Godinichatti callaa kuntaala miliyoona 33 ol argachuuf karoorfame

Finfinnee: Godina Jimmaatti bara omishaa 2016/2017 lafa hektaara kuma 856fi 630 sanyiiwwan midhaan garagaraatiin uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 33 ol argachuuf kan karoorfamu ta’uu waajjirri qonna godinichaa beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaan waajjirichaa Obbo... Read more »

 Mariin paartiileen morkattootaa Ministira Muummee waliin taasisan ittifufuu qaba jedhame

Finfinnee: Mariin paartiileen morkattootaa Ministeera Muummee waliin taasisan ittifufuu akka qabu Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Itoophiyaa beeksise. Walittiqabaan mana marichaa Obbo Dastaa Dinqaa yaada tibbana Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

 Godinni Bunnoo Beddellee omisha ganna baranaarraa callaa kuntaala miliyoona 17 ol argachuuf hojjetaa jira

Finfinnee: Godinni Bunnoo Beddellee omisha ganna baranaatiin lafa hektaara kuma 465fi 81 sanyiiwwan midhaanii akaakuu garaagaraatiin uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 17.7 argachuuf hojjechaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Geetaahuun... Read more »

 Abbootiin qabeenyaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa keessatti hojjechuuf fedhii guddaa argisiisaa jiru

Finfinnee: Fedhii abbootiin qabeenyaa biyya keessaafi alaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa keessatti hirmaachuuf taasisaa jiran olaanaa ta’uu Abbaan Taayitaa Zoonichaa beeksise. Daarektarri Olaanaan Abbaa Taayitaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa Obbo Mootummaa Tamasgeen... Read more »

 Beenishaangul Gumuzitti ajandaa mariif hirmaattota kuma tokkoofi 200 oltu hirmaata

Finfinnee: Naannoo Beenishaangul Gumuzitti waltajjii ajandaa walitti qabuu gaggeeffamurratti hirmaattotni kuma tokkoofi 200 ol kan hirmaatan ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Adeemsi ajandaa walittiqabuu Tigiraayiin dabalatee naannolee hundatti hanga Onkoloolessa 30/2017tti xumuruuf... Read more »

Olompikii 33ffaan Paariis kaleessa haala miidhagaadhaan eegalameera

Finfinnee: Atileetonni biyyoota 206 miseensota Koree Olompikii Addunyaarraa babbahan kuma 10fi 714 olompikicharratti nihirmaatu. Atileetonni Itoophiyaa akaakuuwwan ispoortii atileetiksii adda addaatiin hirmaachuuf achitti argamu. Pirezidaantii Mootummaa RFDI Saahilawarqi Zawudee dabalatee Pirezidantonni biyyoota... Read more »

“Oromoon saba obbolummaafi walqixxummaaf qabsaa’u malee darbaa barbaadu miti” -Obbo Shimallis Abdiisaa

Finfinnee: Oromoon saba obbolummaafi walqixxummaaf qabsaa’aa as ga’e malee saba darbaa barbaadu akka hintaane Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan. Pirezidaantichi haasaa yaa’ii Caffee tibbanaarratti taasisaniin akka jedhanitti, Oromoon saba... Read more »

“Sudaan Kibbaa Inisheetiivii Laga Abbayyaa mallatteessuun biyyooti miseensa inisheetivichaa fayyadamummaa waloof fedha qabaachuu mul’isa” -Doktar Injiinar Habtaamuu Ittafaa, Ministira Bishaaniifi Inarjii

Finfinnee: Sudaan Kibbaa tibbana Inisheetiivii Laga Abbayyaa mallatteessuunshee biyyootni miseensa inisheetivichaa fayyadamummaa waloof fedha qabaachuu kan mul’isu ta’uu  Ministirri Bishaaniifi Inarjii Doktar Injiinar Habtaamuu Ittafaa ibsan. Bara 2015tti dhiyeessiin bishaan dhugaatii sadarkaa... Read more »

Lammiilee balaa sigiga lafaatiin midhamaniif deeggarsi barbaachisaan taasifamaa jira

Har’aa kaasee guyyoonni gaddaa sadii labsame Finfinnee: Naannoo Itoophiyaa Kibbaa, Godina Goofaa, Aanaa Gazee Goofaatti namoota balaa sigiga lafaatiin buqqa’aniif deeggarsi gahaan taasifamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Balaa Federaalaa beeksise. Hanga kaleessa oduun... Read more »

BARIISAA SANBATAA Adoolessa 20 Bara 2016

Read more »