
Finfinnee: Waldaa Atileetiksii Addunyaatiin waggaa lamatti altokko biyyoota adda addaatti kan adeemsifamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Dargaggoota Addunyaa umrii 20 gadii ALA bara 1986 Magaalaa guddoo Giriki, Ateensitti jalqabame. Shaapiyoonaan kun edda jalqabe waggoota... Read more »

Yeroo Goobeen dhuftu abbaan qe’ee baay’ee gammada jedhu jiraataan Magaalaa Bishooftuu. Goobeen sirba wayita birraan bari’u sirbamu yoo ta’u, jechi Goobee jedhu sirbichas, dargaggoota gareen sirban waamuufis ni ta’a. Sirbi birraa Oromiyaa... Read more »

Yaa’iin Abbootii Gadaa marsaa 3ffaan tibbana mataduree, “Sirna Gadaa ijaarsa biyyaatiif” jedhuun qindeessummaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaatiin Hagayya 14fi 15 bara 2016 Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti adeemsifameera. Hoggantuun Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa... Read more »

Finfinneerraa fageenya kiiloo meetira 141 irratti, Godina Shawaa Bahaatti kan argamtu Maqiin magaalaa qabeenyawwan akka kuduraafi mudaraatiin daran badhaateedha. Kanumaafi, fakkaataa maashinaroonni adda addaa hojiilee qonnaatiif oolan kanitti baay’ataniifi magaalattii keessa garmaamaa... Read more »

Itoophiyaa biyya lakkoofsi ummatashii miliyoona 120 ol ta’aa jiru keessatti hudhaan dhaloota sakaalaa jiru inni guddaan rakkoo hojidhabdummaan walqabatuudha. Hudhaa kana keessaa bahuuf aadaan hoji keenyaa jijjiiramuu akka qabu eebbifamtoonnis hojii barbaaduu... Read more »

Wiirtuun Haaromsaafi Gabbisa Ogummaa Dubartootaa ‘Yanagawaa” yaada kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee maddisiisaniin ijaarame. Wiirtuun Finfinnee, Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti ijaarame Bitootessa 5 bara 2016 bakka Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad,... Read more »