Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee har’a Magaalaa Finfinneetti, kan Hora Harsadii ammoo bor Magaalaa Bishooftuutti kabajama. Jala bultiin ayyaanichaas marii paanaalii, baazaariifi sagantaalee gara garaatiin kabajameera. Baazaariin Irreechaa Kamisa darbe Giddugala Aadaa Oromootti... Read more »
Guyyaan Buna Itoophiyaa mataduree “Bunni keenya Wajjummaafi Badhaadhina keenya” jedhuun torban darbe Finfinnee Hoteela Sharaaten Addisitti kabajameera. Kabajni guyyichaa marii paanaaliitiin kan jalqabe yoo ta’u, xumurarratti omishtoonni, dhiyeessitoonniifi alergitoonni bunaa akkasumas dhaabbileen... Read more »
Kitaabni ‘Dhaloota Dinagdeen Humneessuu’ jedhu kan Hayyuu Dinagdee Doktar Guutuu Teessootiin barreeffame Adoolessa 29 bara 2014 galma Hoteela Ilillii Internaashinaaliitti eebbifameera. Sirna eebbichaarratti hayyoonni, abbootiin qabeenyaa, Abbootiin Gadaa, aartistoonnifi keessummoonni biroon argamaniiru.... Read more »
Itoophiyaan biyya omishawwan addaddaa omishuuf mijattuu taatus itti fayyadamuu dhabuusheetiin lammileeshee sooruu dadhabdee biyya alaarraa sharafa olaanaatiin omisha galchaa turte. Keessumaa qamadii wajjiin walqabatee waggaatti qarshii hedduu baasuuf dirqamaa turte. Kun hafee... Read more »
Abbootiin qabeenyaa guguddoon har’a addunyaarrratti beekaman, namoonni hojii kalaqa adda addaatiin addunyaarratti beekaman yeroo tokko harka duwwaa turan. Akkasumas namoota damee hojii adda addaarraa ari’atamaniifi dhiibaman turan. Namoonni baay’een harka duwwaa (zeeroorraa)... Read more »
“Itoophiyaan bara dhufu gabaa alaatiif qamadii akka dhiheessitu shakkiin hinjiru” – Obbo Umar Huseen
Itoophiyaan waggaa dhufu gabaa alaatiif qamadii dhiheessuu akka dandeessutu himamaa jira. Kun immoo Ministeera Qonnaa biyyattii ykn mootummaa Itoophiyaa qofaan osoo hintaane, karaa Baankii Misooma Afrikaatiinis oduu naanna’aa jiruudha. Waggoottan hedduuf yoo... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Qabeenya uumamaafi iddoowwan hawata turiizimii sadarkaa addunyaatti maqaa gaarii ta’an kan qabdu Itoophiyaan, humna damee tutiizimii irratti qabdu kana gara maallaqaatti geeddartee dinagdee biyyattii utubuuf garuu yaaliifi tattaaffii garaa garaatiin... Read more »
Kutaa Qophiitiin Maxxansa keenya torban darbeetiin gabaasa argannoo odiitii Manni Hojii Odiitara Muummichaa Oromiyaa Caffee Oromiyaatiif dhiyeessse qindeessinee isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaanis kutaa ittaanu soneeffannee dhiyeessineerra. Herrega Baasii Herregni... Read more »
Rakkoon hoji dhabdummaa rakkoo biyyoota guddachaa jiranii qofa osoo hintaane rakkoo addunyaa guutuuti. Baay’ina ummata addunyaa kanaa keessaa harka guddaa kan qabu, saffisaan dabalaa kan jiruufi rakkoo hojii dhabdummaaf kan saaxilaman dargaggoota.... Read more »
Biyyi keenya gama hundaan jijjijiirama keessa jirti. Dameelee jijjiiramichaan xiyyeeffannaa argatan keessaa immoo tokko sektara dinagdeeti. Dinagdeedhaan guddachuun biyyaas ta’e lammii qabatamaadhaan akka mirkanaa’uufi mul’atuuf bu’uurasaa cimsuun daran murteessaadha. Kunis mootummaa jijjiiramaatiin... Read more »