Seenessa walirraafagaate gara giddugaleessaatti fiduu keessatti hirmaannaan namoota dhiibbaa uumanii murteessaadha

Finfinnee: Seenessa walirraafagaate gara giddugaleessaatti fiduu keessatti hirmaannaan namoota dhiibbaa uumanii murteessaa ta’uu himu qooda fudhattootni marii ajandaa walittiqabuu dhiyeenya kana Finfinneetti adeemsifamerratti hirmaatan. Marii ajandaa walittiqabuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhiyeenya kana... Read more »

 Labsiin ayyaanota ummataafi kabajasaanii murteessuuf ba’e hariiroo hawaasaa cimsuuf gargaara

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’iisaa idilee 31ffaa Kibxata darbe taa’een wixinee labsii ayyaanota ummataafi kabaja ayyaanotaa kunneenii murteessuuf ba’e qoratee raggaasiseera. Wixineen labsii ayyaanota ummataafi kabaja ayyaanotaa murteessuuf ba’e kan... Read more »

“Misooma Kooriidarii guddummaa Itoophiyaa mul’isuuf qajeelummaadhaan eegalle” -Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Finfinnee:  Hojii Misooma Koridarii Magaalaa Finfinnee guddummaa Itoophiyaa mul’isuuf qajeelummaadhaan akka eegalan Ministeerri Muummee Doktar Abiy Ahimad ibsan. Daawwannaa raawwii hojii Misooma Koriidarii Finfinnee naannawaa Piyaassaa (Birbirsa Gooroo)tti Dilbata darbe wayita taasisan... Read more »

“Qellem Wallaggaa qabatamaan dachee nagaafi misoomaa ta’ee jira” -Obbo Gammachuu Gurmeessaa

Finfinnee: Hojii qindoomina bulchiinsa godinichaa, qaamolee nageenyaafi ummataan hojjetameen Qellem Wallaggaa dachee nagaafi misoomaa ta’uu bulchaan godinichaa Obbo Gammachuu Gurmeessaa ibsan. Obbo Gammachuun tibba darbe Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti, godinni kun bara... Read more »

‹‹Ayyaanni Iid Al Adahaa ayyaana walgargaarsaafi waldeeggarsaati›› -Haajii Xohaa Haaruun (Imaama Masgiida Anuwaar)

Finfinnee: Ayyaanni Iid Al Adahaa (Arafaa) waggaa 1445ffaan bor  haala ho’aan hordoftoota amantii Islaamaa biratti kabajama. Hordoftoonni amantichaa ayyaanicha horii qaluudhaan kan kabajan yoo ta’u, barsiifni amantichaa horii qalatan keessaa nuusa ofii... Read more »

BARIISAA SANBATAA Waxabajjii 8 Bara 2016

Read more »

 Shaampiyoonaan kilaboota Oromiyaa har’a xumurama

Asallaa: Shaampiyoonaan atileetiksii kilaboota naannoo Oromiyaa 15ffaan guyyoota shaniif Magaalaa Asallaatti adeemsifamaa ture har’a akka xumuramu ibsame. Ittigaafatamaan Federeeshinii Atileetiksii Oromiyaa Inistiraaktar Shimallis Daawwiti kaleessa Gaazeexaa Bariisaatiif akka ibsanitti, kaayyoon dorgommichaa atileetota... Read more »

Wallaggi Lixaa misoomaan daandii fakkeenyummaa qaburra jira

Mandii: Rakkoo nageenyaarraa kan ka’e sochiin misoomaa Godina Wallaggaa Lixaa keessa jira jedhanii dubbachuun namoota baay’eef gaaffii ta’uu mala. Dhugumaan waggoota lamaan sadan darban godinichi darara hamaafi rakkoo ulfaataa keessa ture. Bakkeewwan... Read more »

Mootummaan nageenyaaf dhibba keessaa harka 99 nideema

Finfinnee: Miseensonni Mana Marii Waloo Paartiilee Siyaasaa Oromiyaa guyyoota Dilbata darbe erga hojiilee misoomaa Arsiifi Baaleetti hojiilee misoomaa akkasumas Finfinneetti gamoowwan OBNfi Komishinii Poolisii Oromiyaa erga daawa’atanii booda Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa... Read more »

Gurmiin nageenyaa galaana Diimaatiif hundaa’u kamuu osoo Itoophiyaa hinhirmaachifne bu’aa tokkollee hinfidu

Biyyootni akka Masriifi Sa’ud Arabiyaa waggoota shan dura gurmuu ‘Gamtaa walta’iinsa biyyoota Galaana Diimaa’ jedhamu tokko hundeeffatanii dhimmi nageenyaafi fayyadamummaa galaanichaas kan isaan qofa ilaallatu fakkeeffatan. Isaaniin ala biyyootni jaha kanneen akka... Read more »