Boqqonnaan calallii ajandaa milkaa’ina marii biyyaalessaatiif dhimma murteessaadha

Harariitti waltajjiin marii ajandaa walittiqabuu har’a jalqabama Haraarii: Mariin calallii ajandaa naannolee waliigaltee biyyaalessaa uumuuf boqonnaa ta’uu murteessaa ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Naannoo Harariitti waltajjiin marii ajandaa walittiqabuu har’a, Hagayya 4... Read more »

Itoophiyaa Kibbaatti balaan sigiga lafaa ammayyuu yaaddessaadha

Finfinnee: Naannoo Itoophiyaa Kibbaa, Godina Gofaa, aanaa Gazee Gofaatti balaan sigiga lafaa lubbuu namoota 223 ol galaafate godinaalee naannichaa hedduuttis yaaddoo ta’eera. Balaan sigiga lafaa haala kanaan dura hinbaratamneen Itoophiyaa bakkoota hedduutti... Read more »

Kaadaastara lafa magaalaa hojiirra oolchuun faayidaa akkamii qaba?

Adaamaa: Oromiyaatti kaadaastara lafa baadiyyaafi magaalaa hojiirra oolchuun erga jalqabamee waggaa afur lakkoofsiseera. Kaadaastarri lafa baadiyyaafi magaalaa kun sirna bulchiinsaafi ittifayyadama lafaa ammayyeessuun rakkoolee lafaan walqabatan furuu keessatti gumaacha olaanaa taasisaa kan... Read more »

Buufanni xiyyaaraa idiladdunyaa Bishooftuutti ijaaramu Afrikaarraa isa jalqabaati

-Waggaatti imaltoota miliyoona 100 keessummeessa Finfinnee: Ijaarsi pirojektii guddicha buufata xiyyaaraa Idilaaddunyaa Itoophiyaa haaraa Bishooftuutti ijaaramuuf jiru Afrikaarraa isa jalqabaa ta’uufi waggaatti imaltoota miliyoona 100 akka keessummeessu Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa beeksise. Hojigaggeessaa... Read more »

BARIISAA SANBATAA Hagayya 4 Bara 2016

Read more »

 Olompikii Paariisitti sochii atileetota Itoophiyaa

Finfinnee: Olompikii 33ffaan Paariis erga jalqabamee guyyoota sagal yoo lakkoofsisu, Itoophiyaan akaakuuwwan ispoortii atileetiksiitiin dorgoommii kan jalqabde dheengadda. Dorgommii suksukii kiiloo meetira 20 dhiirota jidduutti dheengadda adeemsifameen atileet Misgaanaawu Waaqumaa sa’aatii 1:19.31n... Read more »

 Dargaggootaafi bakka oolmaa yeroo gannaa

Ji’ootni gannaa yeroo manneen barnootaa cufamaniidha. Dargaggoonniifi daa’imman bona barumsaarra turan yeroo boqonnaa itti argataniidhas. Yeroo boqonnaa kana iddoowwan oolmaa isaan barbaachisa. Kanaafuu waggaa waggaadhaan naannoleen walmorkii gannaa qopheessuudhaan dargaggoonniifi daa’imman akka... Read more »

“Ummanni Oromoo qaama kamuurra uumama wajjin hariiroo cimaa qaba” – Doktar Dirribaa Tarrafaa

Doktar Dirribaa Tarrafaa Kiisii ammaan tana Daarektara Inistiitiyuutii Qo’annoofi Qorannoo Oromoo ta’anii tajaajilaa kan jiran yoo ta’u, hayyuun kun keessumaa dhimma waaltinaafi caasluga Afaan Oromoorratti waggoota dheeraaf hojjechuun beekamu. Hayyuun kun digrii... Read more »

 Fooyyessa sagantaa dinagdee gooroo

Itoophiyaan gara fooyyessa dinagdee gooroo guutuutti galuu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Kaayyoon ijoo fooyyeessichaas galii mootummaa guddisuu, baasiifi hirpha mootummaa bu’aqabeessa gochuu, sirna caasaa fandii sooramaarratti jijjiirama hojiirra oolchuu, dhaabbilee... Read more »

Fooyyessa Imaammata Dinagdee Maakroo Itoophiyaafi dhaabbilee faayinaansii addunyaa walitti araarse

Mootummaan Itoophiyaa imaammata dinagdee biyyattii fooyyessuu Adoolessa 21 bara 2016 ifoomsee daandii dinagdee haaraa bane. Murteen mootummaa kun dhimma ijoo yeroo dheeraaf Itoophiyaafi jaarmiyaalee maallaqaa addunyaa waldhabsiisaa turerratti jijjiirama kan fide, biyya... Read more »