Hojiin Ashaaraa magariisaa beekamtummaa idil addunyaa argate

Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahmad (PhD) erga gara aangootti dhufanii inisheetivoota gurguddoo hojjetan keessaa duulli Ashaaraa Magariisaa isa ijoodha. Hojiin kun waggoota walitti aanan afuriif kan hojjetame yoo ta’u, waliigalaan biqiltuuwwan biliyoona... Read more »

 Hojiilee Yunivarsiitiin Waacheemoo qonnaan bultoota fayyadamoo taasisuuf hojjetaa jiru

Yunivarsiitiin Waacheemoo bara 2004 kan hundaa’e yoo ta’u bara 2005 irraa kaasee, irra jireessaan qorannaa Agroo Piroosasingii qonnaan bultoota dachaan fayyadamoo taasisanirratti xiyyeeffatee hojjetaa jira. Gama kanaanis, waggaa waggaan qorannoowwan qonnaan bulaa... Read more »

 Guddina dinagdee rakkoowwan keessatti galmaa’e

Bara 2014 keessa Itoophiyaan rakkoolee siyaas dinagdee hedduuf saaxilamtee turuunshee ni yaadatama. Rakkooleen kunneenin kan biyyaalessaafi biyyooleessaa yoo ta’an aarsaa olaanaas ishee kanfalchiiseera. Rakkooleen kunneenis, biyya keessaa, waraana kaabaafi rakkoolee nageenyaa bakkaa... Read more »

 “Daldalli albuudaa seeraan alaa, gabaa alergii keenya hubaa jira” – Ergitoota albuudaa

Oromiyaan qabeenya uumamaa albuudawwan gatijaboo daran kan guutamte taatus dhalattoonni naannichaa gabaa daldala addunyaatti makamanii fayyadamaa akka hintaaneef karaan itti cufamee ture. Keessumaa sirni darbe wiirtuulee albuudonni gatijaboon itti argaman humnaan dhuunfachuun... Read more »

 “Damee qonnaatiin qotiyyoofi qonnaan bulaa addaan baasuuf hojjetamaa jira” – Abiyyi Ahimad (PhD)

Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) kibxata darbe gaaffiwaan miseensoota mana maree bakka bu’oota ummataarra dinagdee ilaalchisuun dhiheessaniif ibsaafi deebii bal’aa kennaniiru. Nutis akka maxxansaaf toluutti qindeessineerra. Hojii qonnaa Damee qonnaan hojii... Read more »

 Industirii aadaafi artii akkamiin gara dinagdeetti jijjiiruun danda’ama?

Aadaafi Artiin bu’aa ogummaa kalaqaa qabeenya hawaasa tokkoo ta’anii qabeenya aadaafi beekumsa hawaasaa akka galteetti fayyadamuun qabeenya kiliyaafi qabatamaa bu’aawwan omishaafi tajaajilaa aadaan gabbatan jechuudha. Omishni kamuu qabiyyee aadaa hanga %75 qabaachuu... Read more »

 Paarkii Michummaa 2ffaa: Kennaa dhalootaa magaalaa miidhagsuu garisitti

Magaalaan Finfinnee magaalaa guddoo Oromiyaafi Itoophiyaa, darbees teessoo Gamtaa Afrikaa taatus bakkeewwan ija nama hawwataniifi aara galfiif ta’an baay’inaan hinqabdu turte. Keessummoonni biyya biraarraa dhufan hoteelota guguddoo buufachuun achumatti kan bashannanan yoo... Read more »

Turizimii caalaatti utubaa dinagdee taasisuuf…

Turizimiin dameewwan guddina dinagdeef lafee dugdaa ta’an keessaa isa tokko. Biyyoonni turizimiirratti xiyyeeffatan qalbii ummata addunyaa hawachuurra darbee galii olaanaa ittiin argachaa jiru. Biyyoonni hawwata turizimiisaaniitti sirnaan fayyadaman guddina dingadeesaanii waggaa keessaas... Read more »

“Itoophiyaan gaaga’ama keessa turttus guddina dinagdee jajjabeessaa galmeessisteetti”Pirezidaanti Saalawarqi Zawudee

Waasihun Takileetiin Barri darbe Itoophiyaaf bara qormaataa yoo ta’u, keessumaa waraana akka biyyaatti kaaba Itoophiyatti mudachaa jiruun, goginsaan, balaa lolaafi rakkoo nageenyaa bakkaa bakkatti mudateen raafama hamaa dinagdee biyyaa sakaalu keessa turteetti.... Read more »

Qabeenya beeladaa Itoophiyaa barootaaf faayidaan irraa dhabame

Itoophiyaan qabeenya beeladaatiin akka addunyaattis sadarkaa shanaffaa, akka ardii afrikaatti ammo sadarkkaa tokkooffaarratti akka argamtu qorannoowwan damichaa ni mul’isu. Ta’us qabeenya kanarraa haalaan fayyadamtuu ta’aa hinjirtu. Keessumaa horsiisee bultoonni gama kanaan waan... Read more »