunuunsuurratti... Read more »
Erga mataduree, “Waamicha gara biyyaa Iidaa hanga Iidaa” jedhuun Itoophiyaanonniifi michoonni Itoophiyaa gara biyyaa akka galaniif waamichi dhiyaachuu hordofee koree waloo biyyaalessaa hundaa’een hojiiwwan adda addaa hojjetamuun qophiin taasiifamaa tureera. Waamicha Ministirri... Read more »
Waldaan Dargaggoota Caffee Hojii Gamtaa Waliigalaa dargaggootaaf carraa hojii uumuu, qonnaan bultoota fayyadamoo taasisuu, gatii gabaa tasgabbeessuu, tajaajiloota adda addaa dhiyeessuun hawaasa fayyadamaa taasisuurratti xiyyeeffatee hojjechaa jira. Waldichi xaafii dabalatee midhaanotaa akaakuu... Read more »
Oromiyaan wiirtuulee hawwata tuuristii dinagdee biyyaa fulduratti tarkaanfachiisan hedduu galii ykn tajaajila barbaadamu kennaa kan hinjirre hedduudha. Mootummaan Itoophiyaa yeroo ammaa wiirtuulee hawwata tuuristiifi madda galii ta’uun dinagdee biyyaafi jireenya qonnaan bulaa... Read more »
Mootummaan fedhii qamadii biyya keessaa guutuufi qamadii alaa galu hambisuun sharafa alaa oolchuuf hojii misooma qamadii waqtiiwwan garagaraatti taasifamuun cinaatti omisha qamadii waqtii bonaatiif xiyyeeffannaa kennee hojjetaa jira. Gama kanaan keessumaa waggoota... Read more »
Lammiin Itoophiyaa ijaarsa Hidha Haaromsa Itoophiyaa guddicha keessaa qooda hinqabne jira jechuun rakkisaadha. Ayyoon sabbatashee keessaa kan guduunfatte, Abboon horiifi omishasaa gurguree, obboleen waan humnasaaniitiin ifaajanii argatanirraa, akkoofi akaakaa akkasumas barattoonni illee... Read more »
Mootummaan Itoophiyaa karoora dinagdee hiyyummaa hir’isuun badhaadhina sadarkaa maatiitti mirkaneessuu qabatee hojjetaa jiraachuunsaa nii beekama. Kun akka milkaa’uufis keessumaa imaammatawwan biyyaalessaa qopheessuun, ummata imaammaticha hojiitti hiiku kakaasuufi dadammaqsuun akkasumas, qaama dhimmicha kallattiin... Read more »
Waggoota lamaan darban addunyaa keenyaaf yeroo balaa dinagdeefi hawaasummaan lammiilee itti qorameefi qormaanni hamaa itti keessummaa’eedha jechuun nidanda’ama. Keessumaa weerara vaayirasii Koronaatiin walqabatee biyyoonni dureeyyiin ormaaf abdii ta’aa turan of dadhabuun jireenya... Read more »
Hidhaa Haaromsaa guddichi Itoophiyaa hirmaannaa olaanaa ummanni taasisaa tureen turtii waggoota 11 booda Dilbata darbe anniisaa elektirikii MW 375 maddisiisuu eegaleera. Daayrektarri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Hidha Haaromsa Guddicha Naannoo Oromiyaa... Read more »